#Yuunivarsitii_Wolloo
👉Bakka Argama isaa?
Naanno Amaaraa Godina Walloo kibbaa Magaalaa Dasee keessatti Argamti.
👉Finfinnee irraa km meeqa akka fagaatu?
Finfinnee irraa km 403 irratti argamti.
👉Haalli Nyaataa Yuunivarsitichaa akkami?
Haalli Nyaata bareeda Akkaan qulqullina kan Eegateedha.
Nyaani isiin Qabdu
Ganama yeroo ciree Ruuza/Firfirii, Yeroo laaqanaa Buddeena shiroon/Ataraan/Misiraan, Zerfooriin Torbaanitti Yeroo sadii (Wiixata,Kamisa,Sanbata)
👉Haalli waayifaayii moorichaa akkami?
Waayifaayiin baayyeetu jira ture, yeroo waraanni mootummaa fi TPLF gidduutti gaggeffamaa ture barbaadaa'e, Amma garuu firii 3 qabdi kan saffisini isaa giddu gala ta'e.
👉Gatiin nyaataa, bunaafi shaayii mooraa keessaa meeqa?
Gatiin nyaataa kan giddu gaaleessa taheedha.
Gatiin bunaa birrii 5
Shaayiin birrii 3
👉Magaalaa Finfinnee irraa kaffaltiin konkolaataa meeqa?
Taataa 450
Baasii 900
Walumaa galatti gatiin Taarifaa Guyya guyyaan jijjiiramaadha.
👉Bakki bashannanaa akka DSTV 'faa jiruu? Meeqa?
Rakkinni bishaani hin jiru, Dstv ni jira lama.
👉Haalli nageenyaa mooorichaa akkami?
Haalli Nageenya moriichaa Kan namatti toluudha,garuu haala karaa faatu sodaachisa.
👉Moorichi Muummee(field) meeqa barsiisa?
Field isiin qabdu 86
college/school Institute 7
♦️College mataa isaanii filed hanga isaan of jalaa qaban lakkofsaan.
1 Engineering college(16)
2 Information college(4)
3 college of natural scince(8)
4College of Health and medicine(14)
5 college of Agriculture and school of Veterinary(16)
6 college of business and Economics(6)
7 college of social scince and humanities school of law and institute of teachers Education and behavioral science(22)
👉Moorichi Kaampaasii Meeqa qaba?
Kaampaasii lama qaba.
1 Dasee Kaampaasii Guddicha
2 kombolchaa
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA