#Yuunivarsitii_Walqixxee
👉Finfinee irraa km 192 hoji jaallattoota jedhamuun kan beekaman ummata guraagee keessaa magaalaa walqixxeetii xiqqoo bahee gubree bakka jedhamtutti argama.
-walqixxee irraa amma gubreetti qarshii diigdama(20)
-gubree irraa kaasee hanga mooraatti qarshii 5
👉 yoom hundeeffame?
-2004 E.C
👉damee meeqa qaba?
2 qaba
-Tokko achuma Mooraa isa guddaa.
-Inni tokkommoo kan fayyaati.
👉fiildii maalfaa qaba?
- fiildii gosa hudumaa qaba kanneen akka fayyaa(medicine),fi fkk'dha
- social kessaa journalis'ti hin qabu.
Kan isarraa hafe hundumaa qaba.
👉 haalli qilleensaa maal fakkataa?
- haalli qilleensaa gaaridha.
bona baay'ee ho'a, ganna immo ni qorra, bona irra ganna namatti tola.
1.Moorichi maalin beekama?
-haariyuudhaan: jabaatanii hin hojjetan taanaan carraan jiru hariyatamuudha.
-naamusa(discipline)
👊Wal-loluu (fighting )🚫
☝️Gandummaa(racism)🚫
☝️Wanti Mooraa keessatti hin hayyamamne gocha kana fakkaataniidha.
2.Haalli Nageenyaa akkami?
Waggaa keessaa guyyaa 365 guyya kessatti sa'atii 24 nagaadha.
Garuu gidduu kana rakkoo uumameen malee rakkon hin jiru.
3.Nyaataan
Moorichi mooraa biraarra baay'ee gaariidha 👌
👉 Yeroo ammaa haalli Nyaataa moorichaa akkami?
-ciree: guyyaa afur ruuzii fi daabboo, gaafa Roobii shaayii fi daabboo, gaafa dilbataa(sanbata guddaa) firfirii fi daabboo'dha.
Laaqana:misira, shiroo, kiikkii
Irbaata:
- torbaniti guyyaa lama
therefore(foon)
-guyya 2(lama) dinnicha fi cabolii(raafuu maraa) wajjin hojjatame.
-isa irraan kan hafe misiraa fi kiikkii'dha.
👉 kaaffee barataan ala mooraa keessaa maallaqa keessaniin fayyadamuu yoo barbaaddan.
- Mooraa keessa laawonchii 3( barataaf gatii gadi bu'aan kan gurguran) fi kan barsisoota galagala fayyadamuun ni danda'ama inni ammoo lamatu jira.
-nyaata gosa adda addaa 30-35
-paastaa 25-30
-dinnicha 25-30 fi kkf dha.
Kan barsiisotaa xiqqoo ni dabala.
👉Wanta ho'aan
- buna birri 10
- shaayii birri 5
- qishirii birri 10
- aannan birri 15
👉 wantoota gara galgalaa nyaataman.
-Irxibii birrii 20 kan kaachaappii qabu birrii 25 Fi kkf
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABHAA