Adunyaa waliin


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Barnoota saayinsii

Crypto fi
Odeffanoo
Haala yeroo balinaan arkachu dandeessu.

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


#Earthquake 🌎 struck a few States in Ethiopia.🇪🇹

●Kirkirri lafaa halkan harraa mudate
magaalaa Finfinnee, magaalaa shaggar, Odaa Bultum, Bishooftuu, Harargee lixaa magaalaa Mi’eessoo, Ciroo, Galamsoo,Hirna, ,baddeessa, Micata, Machaara, bordodde, Waccu fi Magaaloota biroos gahee jira.

●Akkasuma naannoo Amaaraa magaalaa Dasee fi Yuunivarsitii Walloo mooraa fayyaa keessatti dhaga’amuu jiraattoonni nuf himaniiru.

●Haala kanan Ethiopia guutuu waan wal gahu fakkaata waaqni hunduma keenya Idoo jirtutti nu haa eegu.🥲🤲

Join 👇
@Adunyaa_walin
@Adunyaa_walin


#Breaking 🥲
•Kirkirri lafaa Uumame galgala kana.🥲

#Magaalaa_finfinnee fi Naannawwaa isheetti kirkirri lafaa Reekter iskeelii 1.5 - 1.8 ta'u akka muudate dhagaahame.
●Akkasuma
•Maagaaloota #Harargee_lixaa baayye keesatti Kirkirri lafaa Mudatee jira.

•Yaa Rabbi Akka keenya hin laalini nu tiksi.🤲🥲

Join 👇
@Adunyaa_walin
@Adunyaa_walin


🪙MAJOR Daliy Combo for a today OCTOBER 6 2024
Join 👇
@Adunyaa_walin
@Adunyaa_walin


Bultanii maattii keenya sanbata gaarii isinii haa ta'u ; olmaa gaarii🙏


Cherry game

✔️Tap tuqi
✔️Task creation baay'ee yoo hojjettan 10$💵 baasuu dandeessa

Cherry game waan namatti tolu
Akka waan fintopio marsaa adda addaa qabu torban 2 turanii 10,000 usdt argatu top 500 nama badhaafamu 😳

Viral ta'aa waan jiruuf jalqabuun gaariidha

Jalqabaaf➡️https://t.me/cherrygame_io_bot/game?startapp=r_6323551541
Join the cherry game using this referral link and win prizes!

Join 👇
@Adunyaa_walin
@Adunyaa_walin


😺 Cats - guyyaa 3 booda gaafa October 8 sa'atii 7 irratti list ta'a

😺 Ammaaf claim godhachuun kan addaan cite yoo ta'u, Namoonni claim hin godhin gaafa October 10 tonkeeper fi tonspace irratti claim godhachuu ni dandeessu

😺 Season 2ffaan akka itti fufus ibsaniiru

Join 👇
@Adunyaa_walin
@Adunyaa_walin


🪙 Coin Major Million 1 = Dollar 300💫

💰 Task Ammarattii Jiranii Hojjachun Hangaa Kummaa 100 Argachuu Dandesuu.

⭐️ Hangaa List Ta'uttii Million Tokko Ni Gessuu Yoo Hajjattanii Seraanii.



    

@Adunyaa_walin
@Adunyaa_walin




Wallet irrati connect hin janne garuu hamma ammaatti warri connect hin godhattin hoo maali carraan qabnu? bullee laalla waa hundaafu task isinii hafe fudhaa yeroon


Cats Amma sa'aatii kanatti karaa channel officials isaatiin guyyaan listing yoom akka ta'e ibsa baasee jira

$CATS keessan Amma calculate godhamaa jira waan haaraadhaaf nu eegaa jedhanii jiru

📅 Guyyaan listing October 8th yemuu ta'u exchange inni irratti list godhamus

💠 Bybit
💠 Bitget
💠 Kucoin
💠 Gate.io
💠 kanneen biroos.... jedhanii jiru

Obboo binance maal ta'an laata

JOIN @Adunyaa_walin
@Adunyaa_walin


Goats jedhamti .

jalqabaatti task ishii fudhachuun itti hojjedhaa salphaadha warri hin egalin 👇

https://t.me/realgoats_bot/run?startapp=522da6ad-29fa-49ae-a5f5-de170c8fe2fc
GOATS - The greatest of all Telegram tokens. Baa-lieve the hype!

JOIN & SHARE 👇
@Adunyaa_walin

@Adunyaa_walin


👍CATS Video All Code List👇

🌟Title: Boost Your Cats Earnings
👍Code: dildo

🌟Title: FREE Crypto
👍Code: dip

🌟Title: Futures Trading PART 1
👍Code: AIRNODE

🌟Title: Future Trading PART 2
👍Code: WEI

🌟Title: How To Make 10x On Crypto part1
👍code: ABSTRACT

🌟Title: How To Make 10x On Crypto part2
👍Code: AUCTION


👍Video seena bahaa Daqiiqaa muraasa booda koodii itti galcha.
YKN VPN FAYYADAMA.


Forward from: X Empire Community
Final X Empire Tokenomics

Total supply
690,000,000,000 $X

— Miners and vouchers
517,500,000,000 $X (75%)

As promised, our community receives the majority of the tokens issued.

And importantly! No lockups or vesting for the community.

— New users and the next phases
172,500,000,000 $X (25%)

These tokens are allocated for new community members, further development, new projects, listing, liquidity, community incentives, market makers, team rewards, and more. We will share additional details about the distribution of this portion of the tokens in a future announcement.

🚩🚩


☑️🪙$Major Puzzle💫
✅5000 Coin
✅seeraan sirreessa itti galcha yoo dogongortan irra isiniif hin deebi'u

💥Join our channel💥
@Qiddus100
@Qiddus100


🐈‍⬛ All Cats Youtube code

📹 Future Trading Part 1
Video Code : AIRNODE

📹Free Crypto Code
     Code 📄 Dip
📹Boost Your Cats
     Code 📄 DILDO
📹Futures Trading Part 1      
     Code 📄 AIRNODE
📹Futures trading Part 2
      Code 📄 WEI

🔎 VPN Fayyadamaa
Start 🌟 t.me/catsgang_bot/join?startapp=fJGznuwAQJ7aB7NCDPy6h
Meow, lets see who is OG 😼


Join ✈️@Qiddus100
@Qiddus100


Imalli kessan adunyaa waliin haa ta'u !!! 🙏🙏🙏


Forward from: ㄥㄖᐯ乇 千ㄖ尺乇ᐯ乇尺
#cats gaafii nama heddu kan turte .
Yeroo hin bekkamnef dheresanii jiru garuu ji'uma kessa jiru kana kessa list akka taattu himaniiru guuyaa fuldura murteessina jedhaniiru


Pirezidaantiin El Salvaador Nayeb Buquele fi itti aanaan pirezidaantii Arjentiinaa Volcano Bonds kaleessa waa’ee Bitkoyin irratti marii bal’aa taasisaniiru jedhameera.

Waggoota dheeraaf invastariin addunyaa beekamaan, Warren Buffett, Bitkoyin daldala fashalaa'ee fi guddina dinqisiisaa agarsiisuu akka hin dandeenye irra deddeebi'ee ibsaa ture.  Haa ta'u malee dhaabbileen Warren Buffett dhaabbilee yeroo ammaa Bitkoyin baay'inaan bitaa jiran keessaa tokko.

Hoggantoonni addunyaa hedduun waggootaaf Bitkoyin tuffachaa kan turan yoo ta’u, boodarra Ameerikaanota dabalatee biyyoonni hedduun Bitkoyin to’achuuf ykn akka biyya tokkootti qabachuuf carraaqqii guddaa godhaniiru.

Amma garuu wanti jijjiiramee namoonni siyaasaa biyyoota hedduu waa'ee Bitkoyin fi maallaqa kirpitoo irratti mari'achuu jalqabaniiru.

Saatooshiin yeroo Bitkoyin qopheesse, "Bitcoin waltajjii daldalaa hiriyaa waliin ta'ee fi mootummoota addunyaatiin kan hin to'atamnee fi addunyaa guutuutti gatii walqixa qabudha" jedheera.

BRICKS illee maallaqa kirpitoo irratti mari'achuu jalqabaniiru akkasumas maallaqa ofii isaanii gabaa addunyaa gochuu akka hin dandeenye ifaadha.

Doolaarri bara 1940moota irraa eegalee olaantummaa dhabaa kan ture yoo ta’u, kana caalaa ammoo bara 1970moota irraa eegalee;  Faallaa kanaatiin amantaan namoota hedduu kirpitoo irratti qaban dabalaa jira 🙂

ODEFANOO AKKANA KAN WAA'EE CRYPTO WAL QABATAN ARGACHUUF CHANNEL KENYAA JOIN 👇

✍️by ADMIN
@ziyoo99
 
ⓈⒽⒶⓇ
Ⓔ➪ @Qiddus100   
ⒽⒶⓇⒺ➪ @Qiddus100

♡ ㅤ
 ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


New Cats Youtube code

▶️Free Crypto Code
     Code:dip
▶️Boost Your Cats
     Code: dildo
▶️Futures Trading Part 1      
     Code:AIRNODE

‼️ For some it has bugs and may accept the code a little later.


❓🇺🇸 DV Ameerikaa

⚠️Akka gaaffii isinitti hin uumneetti jalqabaa hanga dhumaatti dubbisaa!

➡️DV maalidha? Maal fayyada?
    ✅DV'n hiiknisaa "DIVERSITY VISA" yoo ta'u carraa VISA biyya Ameerikaa bilisaan ittiin argamudha. Carraan kun akka addunyaatti waggaa waggaan nama kuma 55'f kan kennamu yoo ta'u, akka biyya Itiyoophiyaatti namoonni 3000-5000 ta'an carraa kana ni argatu.

➡️Ulaagaa akkamii gaafata?

    ✅Sadarkaa Barnoota qofa gaafata. Highschool, Vocational(Level), Diploma, Degree, Masters, PhD & Etc. Yoo xiqqaate barnoota sadarkaa 2ffaa nama baratee xumure qofatu guutuu danda'a. Maatrikii kutaa 10 durii namni fudhatee jiru guutuu ni danda'a. Amma immoo nama qormaata kutaa 12ffaa fudhatee jirutu fudhatama qaba. Dabalataan namni kutaa 12 barachaa jirus guutuu ni danda'a. Garuu qormaata kutaa 12 kan baranaa osoo hin fudhatin yoo hafe ulaagaa hin guutu

➡️Umrii ni daangessaa?
      ✅Hin daangessu!

➡️Passport ni barbaachisaa?
      ✅Hin barbaachisu!

➡️Dokumantii barnootaa dhiyeessuu ni barbaachisaa?
     ✔️Ammaaf hin barbaachisu! Nama abbaa carraa ta'e qofatu process gochuuf dokumentii dhiyeessuun dirqama itti ta'a

➡️Suuraa akkamii barbaachisa?
     ✅Suuraa qomaa olii(gurdii) qulqullina gahaa kan qabu. Waa'ee suuraa ilaalchisee addatti ibsa bal'aa isiniifan kenna

➡️ Online moo qaamaan guutama?
     ✔️Online, asuma telegram irraan guutama

➡️Si'a 2 guutuun ni hayyamamaa?
       ✅Hin hayyamamu, si'a 2 yoo guunne carraan nuuf bahellee nu jalaa haqamuu danda'a!




➡️Yoom guutamuu eegala?
       ✔️Ara galgalla irraa eegalee , nutimmoo form fi suuraa bor galgala irraa eegallee isiniif qindeessuu ni eegalla


@Qiddus100
@Qiddus100

20 last posts shown.