Pirezidaantiin El Salvaador Nayeb Buquele fi itti aanaan pirezidaantii Arjentiinaa Volcano Bonds kaleessa waa’ee Bitkoyin irratti marii bal’aa taasisaniiru jedhameera.
Waggoota dheeraaf invastariin addunyaa beekamaan, Warren Buffett, Bitkoyin daldala fashalaa'ee fi guddina dinqisiisaa agarsiisuu akka hin dandeenye irra deddeebi'ee ibsaa ture. Haa ta'u malee dhaabbileen Warren Buffett dhaabbilee yeroo ammaa Bitkoyin baay'inaan bitaa jiran keessaa tokko.
Hoggantoonni addunyaa hedduun waggootaaf Bitkoyin tuffachaa kan turan yoo ta’u, boodarra Ameerikaanota dabalatee biyyoonni hedduun Bitkoyin to’achuuf ykn akka biyya tokkootti qabachuuf carraaqqii guddaa godhaniiru.
Amma garuu wanti jijjiiramee namoonni siyaasaa biyyoota hedduu waa'ee Bitkoyin fi maallaqa kirpitoo irratti mari'achuu jalqabaniiru.
Saatooshiin yeroo Bitkoyin qopheesse, "Bitcoin waltajjii daldalaa hiriyaa waliin ta'ee fi mootummoota addunyaatiin kan hin to'atamnee fi addunyaa guutuutti gatii walqixa qabudha" jedheera.
BRICKS illee maallaqa kirpitoo irratti mari'achuu jalqabaniiru akkasumas maallaqa ofii isaanii gabaa addunyaa gochuu akka hin dandeenye ifaadha.
Doolaarri bara 1940moota irraa eegalee olaantummaa dhabaa kan ture yoo ta’u, kana caalaa ammoo bara 1970moota irraa eegalee; Faallaa kanaatiin amantaan namoota hedduu kirpitoo irratti qaban dabalaa jira 🙂
ODEFANOO AKKANA KAN WAA'EE CRYPTO WAL QABATAN ARGACHUUF CHANNEL KENYAA JOIN 👇
✍️by ADMIN @ziyoo99
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @Qiddus100
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @Qiddus100
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ