#Earthquake 🌎 struck a few States in Ethiopia.🇪🇹
●Kirkirri lafaa halkan harraa mudate
magaalaa Finfinnee, magaalaa shaggar, Odaa Bultum, Bishooftuu, Harargee lixaa magaalaa Mi’eessoo, Ciroo, Galamsoo,Hirna, ,baddeessa, Micata, Machaara, bordodde, Waccu fi Magaaloota biroos gahee jira.
●Akkasuma naannoo Amaaraa magaalaa Dasee fi Yuunivarsitii Walloo mooraa fayyaa keessatti dhaga’amuu jiraattoonni nuf himaniiru.
●Haala kanan Ethiopia guutuu waan wal gahu fakkaata waaqni hunduma keenya Idoo jirtutti nu haa eegu.🥲🤲
Join 👇
@Adunyaa_walin