MIILTOO JIREENYAA


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


M👣LT🌘🌒 J🔝®️EENY🅰️🅰️
Namni bakka irraa dhufe, bakka irra jiru beekuu fi itti deemu tilmaamuun barbaachisaadha
☑Qur'aanaa fi Hadiisa Rassuulaa(SAW)
☑SEENAA GARAGARAA
☑Jechoota hayyoota fi nama onnachiisan
🔜NU HORDOFAA🎯

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Barii boruu tana barii dhugaa rabbi nuuf haa godhu
Warra walii galee alaa gale rabbi nu haa godhu
Yaa rabbi haqa nu qabii ol nu qabi
Haasidaa fi histii yaa rabbi nurraa qabi
Haqaa fi dhugaa dhabne rabbi nuuf deebisi
Dheebuu bilisummaa bar dhibbaa tana yaa rabbi nu baasi


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Caalaa bultumee kan gantuudha ja'aanii turrelleetu haarawa gadhiise dubbiin galteefii Sirba mata dureen isaa
Biqiloota keeysa qommochumaan jibbee
Mootummoota keeysaa an abiyyumaan jibbee
kan jedhu maxxansee jira
Dammaqi
Dammaqii Oromoo


Forward from: Sammuu kee jijjiiri
Gaarri shiraan jaarame hangamillee guddatu aduu dhoksuu danda'aaree?, hanga fedhan nu ukkamsanii sa'aa masheensanii sangaatu dhale nun je'anis sobaan gurra nu duuchanis jirra kunoo bullee barii dhugaa arguuf.

@ilmanesruu


CABEE HIN HAFU KAAYYOON KEE QARREE FI QEERROOTU GALMAAN GAHAA




Kanuma kan hunda keenya keeysatti hidda gad jabeeyfatee jiru.Dhaloonni dhufaa dabraan Seenaa sirna nafxanyaa tolchee bareechee beeka.Haqa kana balleeysuuf halkanii guyyaa carraayxi wanti dhamaatuun


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Karaan huddu duuba itti deebian hin jiru fuuldura malee.Jijjiirama ati itti dhamaatee lubbuu Qeerroo fi Qarree itti dhabde santu sijalaa saamame aayiiiii na guba keeysa koo kanaaf
wal'aansoo kee itti fufi
Wal'aansoo kee itti fufi
Wal'aansoo kee ittuma fufi
qomoo too


Forward from: Qobboo media
Waraanni mootummaa nafxanyaa yeroo ammaa kana sa.aa 3:00 galgala kana QEERROO adinaan Ja.amu rasaasaan wareeganii jiran kanaaf qeerroon magaalaa of eeggadhaa tarkaanfii isaan gittu irratti fudhadhaa waraana nu ajjeesaa nu hidhaa jiru kana itti gurguruu dhiisaa nyaataa fi dhugaatii irraa qabaa


Gootichi maal jedhe
"Lilmoo fakkaannee seenneeti arba taanee baana" Xiinxalaa siyaasaa Obbo Jawar Mohammed.


Ummanni Oromoo jijjiirama kanarraa maal buufate yoo jenne
Arrabsoo tuffii dhiittaa fi doorsisa ilmaan nyaftaxanyaati
Hacaaluu hundeessaa




Forward from: Ferhan Abdulselam
“Akeekachiisa cimaa
Imaltootaa fi Abbootii konkolaattotatiif .
Guyyaa Wixata irraa jalqabee tajaajilli Geejjibaa magaloota fi magaalota walqunnamsiisuu kan hin jirree tahuu ibsuudhaan Imaltoonni Geejjibaan Magaalaa tokkoo irraa gara magaalaa biratti imaltan ykn nannoo tokkoo irraa nannoo biratti deemtanfi Abbootiin konkolaattota guyyaa Wixata irraa kaasee uggurri kan godhamee tahuu Qeerroo Oromiyaa isin hubachiisa.
Abbaan ugguraa kana cabseen deemaa jedhee hunda .... akeekkachiisa.
Akuma muxannoo amman dura qeerroon Salam bus Wayyaanee daaraa godheetti ammaas Abbaa ugguraa cabsee deemuu hunda .....” https://www.facebook.com/10220981168433225/posts/10220993043570096


Forward from: Ferhan Abdulselam
Waan fb irratti maxxansuu hin dandeenye karaa Telegram irratti isinii maxxansa waan taheef Telegram kana akka hordofan keessaan walii dabarsaa. https://t.me/ferhanabdulselam https://www.facebook.com/10220981168433225/posts/10220988840145013


Forward from: Etana Habte
#Inbox
QEERROO DODOLAA IRRAA.
Kaadiroonni nafxenyaa fi ergamtoonni isaanii Arsii Lixaa Dodolaatti akkasumaas Oromiyaa guutuu keessatti karoora torbaan dabre nafxenyoonni Oromiyaa keessatti diinota isaanii fi namoota Miniliik maqaa xureessan balleessuif baafatte galmaan ga'uuf sochii cimaa eegalanii jiran. Haaluma kanaan Dodolaa keessatti maqaa qeerrootiin xalayaa barreessanii namoota dhuunfaa Oromoo wajjiin rakkoo homaa hin qabneef raabsaa jiraachuu isaanii hubannee jirra. Qeerroon Oromiyaas ta'ee kan Dodolaa gaafiin fi qabsoon keenya ummata nu wajjiin jiraatu irratti osoo hin ta'in sirna cunqursaa nafxenyaa qofaa waliin akka ta'e irra deebinee ibsuu narbaanna. Qeerroon keenyaas shira diinaa kana hubachuun akka fashalaa'uuf ummata hundaaf hubannoo uumuu fi wal eeguu qaban. Sabaa fi sablammoonni fi Ummanni hundi xalayaan bittinnaa'aa jiru kan qeerroo akka hin ta'in hubattanii sodaa malee qabsoo ummanni Oromoo mootummaa waliin godhu akka deeggartan isin hubachiifna. Kaadireen shira ummata walirratti kakaasuu kana keessaatti hirmaachaa jirtan, gochi shoorarkummaa keessan kuufaatii sirna nuafxenyaa isin ergatee qofa akka saffisu hubachuu qabdan. Gocha salphinaa akkasii keessaa yoo bahuu baattan yeroo gabaabaa keessatti harka keessan akka argattan hubadhaa.
Kanuma, keenyaas oluma
Injifannoo ummata Oromoof
Qeerroo Dodolaa, Hagayya 1, 2020 Dodolaa.


Forward from: Sochii Qeerro fi Qarree
“URGENT !
QEERROO DODOLAA IRRAA.
Kaadiroonni nafxenyaa fi ergamtoonni isaanii Arsii Lixaa Dodolaatti akkasumaas Oromiyaa guutuu keessatti karoora torbaan dabre nafxenyoonni Oromiyaa keessatti diinota isaanii fi namoota Miniliik maqaa xureessan balleessuif baafatte galmaan ga'uuf sochii cimaa eegalanii jiran. Haaluma kanaan Dodolaa keessatti maqaa qeerrootiin xalayaa barreessanii namoota dhuunfaa Oromoo wajjiin rakkoo homaa hin qabneef raabsaa jiraachuu isaanii hubannee jirra. Qeerroon Oromiyaas ta'ee kan Dodolaa gaafiin fi qabsoon keenya ummata nu wajjiin jiraatu irratti osoo hin ta'in sirna cunqursaa nafxenyaa qofaa waliin akka ta'e irra deebinee ibsuu narbaanna. Qeerroon keenyaas shira diinaa kana hubachuun akka fashalaa'uuf ummata hundaaf hubannoo uumuu fi wal eeguu qaban. Sabaa fi sablammoonni fi Ummanni hundi xalayaan bittinnaa'aa jiru kan qeerroo akka hin ta'in hubattanii sodaa malee qabsoo ummanni Oromoo mootummaa waliin godhu akka deeggartan isin hubachiifna. Kaadireen shira ummata walirratti kakaasuu kana keessaatti hirmaachaa jirtan, gochi shoorarkummaa keessan kuufaatii sirna nuafxenyaa isin ergatee qofa akka saffisu hubachuu qabdan. Gocha salphinaa akkasii keessaa yoo bahuu baattan yeroo gabaabaa keessatti harka keessan akka argattan hubadhaa.
Kanuma, keenyaas oluma
Injifannoo ummata Oromoof
Qeerroo Dodolaa,
Hagayya 1, 2020 Dodolaa.” @Qeerroohaaromsaaharmee


Forward from: Sochii Qeerro fi Qarree
Qeerroo Oromootiif
Saffisaan waliif dabarsaa
Godinaalee Arsii lamaan, Harargee fi Baaletti shira hamaatu xaxamaa jira.
Ajjeechaa Hacaaluu booda qabeenyi baay'een akka barbadaa'u kan taasifames shira siyaasaatiini.
Kana sababsatanii qabsoo oromoo maqaa balleessuuf itti yaadamee gochi sun raawwatame. Erga raawwatamee boodas dhimmi lubbuu namaa dagatamee guutumaan guututti shira ofiii hojjatan kana miidiyaalee afaan Amaaraa dubbatan hundaan hafarsaa jiru.
Har'aa fi kaleessas xalayaan '"namootni Kiristaana taatan saffisaan biyya keenya gad lakkisaa'" jettu baay'inaan godinoota Afran maqaa dhahe kana keessa bittinnaa'aa jira. Kana kan godhaa jiru Qeerroo osoo hin taane qaamolee mootummaa fi nafxanyaa keessaa walitti qindaa'anii maqaa Oromooo xureessuuf hojjataniidha. Oromoo amantaan wal nyaachisuuf kana hojjatu. Xalayaa kana erga bittinneessan boodas manneenii fi qabeenya namoota Amantii Kiristaanaa hordofaniirratti tarkaanfii fudhatanii barbadeessuun Qeerrootu kana godhe jedhanii maqaa seera kabajchiisuutiin sabboontota hanga ummata keessatti hafan funaananii hidhii ykn ajjeesuufi. Kanaafuu of eeggannoo cimaa taaasisaa! @Qeerroohaaromsaaharmee


Dubbiin galgalaa dubbii ganamaa shaarte kanaaf dhugaan dhoote Haqni afaan qaban funyaaniin dubbata
Qabsoon itti fufaa
Gabroomfataan fufaa
Itti muddi
Itti muddi


Forward from: Ferhan Abdulselam
Dejene Gutema dhiheessuuf yaalii goonus har’atti hin danda’amne. Sababni rakkoo teeknikaati. Kanaaf borutti beellamanne. Boru eegaa.
https://www.facebook.com/10220981168433225/posts/10220986752732829




Forward from: Ferhan Abdulselam
“Qophii lagannaa irratti
Akeekkachiisa maayyii Qeerroo
Awwadaay irraa:

Isin Hubachiisuuf; Daldala jimaa irratti Lagannaa godhamuun walqabatee yeroo baay'ee tattaaffii qeerroo magaalaa Awwadaayiin Magaalattii keessatti sochiin Daldala jimaa yoo Dhaabbatees Abboottiin qabeenyaa tokko tokko kan keenya tahanii fi kan M/N/soomalee waliin tahuun Hojjattoota isaaniitiis fudhatanii Iddoo #Boonbas je'amtu tan Gaafa wayyaanee sanitti Abdi illeen daldala jimaa garasitti geeddaruuf yaadee qopheessetti bitaa turan. Hubadhaa, Jimaan achitti dalagamu san kanuma awwadaayitti hojjatamuu tureetu dhooysaadhaan bitamee garas geeffama.

kanaaf, Abboottii qabeenyaa kanneen Nuuf akeekkachiisi. Qotee bulaan keenyaas warri dhoosysitanii itti ergitan adaraa akka dhiiftan nuuf ja'iin. yoo Diddan tarkaanfiin akka isinirratti fudhatamu nuuf ja'iin. Qeerroon #Baabbilee akka jimaan kun isin keessa gadin dabarre ittisuu akka qaban itti nuuf dhaami.” https://www.facebook.com/10220981168433225/posts/10220985770548275

20 last posts shown.

75

subscribers
Channel statistics