BARNOOTA RAMADAANAA
KUTAA 8FFAA
•┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈•
SADARKAA LAYILATUK QADRIIN QABUUFII AKKA ISII KEESSATTI JAJJABAANNU WOL YAADACHIISUU
•┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈•
Yaa ummata muslimaa:Alkan kabajamtuu kurnan boodaa kana keessa jajjabaadhaa
Salaataafi du'aa'ii istigfaaraafii ojii gaggaarii daneeffachuudhaan layilatul qadriin carraa umrii keenyaati carraan enna dhufe hin turu dafee nama biraa deema
Rabbiin s.w Isiin baatii kumarra caaltuu tahuusii nuuf hime batii kuma jechuunimmoo woggaa saddeettamaa oli isiin umrii dheertuudha utuu namni dan dahee woggaa kana guutuu ibaadaadhaan dabarseellee
Garuu alkan layilatul qadrii tokkittiin woggaa 80 oli
Kun sadarkaa guddaadha
Layilatul qadriin Ramadaanakeessattimalee hin argamu kaninni hedduu kajeelamummoo kurnan boodaa keessatti
Muslimni Halkan Ramadaanaa hunda jajjabaatee yoo kayirii dalagate kayirii halkan layilatul qadrii niargata jedhamee kajeelama keessaafuu kurnan boodaa kanakeessatti
Layilatul qadrii namni gaxxammame
darajaan kanaa olii eessaa argama nama Rabbi s.w isa woffaqeef
Jajjabaadhaa gabroottan Rabbii Rabbi Rahmata isiniif haagodhuu
Ojii kayirii ojjachuutti Akka mindaa isiitiin milkooftanuuf
hoongawaan namaa nama kayirii isii Keessa jirurraa hoongawe.
•┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈•
►◄►◄►◄►◄►◄►◄►◄►◄►◄►◄►◄►◄
╔══━▒๑•ั📚•ั๑▒━━═╗
🌷 @B_islaamummaa 🌷
╚═━━▒๑•ั📚•ั๑▒━══╝