#سنن_يوم_الجمعة ..
قال فضيلة الشيخ العلامة محمد بن صالح العثيمين رحمه الله 🌸✨
➊ - قراءة سورة الكهف
➋ - الإغتسال.
➌ - السواك.
➍ - الطيب .
➎ - التبكير إلى صلاة الجمعة.
➏ - أن يلبس الإنسان أحسن ثيابه التي عنده سواء كان جديداً أم غسيلاً
➐ - يتحرى الدعاء لأن في الجمعة ساعة لا يوافقها عبد مسلم يسأل الله شيئاً وهو قائم يصلي إلا أعطاه إياه.
➑ - أن يكثر من الصلاة على النبي ﷺ.
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
#SUNNAAWWAN GUYYAA JUM'AA
1️⃣Qur’aana Suuraa Kahfii Qara'uu
2️⃣Qaama Dhiqatuu
3️⃣Ilkaan Rigatuu ( Siwaaka Fayyadamuu)
4️⃣Urgeeffatanii Bahuu
5️⃣Gara Salaataa Ganamfatuu ( Ganamaan Deemuu)
6️⃣Irra Bareeda Uffata qabduuUffatuu
7️⃣Qeebalama Du'aa'ii Keessa Barbaaduu ... Guyyaa Kana Keessa Yeroon Du'aa'iin itti Qeebalamu Waan Kaa'ameef .
8️⃣Rasuula Irratti Salawaata Buusuu Heddumeessuu.
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
👤 Abdulkerim H/Jundii
🏠Dera🏠
🆔 CODE #06
Plzzz...Share naaf godhaa.🙏🙏
👍Dorgommii irratti hirmaatuf👍
Join
👇👇👇
╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗
@Bilal_Mesjid @Bilal_Mesjid @Bilal_Mesjid ╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══
👆 👆👆