Qabeenyi qaalin dacheen tun qabdu albuudota akka warqii, daayimandi yookiin pilaatiniyeemi miti.
◇ Albuunni qaaliin isheen qabdu suma mataa keeti. Dacheen gadameessa bal'aa, harma hin guune qabdi; kanaaf dhaqii ba'aa itti ta'i jedhamtee miti kan gara kanatti affeerramteef, akka ba'aa irraa salphistuufi.
◇ Addunyaa kana irratti eenyuyyuu si ta'uu hin danda'u. Sumatu si'i! Of ta'ii jiraadhu, fakkaattee hin jiraatin! Egaa of beekta yoo ta'e waan dhalatteef raawwadhu! Lakkoofsa taatee hin jiraatin.
◇ Bu'aa ati dachee kanaaf gumaachitu namni biraa gumaachuu hin danda'u. Sumatu gumaachuu danda'a.
◇ Namana fagoo of hin barbaadin ofuma keessaa of argatta. Eenyu akka taate namni biraa akka sitti himuuf eegda yoo ta'e lakkoofsa taatee darbaa jirta.
◇ Sumatu si'i ofuma of beeki!!
Itti fufaa...
♻️Ergaa dabalataa argachuuf👇
⇣
«𝙲𝙻𝙸𝙲𝙺 𝙷𝙴𝚁𝙴»