Dhiifama namni hin kabajne, nama nama hin kabajne.
â—‹Dhiifamni dhiiga lola'eewu araarsa
â—‹Dhiifamni biyya wal waraane walitti araarsa
â—‹Dhiifamni Jireenya kee tasgabbeessa
â—‹Dhiifama nama dhiisii Rabbiinuu namaaf godha.
â—‹Dhiifamni mootiidha.
Namni dhiifama hin jaalanne nama namummaa hin jaalanneedha
#Dhiifama 🫲