Forward from: KMN
#Birmannaa!
Barattoonni Yunivarsitii fi sadarkaa lammaaffaa guutuu Oromiyaa keessa jirtan gocha suukkanneessaa kana karaa seera qabeessaa fi qaamolee nageenyaa waliin walitti isin hin buufne hiriira balaaleffannaa gocha kana irratti xiyyeeffate geggeessuudhaan saba keessaniif sagalee ta’aa.
Diyaasbooraan Oromoo biyya jirtan hundaa waan kana Adunyaatti himuudhaaf akkasuma balaaleffannaa gocha suukkanneessaa kanaatif garaagarummaa siyaasaa malee hiriira lafa sochoosu gochuudhan saba keessaniif sagalee ta’aaf.
Humni qabnu tokkummaa keenya. Isatti haa fayyadamnu qaamoleen dhimmi isin ilaallatu waan Kana yaadan dabalataatin gabbistanii abbummaadhan akka itti deemtan kaba dhiiga qulqulloota jigaa jiruutin isin gaafanna.