Oro Sky Sport


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Kun Sky Sport Afaan Oromooti
______
Oduu fi odeeffannoo waktawoo
Taphoota hunda tamsaasa kallattin
Odeeffannoo haaraa Liigota gurguddoo addunya fi kilaba deeggartani ni argattu
Seenaa taphattoota...
CREATOR × @Ibsapro
Founded
Sky Sport Afaan Oromoo
2025

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


📊Gabatee Sadarkaa Piriimeer Liigii Ingilaandi Torbee 17ffaa....

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


Mo Saalaan bara kana Piriimeer Liigiin

🏟Taphoota 16
⚽️Gooliiwwan 15
🔥Assistii 11

🥶 Incredible.

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


Highlights Taphoota Kaleessa Taasifaman hunda ilaaluuf

Highlight 👉 JOIN HERE

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


Taphoota Kaleessa Taasifaman

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Piriimeer Liigii Ingilaandi

Evartan 0-0 Cheelsii
Fuulhaam 0-0 Sawuzhampitan
Leestar Siitii 0-3 Wolviis
M/Yuunayitid 0-3 Barnimaawuz
Tootinhaam 3-6 Liivarpuul

🇮🇹Seerii A Xaaliyaanii

Roomaa 5-0 Paarmaa
Veenziyaa 2-1 Kaagilaarii
Atalantaa 3-2 Laaziyoo
Moonzaa 1-2 Juuveentus

🇩🇪Bundeesliigaa Jarman

Bookum 2-0 Haayidinayam
Wolfiisbargi 1-3 Doortimuundi

🇪🇸Laaligaa Ispeen

Vaaleenshiyaa 2-2 Alaavees
R/Maadriid 4-2 Seeviyaa
Laas Paalmaas 2-0 Ispaanyool
Leegaanes 3-5 Vilaariyaal
Beetis 1-1 Rayoo Vaalekaanoo

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


Ruben Amoorim🗣

"Nuuf tapha cimaa ture, waan dandeenyu hunda hojjenne garuu wanti hundi to'annaa keenyaan ala tahe."

"Har'as kubbaa dhaabbataan nutti lakkawwameera. Kun yeroo hedduu rakkoo nuuf ta'eera. Kana irratti hojjechuu qabna!!"

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


Jaalallee Maarkas Raashford kan taatee Girees Rooz Jaaksen isa ganuun biyyicha gadhiiste baatetti.

Akka The Sun gabaasetti jaalalleen Raashford gara Ayeslaand itti imaltetti.

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


Taphonni Premier League Torbee kanaa Haala Suura kanan Xumuranii jiru

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


Namni baayyeen itti fayyadama jiruu siinis carraa kanatti fayyadama

Link kan fayyadamun galmaa'aa
👇👇👇👇👇👇👇
🚀https://t.me/BrightPay_ETbot?start=r09502549044


Highlights Taphoota Kaleessaa gadhiifameera daawwadha

👇👇👇👇

https://t.me/+Q_P2Poi-yCM5MTU8
https://t.me/+Q_P2Poi-yCM5MTU8


#OFFICIAL

Atileet Silashii Sihaan Pireezeedantii Feedireshinii Atileetiksii Itoophiyaa ta'uun sagalee caalmaan muudamaniiru.

Bara hojii gaarii 😍

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


📊Gabatee Sadarkaa Laaligaa Ispeen yeroo amma kana !

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


🚨 Ruben Amorim taphattoota 3 mallatteessuu barbaadu INEOS'f kenneera:

🇳🇬 Viiktor Osimhen
🇺🇾 Roonaald Araawujoo fi
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Taayilar Diibling

Maanchistar Yunaayitid taphattoota kanaaf naannoo paawundii miiliyoona £166M baasuuf qophii ta'uun himamaa jira.

[TEAMtalk]

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


Taphoota Har'a Taasifaman

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Piriimeer Liigii Ingilaandi

11:00 | Evartan Fi Cheelsii
11:00 | Fuulham Fi Sawuzhampitan
11:00 | Leestar Siitii Fi Wolviis
11:00 | M/Yuunayitid Fi Barnimawuuz
01:30 | Tootinhaam Vs Liivarpuul

🇮🇹Seerii A Xaaliyaanii

08:30 | Roomaa Fi Paarmaa
11:00 | Veenziyaa Fi Kaagilaarii
02:00 | Atalantaa Fi Laaziyoo
04:45 | Moonzaa Fi Juuveentus

🇩🇪Bundeesliigaa Jarman

11:30 | Bookum Fi Haayidinayam
01:30 | Wolfiisbarg Fi Doortimuund

🇪🇸Laaligaa Ispeen

10:00 | Valenshiyaa Fi Alaavees
12:15 | R/Maadriid Fi Seeviyaa
02:30 | Laas Paalmaas Fi Ispaanyool
05:00 | Beetis Fi Rayoo Vaalekaanoo

😍 ORO SKY SPORT FILANNOO KEESSAN!

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


Taphoota Kaleessa Taasifaman

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Piriimeer Liigii

Astoon Viillaa 2-1 Maan Siitii
Bireentifoord 0-2 Noottingihaam
Ipsiwiich 0-4 Niwukaastil
Weestihaam 1-1 Biraayteen
Kiristaal Paalaas 1-5 Arseenaal

🇮🇹Seerii A Xaaliyaanii

Toorinoo 0-2 Bolonyaa
Jeenowaa 1-2 Naapoolii
Liichee 1-2 Laaziyoo

🇩🇪Bundeesliigaa Jarman

Firaankifart 1-3 Meenzi
Hofenhiyam 1-2 Monchegiladbach
Hoolisteyeen 5-1 Oogisbarg
Istuutgaart 0-1 St Paawulii
W/Bireemaan 4-1 Y/Barliin
Leevarkusan 5-1 Faaraybarg

🇪🇸Laaligaa Ispeen

Geetafee 0-1 Maalorkaa
Seeltaa Vigoo 2-0 Riyaal Soosidaad
Osaasunaa 1-2 Atileetik Bilbawoo
Baarseeloonaa 1-2 Atileetikoo Maadriid

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


😂Atiiiiiiiiiii Channel Aja'ibaa kana Join hin godhanne taanan nama gaddisisa! Kana gadditti bakka Join jedhu tuqii

🤪Kolfaan Dhumne 🤪
👇👇👇
https://t.me/kolfaandhumne
https://t.me/kolfaandhumne


Warri qawwee injifataniiru!

Kilabiin Kaaba Landan Arsenaal tapha liigii isaa Kiristaal Paalaas waliin taasise 5 fi 1n injifate.

Gabri'eel Jeesus 2x, Kai Havertz, Declan Rice fi Martinelli galchiiwwan injifannoo Ganners galchaniiru.

Kiristaal Paalaasiif goolii tokkicha Ismaa'eel Sar galche.

Arsenaal taphoota kurnan darban dorgommii hundaan hin mo'amne, 7 moo'atee 3 qixa ba'eera.

Taphataan lammii Biraazil Gabri'eel Jeesus taphoota lamaan darban irratti goolii shan galcheera.

Gabatee liigii irratti eessa jirra?

3️⃣ Arsenaal :- Qabxii 33
1️⃣5️⃣ Kiristaal Paalaas :- Qabxii 16

Jimaata - Arsenaal fi Ipswich Taawun waliin taasisan

Kamisa - Bournemouth fi Crystal Palace waliin taphatamu

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


Mohaammad Kudus Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti:

🏟️ Taphoota 45
⚽ Goolii 11
🎯 7 Mijeessee kenneera

Ayyaana isaaf teessoo elephant custom made baase erga Brighton 🪑 waliin goolii galchee booda

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


🍿Tapha Piriimeer liigii Ingilaandi Torbee 17ffaa

Full Time

K/Paalaas 1-5 Arseenaal
⚽️Saar 11' ⚽️⚽️Jeesuus 6' 14'
⚽️Haavertiz 38'
⚽️ Maartinellii 60'
⚽️Raaysi 84'

🏟 | Seelharast Paark

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport


Xumurame jira


90+3 irraa jiru

20 last posts shown.