ππππππππππππππππππππππππ
Sheeeer godhaa
πππππππ
AS WR WB seenaa ajaa'ibaa biyya
Saudi magaalaa Abhaa.
koreen magaalaa Abhaa dandii
magaalattii akka haara'atti
tolchuuf qiyaasa baasan. Qiyaasni
kun naannoo qabrii waggaata 30
ol irraa kan dabruu dha. Kanaafu
koreen kun ulamaai, shekooti
gaafatee hayyama argate.
Jiraatotaa, mangudota magaalatti
irraahis akkasumatti hayama
argatee qabrii kana qotanii lafee
guruu jalqaban.
Qabriin kun waggaa 30 ol tahuu
isaa hin irraan fatinaa, lafee
hedduu ega guuran booda qabrii
tokkotti dhufan. Qabriin kun
shurufkaa(urgaa) bareeda qaba
urgaan naannoo qabrii kan irraa
bahu baayyee bareedaa ture,
qabrii kan qotuu jalqaban....nam
ni hundi waan argeen amanuu
dadhabe: reefki kun qaamnii isaa
akkuma awwaalametti jira. kafanni
(huccuun) isaatis hin nyaadhamne
haarawa, fuula isaa bananii yaroo
argan nama amma du'e fakkaata
(subhaanallah! Allahu Akbar),
namni hundi takbiiraa ja'u egale.
refka kana namni beeku jira?
Manguddoon magaalatti "ee ni
bayna gurbaa abaluuti waggaa 30
dura du'ee nuutu awwaale" ja'an.
Egasii reefka kana qabatanii
abbatti dhaqan. Abbaanis amrii
Rabbiitin baayyee dinqisiifamee
gamadee bakka biraatti deebi'ani
awwaalan.
Egasii, ulamaa'in abbaa isaa
gafachuu jalqaban. "gurbaan kee
hojii gaarii inni hojachaa ture
maalii?" ja'anii gaafatan. Abbaanis
"wallaahi!, mucaan kiyyaa takkaa
salaata jama'aa irraa hafee hin
beeku, yaroo hunda iqaamaa
godhamuun duraatti salfii duraa
(awwala sof) dhaabata, yaroo
salaata subhii isa hin dabartu.
Yaroo hunda salaata subhiif nin
kaasa ja'e deemu deemu inni na
dura ka'e udu'a goodhun itti
dhufa. Yookin nadura masgiida
dhaqee salaatun itti dhufa."
ja'en.
Aboleeyyan Islaamaa salaata
keenya irratti haajabaannu.
Rabbiin hojii khayriiti fi salaata
keenya nuf haalafisu.
@Alburhaan_media
T.me/Almiftah_Tube
Sheeeer godhaa
πππππππ
AS WR WB seenaa ajaa'ibaa biyya
Saudi magaalaa Abhaa.
koreen magaalaa Abhaa dandii
magaalattii akka haara'atti
tolchuuf qiyaasa baasan. Qiyaasni
kun naannoo qabrii waggaata 30
ol irraa kan dabruu dha. Kanaafu
koreen kun ulamaai, shekooti
gaafatee hayyama argate.
Jiraatotaa, mangudota magaalatti
irraahis akkasumatti hayama
argatee qabrii kana qotanii lafee
guruu jalqaban.
Qabriin kun waggaa 30 ol tahuu
isaa hin irraan fatinaa, lafee
hedduu ega guuran booda qabrii
tokkotti dhufan. Qabriin kun
shurufkaa(urgaa) bareeda qaba
urgaan naannoo qabrii kan irraa
bahu baayyee bareedaa ture,
qabrii kan qotuu jalqaban....nam
ni hundi waan argeen amanuu
dadhabe: reefki kun qaamnii isaa
akkuma awwaalametti jira. kafanni
(huccuun) isaatis hin nyaadhamne
haarawa, fuula isaa bananii yaroo
argan nama amma du'e fakkaata
(subhaanallah! Allahu Akbar),
namni hundi takbiiraa ja'u egale.
refka kana namni beeku jira?
Manguddoon magaalatti "ee ni
bayna gurbaa abaluuti waggaa 30
dura du'ee nuutu awwaale" ja'an.
Egasii reefka kana qabatanii
abbatti dhaqan. Abbaanis amrii
Rabbiitin baayyee dinqisiifamee
gamadee bakka biraatti deebi'ani
awwaalan.
Egasii, ulamaa'in abbaa isaa
gafachuu jalqaban. "gurbaan kee
hojii gaarii inni hojachaa ture
maalii?" ja'anii gaafatan. Abbaanis
"wallaahi!, mucaan kiyyaa takkaa
salaata jama'aa irraa hafee hin
beeku, yaroo hunda iqaamaa
godhamuun duraatti salfii duraa
(awwala sof) dhaabata, yaroo
salaata subhii isa hin dabartu.
Yaroo hunda salaata subhiif nin
kaasa ja'e deemu deemu inni na
dura ka'e udu'a goodhun itti
dhufa. Yookin nadura masgiida
dhaqee salaatun itti dhufa."
ja'en.
Aboleeyyan Islaamaa salaata
keenya irratti haajabaannu.
Rabbiin hojii khayriiti fi salaata
keenya nuf haalafisu.
@Alburhaan_media
T.me/Almiftah_Tube