Dorgommiin qabaatii na moosisuuf naaf birmadhaa!
Channel @Galaasammuu jedhu kana cuqaasaatii walaloo ani barreesse bira deemuun 👉❤ naaf cuqaasaa!
Isatis lakkaawama waan taheef.
Walalichi kunooti👇
Jirmaafi anxaxiin bobeessanii
abiddi sumsuma hin baqsinee,
Rirmaafi waxaxiin joreessanii
imaltuu imalarraa hin maqsine.
_
Hurriifi duumessi Wal maree
Biiftuu ba'a hin dhorkinee,
Rakkinni qarriffaa yaasee
lafee kaayyoo hin qorqine.
_
Simbiraafi allaattiin ya'anii
Koochoo lakkuun dhufanii,
Joobira qofaa barrisutti
tasumaa daandii hin cufani.
_
Utubaan samii bosbosee
gomboobee lafatti'n dhiyaatuu,
baataan galaa kaayyoo
gufatee ciisee hin jiraatu.
@Raajan_Wakgari
Channel @Galaasammuu jedhu kana cuqaasaatii walaloo ani barreesse bira deemuun 👉❤ naaf cuqaasaa!
Isatis lakkaawama waan taheef.
Walalichi kunooti👇
Jirmaafi anxaxiin bobeessanii
abiddi sumsuma hin baqsinee,
Rirmaafi waxaxiin joreessanii
imaltuu imalarraa hin maqsine.
_
Hurriifi duumessi Wal maree
Biiftuu ba'a hin dhorkinee,
Rakkinni qarriffaa yaasee
lafee kaayyoo hin qorqine.
_
Simbiraafi allaattiin ya'anii
Koochoo lakkuun dhufanii,
Joobira qofaa barrisutti
tasumaa daandii hin cufani.
_
Utubaan samii bosbosee
gomboobee lafatti'n dhiyaatuu,
baataan galaa kaayyoo
gufatee ciisee hin jiraatu.
@Raajan_Wakgari