Akka Addunyaattiย Masjida Makkaa fi Madiinaa Malee Masjida Kana Balโinaan Kan Caalu Hinย Jiru.
Biyya Al-Jeeriyaa (ุงูุฌุฒุงุฆุฑ) itti Bara 2011 eegale. Doolaara Biliyeena 1.5 fixe. Lafa heektaara 30 irratti ijaarame.
Alaa fi manaan nama kum 120 keessummeessa. Mana kitaabaa kan kitaabota Miliyoona tokko gahu of keessaa qaba.
Akka addunyaatti Manaaraa dheeraa Meetira 265 dheeratu ofirraa qaba. Paarkiingii konkolaataa 4000f gahu bitaaf mirgaa fi lafa jalaa qaba.
Karaa konkolaataan kallattii gara garaan seenu hedduu qaba. Daandii baaburaa fi bidiruu (Doonii) yaabbatanii masjida kanatti bahuunis ni dandaโama.
Giddu gala qorannoof seenaalee addunyaa nama 1400f gahu qaba.
Guyyaa kaleessaa bakka Ulamootni addunyaa Kan akka Sheikh Muhammad Hasan Ad-Dadoo fi biyyoota 50 addunyaa islaamaa irraa dhufanitti eebbifamee ooleera.
Hoogganaan Majlisa keenyaa Sheikh Dr Hajjii Ibraahimis muslimtoota Itoophiyaa bakka buโuun irratti hirmaataniiru.
Afrikaan akkanatti seenaa hojjatte.
https://t.me/DAARU_SALAAM