NAMNI HUBATU NI BEEKAA


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


የምትፈልገውን ማወቅ አለብህ

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Waanta tokko argattee akkaa sirka turu yoo barbaaddee fuldura namaattii hin dubbatin namni si dhagahu hundii siif hin jaallaguu!!👍👊👇join https://t.me/Yaadadhugalageefadhu


Get married.. Life without marriage is meaningless

Like walking alone in the desert

In the end, he neither attains good nor does he taste the flavor of life.

So leave pessimism and stay away from it, and do not pay attention to the nonsense of the seducers, and complete half of your religion, my friend.

Doha of Literature and Poetry

And take advice from trustworthy people.👇👇👇

https://t.me/Yaadadhugalageefadhu


Dandeettiin deebi kennuu keessaa waan jiru namatti fakkaata garuu umni guddaan cali'isuufi tufachuu keessa jira👇
Join https://t.me/Yaadadhugalageefadhu


ጠላቶችህ ሶስት ናቸው፡ ጠላትህ፣ የጠላትህ ወዳጅ እና የወዳጅህ ጠላት።
👇👇👇
https://t.me/Yaadadhugalageefadhu


Biyyi duuniyaan kun akka nama rafee manaama keessaa jiruuti ykn akka nama qabbana mukaa waii argatee itti goree qabaneefateet namni qalbii qabu kanaan hin gowwomfamu
✅hasanul basari✅jechoota beekumsa irra argattanif
Link
https://t.me/atis_nidandeessa19 join godha


Forward from: ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Utuu lammiin kiyya
Nagaa dhabee aaduu
Rakkoon lakkuu taatee
Jireenya isaa waaduu

Utuu haati hiyyeessaa
Akka malee cabduu
Qe'eedhaaf qabeenyaa
Ijoolleeshees dhabduu
~
Utuu Sabni nagaan
Rasaasaan waadamuu
Kolfi naan hin jedhiin
Kolfuun hin yaadamuu!
SALAALEE KOO 😭😭


✍️ Duguuggaa sanyii Beytal-Maqdasiin/qudsiin keessatti Bara 1099 (faranjii) keessa argame keessatti….Ummanni kiristaanaa ykn crusaders muslimtoota achi keessa jiraatan hunda ajjeesanii fixan.
Bara kana keessa mislimtoota meeqa bakka sanatti duguugan beektuu___?


Muslimtoota kuma 100 lafarraa duguugan….
Akka jaraatiif osoon taane akka Rabbiitiif jirra….!!

Share👇🏻

https://t.me/atis_nidandeessa19


‏﴿ فَقُلْتُ اسْتَغْفِرُوا رَبَّكُمْ إِنَّهُ كَانَ غَفَّارًا يُرْسِلِ السَّمَاءَ عَلَيْكُم مِّدْرَارًا وَيُمْدِدْكُم بِأَمْوَالٍ وَبَنِينَ وَيَجْعَل لَّكُمْ جَنَّاتٍ وَيَجْعَل لَّكُمْ أَنْهَارًا ﴾
‏﴿ فَقُلْتُ اسْتَغْفِرُوا رَبَّكُمْ إِنَّهُ كَانَ غَفَّارًا يُرْسِلِ السَّمَاءَ عَلَيْكُم مِّدْرَارًا وَيُمْدِدْكُم بِأَمْوَالٍ وَبَنِينَ وَيَجْعَل لَّكُمْ جَنَّاتٍ وَيَجْعَل لَّكُمْ أَنْهَارًا ﴾

لَا تُفكِّر كَثيرَاً، وَلكِن استَغفِر كَثيرَاً ..
فَإنَّ اللّٰهَ يَفتَحُ بِالإستِغفَار أبَوابَاً لَا تُفتَحُ بِالتَفكِير!

#تأملات_قرآنية

Baay'ee hin yaadin, yeroo baay'ee dhiifama gaafadhu malee.. rabbiin balbala dhiifama yaaduudhaan banamuu hin dandeenye barbaaduudhaan bana! #Qur'aana_yaada


Sinbiroon tokko jirti Kan guyyaa jimaataa hin barariinee sinbirroon sun maqaansii maal?


Deebii 2ffaan
 جواب من ولد قبل أبيه وتوفي قبل امه ودفن في بطن جدته هو هابيل وذلك حيث ولد هابيل قبل أبيه آدم والذي هو لم يولد من رحم امرأة وقد توفى هابيل قبل أمه وقد ولد ودفن في بطن جدته وهو عندما تم دفنه في التراب وعودته مرة أخرة إليه وهو من 


Ittii yaaduu qofa barbaadaa
Ammaas
1.waantaa rabbiin haraam jedhee dubbatee qur'ana keessaattii wantii sun Amma duraa kan hin hojatamne siichittillee Kan hojatamuu hin dandeenyee maalii?
Rabbiin haaraam jedheera


Deebiin inni
1ffaan qur'ana qur'annii uumama miti jecha rabbitii akkaa ammaa jiru kanattii Kan walitti qabee barresse usmaan boodaa rasullii duee jechuudha kana akka Amma kanati nuti argee male...


Gaffiii kana Kan dafee deebise badhaasa qaba
1.wantii tokko Kan rabbiin hin uumnee Kan namnillen hin tolchinee Kan nullee argine nabbinkenya SWA hin arginee maali
2.kan abbaa dura dhalatee hadhaa dura duee garaa akkoosaa kessattii awalamee eenyuu?


🏷️| أفضل صِيغ الصلاة على النّبي ﷺ:
‏--------‏--------‏--------‏--------‏-


╭┈─────── ೄྀ࿐ ˊˎ-
╰┈➤  @qweray   🌸🍃] ❞


Kan qabu qabatee......


አንዳንድ ሰዎች እርስዎን ይጎዳሉ እና ከዚያ እርስዎ እንደጎዳቸው እርምጃ ይወስዳሉ
Namoonni tokko simiidhani eegasimmo akka ati isaan miitetti sochii taasisu


የሚያደርገው ነገር እየጎዳህ እንደሆነ የሚያውቅ እና አሁንም የሚያደርገውን ሰው አትወቅስ!


Video is unavailable for watching
Show in Telegram




#Gammachuu....

✍ Wanti guddaan gammachuu barbaannutti gahuu nu dhoorke... gammachuu guddoo eeguudha....!!
Waanuma qabdutti gammadi..

20 last posts shown.