UNITY FOR EXCELLENCE


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


I created this group to share miscellaneous stories which are very efficacious.
For all our members if u have any question as well as comments contact us via our link which is named as @Babukki or @abdimerga

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter






Forward from: BORIFAN MEDIA
Itoophiyaatti lakkoofsi namoota Covid-19n qabamanii 655 gahe
*****
Itoophiyaan sa'aa 24 dabre keessa namoota 2844f qorannoo Koroonaavaayiras kan taasiste yogguu tahu, namoota 73 irratti vaayirasichi argamuu Ministirri Fayyaa biyyattii Dr. Liyaa Taaddasaa beeksisan.
Guyyaa dheengaddaa namoota 61, kaleessa ammoo lakkoofsi olaanaa 88 galmaa'eera.
Namoota qabamuun isaanii mirkanaa'e keessaa 49 dhiiroota yommuu tahan, 24 ammoo dubartoota.
Kanneen keessaa 27 kan tahan seenaa imala biyya alaa kan qaban yoo tahu, 15 ammoo namoota amma dura qabamuun isaanii mirkanaa'e waliin tuttuqqaa kan qaban tahuu, ragaan ministeerichaa ni mul'isa.
Namoonni 31 garuu seenaa imala biyya alaa kan hinqabneefi namoota qaban waliinis tuttuqqaa kan hinqabnedha jedhameera.
Namoonni qabamuun isaanii mirkanaa;e keessaa 56 Finfinneerraa, saddeet naannoo Somaalee, afur naannoo Tigraay, lama naannoo Amaaraa fi sadi ammoo konkolaachistoota fee'umsaa daangaa ce'anii galanidha.
Kanaanis lakkoofsi namoota waliigalaa biyyattiitti Covid-19n qabamaniis 655 taheera.
Biyyattii keessa guyyaadhaa guyyaatti lakkoofsi namoota amma dura qabaman waliin tuttuqqaa qabaachuun isaanii hin baramnee daran dabalaa jira. Kunis akka ogeeyyiin fayyaa jedhanittti tatamsa'inna hawaasa keessaa (community transmission) kan jedhamudha.
Gama biraatiin, sa'aatii 24 dabre keessa namoonni torba (afur naannoo Kibbaa, lama Tigraay fi namni tokko Finfinneerraa vaayirasicharraa bayyanachuus beekameera - waliigalattis namoonni 159 Covid-19 irraa bayyanataniiru.
Biyyattiin haga ammaa namoota 83, 854 qorannoo Covid-19 taasiftee jirti.

https://scontent-amt2-1.xx.fbcdn.net/v/t1.0-9/s851x315/99298072_1453740588131810_5323128517578194944_o.png?_nc_cat=108&_nc_sid=2d5d41&efg=eyJpIjoiYiJ9&_nc_ohc=noungUnsNb4AX9SfmOy&_nc_ht=scontent-amt2-1.xx&oh=7e5c57325328efa850e86749bf84f0af&oe=5EEFCC98


Forward from: BORIFAN MEDIA
#BREAKING_NEWS
#COVID19Ethiopia
Caamsaa 14(May 22)

#ETHIOPIA |Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 3645 gaggeeffameen namni dabalataan 61 vaayirasichi irratti argamee jira.

Lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii waliigalaan 490 gahee jira.

Dr Liyaa Taaddasaatin
@ https://telegram.me/borifmedianetwork


Forward from: Abdi Merga
New Afan Oromo short movies
Coming soon!


Forward from: Abdi Merga
New Afan Oromo short movies
Coming soon!


Forward from: Abdi Merga
New Afan Oromo short movies
Coming soon!


Forward from: Abdi Merga
New Afan Oromo short movies
Coming soon!


Forward from: Abdi Merga
Afan Oromo short movies
Coming soon!


Forward from: Abdi Merga
New Afan Oromo short movies
Coming soon!


Forward from: Abdi Merga
New Afan Oromo short movies
Coming soon!


Forward from: Abdi Merga
New Afan Oromo short movies
Coming soon!


Forward from: Abdi Merga
New Afan Oromo short movies
Coming soon!


Forward from: BORIFAN MEDIA
#Borifmedia

Qorumsaa biyyaalessaa kutaa 12ffaa!

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara 2012 kennamuuf ture hireen isaa maal akka ta'u irratti ministeerri barnoota murtoo dabarsuuf jira.

Murtoon qormaanni haa keennamu ykn bara itti aanutti haa darbuu jedhu guyyoota 15 dhufan keessatti kan deebi'u ta'uu ministeerri barnoota beeksisee jira.

Yeroo ulfaataa fi labsii hatattamaa wal-gahuun dhorkaa ta'ee kanaan wal qabaate barattoonni osoo qophii ta'aniyyuu haala kamiin qorumsaa qoramuu gaffin jedhu deebii dhabuu isaa ministeerri barnoota himeera.

@ https://telegram.me/borifmedianetwork


Forward from: BORIFAN MEDIA
Qorannoo dhi'eenya kana Astiiroonomistoonni baasa irratti hunda'uun Mee qubee jalqabaa nama jaallattanii galchuun carraa siniif bahu ilaalaa..........




Forward from: BORIFAN MEDIA
Qorannoo dhi'eenya kana Astiiroonomistoonni baasa irratti hunda'uun Mee qubee jalqabaa nama jaallattanii galchuun carraa siniif bahu ilaalaa..........







20 last posts shown.

168

subscribers
Channel statistics