HIR'INA DHIIGAA (ANEMIA)
Hir'ina dhiigaa jechuun yoo dhiigni diimaan qaama keenya keessatti argamu haga barbaachisuu irraa gadi bu'u jechuudha.
MALLATTOO
1. Dadhabbii, afuurri cituu, harkii fi miilli
dilallaa'uu.
2. Mataa dhukkubbii lafti namaan maruu,
waa yaadachuu dadhabuu.
3. Dha'annaan onnee oduma taa'anii akka
nama fiiguu namatti dhaa'amuu
4. Gurra keessaa namatti iyyuu, dhamdhamni nyaata namatti jijjiiramuu fi kkf.
KA'UMSA
1. Dhiiguu (kanneen akka dahumsaa, marsaa laguu, balaa tasaa, kintaarootii fi kkf.)
2. Hir'ina viitamin B.
3. Hir'ina elementii ayirenii (Iron)
4. Dhukkuba garaachaa
5. Raammoo garaa (hook worm)
6. Dhukkuba busaa (malaria)
7. Dhukkuba kalee yoo baayyee namarra ture.
8. Dhukkuboota lafee (bakka itti dhiigni
oomishamu) miidhan.
9. Dhukkubootni biroo kan yeroo dheeraaf
namarra turan illee hir'ina dhiigaa ni fidu.
NYAATA KAM NYAANNEE OF WAL'AANNAA?
1. Hundee diimaa.
2. Timaatimaa fi loomii.
3. Tiruu beeyladootaa.
4. Kuduraalee fi muduraalee.
5. Damma fi Aannan.
6. Nyaata armaan olii kana yoo nyaannu
bunaa fi shayii waliin dhuguu hin qabnu.
Kunis xuuxamuu iron waan hir'isuuf.
Fayyaan Ta'aa!