Ji'a shan keessatti Tiraanisfoormariin soddoma hatame.
Dhaabbanni Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa, bara 2011 ti maallaqaa biiliyoona 10.1 walitti qabus ji'a shanii asitti Tiraanisfoormariin soddoma ol hatameera. Dhaabbatichi Ji'a Muddee dhufurraa eegalee taarifarratti fooyya'insa akka godhu Dayirektorri komishinera korporeetii tajaajilichaa beeksiseera. Dayirektorrichi, Obbo Melakuu Taayeen, gamaggama bara 2011 fi karoora bara 2012 irratti ibsa yeroo kenna akka jedhanitti: bara baajetichaatti gurguttaa anniisaa, gurgurtaa meeshaalee tajaajilaa fi herreegaa taa'umsaa irraa Qarshii biiliyoona 21.868 walitti qabuuf karoorsee biiliyoona 10.123 walitti qabeera.
https://t.me/tikvahethAFAANOROMOO