Gadaa Bank S.C.


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


Gadaa Bank Is new Generation Bank.

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Ibsa Gaddaa
..................
Baankii Gadaa, boqachuu Odaa Aartii Oromoo, Dr. kabajaa Artist Ali Birraa, gadda itti dhaga'ame ibsaa, Maatii, Firoottan,dinqisifattootaa fi Ummata Oromoo maraaf jajjabina hawwa.

Baankii Gadaa
Baankii Dhaloota Haaraa!

የሀዘን መግለጫ
-------------
ገዳ ባንክ በአንጋፋው አርቲስት ክቡር ዶክተር አሊ ቢራ ህልፈተ ህይወት የተሰማውን ጥልቅ ሀዘን እየገለፀ ለመላው አድናቂዎቹ፣ ለወዳጅ ዘመዶቹ እና ለቤተሰቦቹ እንድሁም ለመላው የኦሮሞ ህዝብ መፅናናትን ይመኛል፡፡

ገዳ ባንክ
የአዲሱ ትውልድ ባንክ!


Baankii Gadaa gita hojii Diwwaa kanaa olitti eeraman irratti Dorgomtoota Ulaagaa guutan dorgomsiisee qacaruu barbaada. Kanaafuu dorgomtootni ulaagaa barbaachisu hundaa guuttan karaa website fi iimeelaa beeksisa irratti ibsameen yeroo kenname keessatti galmaayu dandeessu.

ገዳ ባንክ ከዚህ በላይ በተዘረዘሩ የሥራ መደቦች ላይ አመልካቾችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።
መስፈርቱን የምታሟሉ አመልካቾች በተቀመጣው የግዜ ገደብ ውስጥ መመዝገብ ትችላላችሁ።

Gadaa Bank would like to invite interested and qualified applicants to fill the following vacant positions. Interested applicants who only fulfill the set requirements are invited to apply via Gadaa Bank website and E-mail- provided within the set deadline.
For more Information
Follow our Facebook page፡ https://www.facebook.com/gadaabanksc


Baga Booqaa Birraatti Baatanii Kabaja Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee Nagaan Geessan!

#Baankii_Gadaa
#Baankii_Dhaloota_Haaraa!

እንኳን ለሆረ ፊንፊኔ እሬቻ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

ገዳ ባንክ!
የአዲሱ ትውልድ ባንክ!

Follow our facebook page: https://www.facebook.com/gadaabanksc


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Baga Booqaa Birraatti Baatanii Ayyana Masqalaa fi Torbaan Ayyaana Irreechaa Nagaan Geessan!

#Baankii_Gadaa
#Baankii_Dhaloota_Haaraa!

እንኳን ለመስቀል እና ለእሬቻ ሳምንት በሰላም አደረሳችሁ።
ገዳ ባንክ!
የአዲሱ ትውልድ ባንክ!

Join our Telegram : https://t.me/GB4All

Follow our facebook page: https://www.facebook.com/gadaabanksc


Baga Ayyaana Masqalaa Nagaan Geessan!

#Baankii_Gadaa
#Baankii_Dhaloota_Haaraa!

እንኳን ለብርሃነ መስቀሉ በሰላም አደረሳችሁ።
ገዳ ባንክ!
የአዲሱ ትውልድ ባንክ!

Happy Finding True Cross!

#Gadaa_Bank
#New_Generation's_Bank


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Bara Haaraatti
Baankii Dhaloota Haaraa waliin haa hojjannuu!
Baankii_Gadaa
#Baankii_Dhaloota_Haaraa!
በአዲሱ ዓመት
የአዲሱ ትውልድ ባንክ ጋር እንስራ።
ገዳ ባንክ!
የአዲሱ ትውልድ ባንክ !

#Gadaa_Bank
#New_Generation's_Bank


Baga bacaqii Gannaa irraa gara booqaa Birraattii baatan!

Baankiin Gadaa Barri haraan, Kan Nagaa, Kan Milkaa'inaa fi kan Jaalalaa akka isiniif ta’u hawwa.

Join our Telegram : https://t.me/GB4All

Follow our facebook page: https://www.facebook.com/gadaabanksc

#BaankiiGadaa
#Baankii #DhalootaHaaraa!

🌼 Ayyaana 🌼 Gaarii!!🌼


እንኳን ለአዲሱ 2015 ዓ.ም በሰላም አደረሳችሁ!

ገዳ ባንክ ፤ አዲሱ አመት የሰላም፣የስኬት እና የፍቅር ዘመን እንዲሆንላችሁ ይመኛል!

መልካም በዓል!
ገዳ ባንክ
የአድሱ ትውልድ ባንክ!

🌼 መልካም 🌼 አዲስ ዓመት!🌼


Manajiimeentii fi Hojjattootni Baankii Gadaa Jala Bultii Ayyaana Bara Haaraa 2015 Waajjira Baankii Gadaati Kabajan.
Sagantaa Kana irratti Hojiigaggeessaan Ol'aanaa Baankii Gadaa Obbo Waldee Bultoo baga Jala bultii Ayyaana bara haaraa geessaan jechuun, Hojjattootni Baankii Gadaa bara haaraa kanatti ga'uumsa ol'aanaa fi teeknooloojii haaraatti fayyadamuun maamiltoota fi qooda fudhattoota baankichaa akka tajaajilan dhamsa dabarsanii jiru.

#BaankiiGadaa! #BaankiiDhalootaHaaraa!

Telegiram Chaayinaalii: https://t.me/GB4All
Fuula Feesbuukii: https://www.facebook.com/gadaabanksc
Weebsaayitii: https://gadaabank.com.et

የገዳ ባንክ ማናጅመንት እና ሰራተኞች የአዲሱ 2015 ዋዜማ በገዳ ባንክ ዋና መስሪያ ቤት አክብረዋል። ።

ይህን ፕሮግራም ላይ የገዳ ባንክ ዋና ስራ አስፈፃሚ አቶ ወልዴ ቡልቶ እንኳን ለአዲሱ ዓመት ዋዜማ በሠላም አደረሳችሁ መልክት በማስተላለፍ ፤ በአዲሱ ዓመት የገዳ ባንክ ሰራተኞች በላቀ ክህሎትና ዘመናዊ ቴክኖሎጂ በመጠቀም የባንኩን ደንበኞች እና ባለድርሻ አካላት ቀልጣፋ አገልግሎት እንድሰጡ መልክት አስተላለፉ።

#ገዳ ባንክ! #የአድሱ ትውልድ ባንክ!






OBN Media News Coverage for Gadaa Bank Seedlings plantation.








Baankii Gadaa gita hojii kanaa gaditti eeraman irratti namoota dorgomsiisee qacaruu barbaada. Ulaagaalee bakka hojii banaa kan guutuu fi feedhii guutuu kan qabdan guyyaa jedhame
keessatti iyyata fi ibsa dhuunfaa (CV), ragoolee baruumsaa, leenjii fi muuxannoo jiran wal
qabsiiftanii karaa gadaabank22@gmail.com akka ergitan afferramtaniittu. ገዳ ባንክ ከዚህ በታች በተዘረዘሩ የሥራ መደቦች ላይ አመልካቾችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል። ክፍት የሥራ መደቦች የሚታሟሉ እና ፍላጎት ያላቸው በተቀመጠው ጊዜ ገደብ ውስጥ የሥራ ማመልከቻ፤ CV፤የትምህርትና ስልጠና ማስረጃዎች፤ የስራ ልምድ ማስረጃ በመያያዝ gadaabank22@gmail.com እንዲትልኩ ተጋቢዛቸዋል፡፡ Gadaa Bank would like to invite interested and qualified applicants to fill the following vacant positions. Interested applicants who only fulfill the set requirements are invited to apply via email address gadaabank22@gmail.com within the set deadline.
• Scanned application, CV along with complete set of credential documents & work
experience shall be attached to the email address ቴሌግራም፡ https://t.me/GB4All
ፌሥቡክ፡ https://www.facebook.com/gadaabanksc


EVA No. 0042022.pdf
165.3Kb
Baankii Gadaa gita hojii kanaa gaditti eeraman irratti namoota dorgomsiisee qacaruu barbaada. Kanaafuu dorgomtootni ulaagaa barbaachisu hundaa guuttan karaa iimeelaa beeksisa irratti ibsameen yeroo kenname keessatti galmaayu dandeessu.

ገዳ ባንክ ከዚህ በታች በተዘረዘሩ የሥራ መደቦች ላይ አመልካቾችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።
መስፈርቱን የምታሟሉ አመልካቾች በተቀመጣው የግዜ ገደብ ውስጥ መመዝገብ ትችላላችሁ።

Gadaa Bank would like to invite interested and qualified applicants to fill the following vacant positions. Interested applicants who only fulfill the set requirements are invited to apply via E-mail- provided within the set deadline. ቴሌግራም፡ https://t.me/GB4All
ፌሥቡክ፡ https://www.facebook.com/gadaabanksc


Baankii Gadaa gita hojii duwwaa Muuxannoo gaafatu waxabajjii 15, 2014tti Gaazeexaa Riipoorteraa irraatti baasuun isaa ni beekama. Odeeffannoo namoota iyyaannoo hojii galfachuuf barbaadan irraa arganneen Email dhimma kanaf banamee (gadaabankapr2022vacmgt@gmail.com) yeroo ammaa iyyaannoo hojii fudhachaa akka hin jirre hubanne jira.

Kanaafuu Namootni gita hojii duwwaa bahe irratti iyyaannoo hojii galfachuu barbaaddan
iyyaanno hojii (Application latter and CV), Ragaalee barnootaa fi muuxannoo hojii keessan karaa
email: gadaabank@gmail.com
irratti erguu akka dandeessan isin beeksisna.

Hubachiisa: Iyyaannoo hojii galchuun kan danda'amu gita hojii waxabajjii 15/2014tti Gaazexaa Riipoorteraa irratti bahee fi muuxannoo hojii gaafatu qofa ta'uu isin beeksisna.

ውድ የገዳ ባንክ አ.ማ. የስራ አመልካቾች፡- ሰኔ 15/2014 ዓ .ም ሪፖርተር ጋዜጣ ላይ የወጣውን ክፍት የስራ መደቦች ላይ ለመመልከት የተለጠፈው ኢሜል (gadaabankapr2022vacmgt@gmail.com) የአመልካቾችን ማስረጃ እየተቀበለ አለመሆኑን ስለተረዳን አሁን ሲቪ (CV) እንዲሁም ሌሎች ትምህርት ማስረጃዎቻችሁን በኢሜል አድራሻችን gadaabank@gmail.com መላክ የምትችሉ መሆኑን እንገልፃለን፡፡

ማሳሰቢያ ፦ የምታመለክቱበት የስራ መደቦች በሰኔ 15/2014 ዓ .ም ሪፖርተር ጋዜጣ ላይ የወጣውን ክፍት የስራ መደብ ላይ ብቻ መሆኑን እንገልፃለን።


2. Gadaa External vacancy - 03 - 2022-converted.pdf
143.4Kb
Baankii Gadaa gita hojii kanaa gaditti eeraman irratti namoota dorgomsiisee qacaruu barbaada. Kanaafuu dorgomtootni ulaagaa barbaachisu hundaa guuttan karaa iimeelaa beeksisa irratti ibsameen yeroo kenname keessatti galmaayu dandeessu.

ገዳ ባንክ ከዚህ በታች በተዘረዘሩ የሥራ መደቦች ላይ አመልካቾችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል።
መስፈርቱን የምታሟሉ አመልካቾች በተቀመጣው የግዜ ገደብ ውስጥ መመዝገብ ትችላላችሁ።

Gadaa Bank would like to invite interested and qualified applicants to fill the following vacant positions. Interested applicants who only fulfill the set requirements are invited to apply via E-mail- provided within the set deadline.

Join our telegram ፡ https://t.me/GB4All


Abbootiin Aksiyoona kanaan dura kaffaltii aksiyoonaa guutuu hin rawwatne, kaffaltii isin irratti hafe Lakkoofsa herreegaa haaraa maqaa baankii Gadaatin banaman kanneen irratti akka galii taasistan kabajaan isin gaafanna. Baankii Daldala Itoophiyaa: 1000478347786. Baankii Oromiya:1204275000003, Baankii Awaash: 01302225463102, Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa:1011700116196.
Baankii Gadaa
Baankii Dhaloota Haaraa!
ቀሪ የአክስዮን ክፍያ ከፍላችሁ ያልጨረሳችሁ የገዳ ባንክ ባለአክስዮኖች፤ ቀሪ የአክስዮኖን ክፍያ ከዝህ በታች በተጠቀሱት በገዳ ባንክ ስም የተከፈቱት የሂሰብ ቁጥሮች ላይ ገቢ እንድያደርጉ በአክብሮት እንጠይቃለን፡፡ በኢትዮጵያ ንግድ ባንክ፤1000478347786 በኦሮሚያ ባንክ፡ 1204275000003 በአዋሽ ባንክ: 01302225463102 በኦሮሚያ ህብረት ስራ ባንክ፡ 1011700116196
ገዳ ባንክ
የአዲሱ ትዉልድ ባንክ!

19 last posts shown.

6 606

subscribers
Channel statistics