Gingilchaa Dhugaa:
Aayata Ijoolleen Kiristaanotaa irratti Dabsanii waan inni hin jenne akkas jedha jedhanii dabsan keessaa tokko Suuraa Zukruuf 43:61 dha.
Suuraa Zukrur irratti Yesus Ani karaadhaa na hordofaa jedheera jedhanii dabsanii irratti kijibu Sila Yesuus Aleyhissalaam akkasii jedhee jiraa kan jedhu Wajjiin haa laalluu Mee
Az-Zukhruf الزخرف 43:59
إِنْ هُوَ إِلَّا عَبْدٌ أَنْعَمْنَا عَلَيْهِ وَجَعَلْنَاهُ مَثَلًا لِّبَنِي
إِسْرَائِيلَ
60
Dhugumatti, Inni (Iisaan) gabricha Nuti isa irratti tola oollee, Ilmaan Israa’iliif fakkeenya isa taasifne malee waan biraa miti.Malee Rabbi hin taane inni
وَلَوْ نَشَاءُ لَجَعَلْنَا مِنكُم مَّلَائِكَةً فِي الْأَرْضِ يَخْلُفُونَ
Odoo feenee maleeykota isin irraa bakka bu’an dachii keessa goona turre.
61
وَإِنَّهُ لَعِلْمٌ لِّلسَّاعَةِ فَلَا تَمْتَرُنَّ بِهَا وَاتَّبِعُونِ ۚ هَٰذَا صِرَاطٌ مُّسْتَقِيمٌ
Inni Qiyaamaaf mallattoo dhaa, ishee hin shakkinaa; ana hordofaaKanatu karaa qajeelaadha.jedhiin yaa Muhaammad Aleyhissalaam
Tokkoffaa irrattii Qur'aanni kan irratti Bu'e Nab Muhaammadiin irratti Bu'e Malee Yesusi miti Rabbitu Nab Muhaammadiin Aleyhissalaam Samayii bu'uun Isaa Alaamaa ykn Mallattoo Qiyaamaan dhiyaatuut.odoo Qiyaamaan hin dhaabbanne, mikkenni hedduun argamuuf jiraata gara fuulduraatti,Sanirraa tokko Iisaan(Yesus) amma Samayii 2ffaa irra jiru gara dachii bu'uudha.
Akka Qiyaamaan dhuftu Hin Shakkinaa
Wanti ati Ummata keetiin jettu yaa Muhaammad Aleyhissalaam karaa Tokkichummaa Rabbii yaadu'utti ana hordofaa na jala deemaa jedhiin Jedha.
Az-Zukhruf الزخرف 43:62
وَلَا يَصُدَّنَّكُمُ الشَّيْطَانُ ۖ إِنَّهُ لَكُمْ عَدُوٌّ مُّبِينٌ
Sheyxaanni (dhugaa hordofuu irraa) akka isin hin dhorgineInni isiniif diina ifa ba’aadha.
63
وَلَمَّا جَاءَ عِيسَىٰ بِالْبَيِّنَاتِ قَالَ قَدْ جِئْتُكُم بِالْحِكْمَةِ وَلِأُبَيِّنَ لَكُم بَعْضَ الَّذِي تَخْتَلِفُونَ فِيهِ ۖ فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Iisaan yeroo ragaalee ifa ta’aniin dhufe, ni jedhe: “Dhugumatti, ani beekumsaanin isinitti dhufe; ammaas akkan garii waan isin keessatti wal dhabdanii isiniif ibsuufin (dhufe.) Rabbiin sodaa dhaa; anaafis ajajamaa.
64
إِنَّ اللَّهَ هُوَ رَبِّي وَرَبُّكُمْ فَاعْبُدُوهُ ۚ هَٰذَا صِرَاطٌ مُّسْتَقِيمٌ
Allaahn Isumatu Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessani Isa (qofa) gabbaraa; kanatu karaa qajeelaadha.
Yesuusis kan inni Uummata israa'ileen jedhe Rabbiin Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessanii isuma qofa gabbaraa jedhe
Al-Mā’idah المائدة 5:75
مَّا الْمَسِيحُ ابْنُ مَرْيَمَ إِلَّا رَسُولٌ قَدْ خَلَتْ مِن قَبْلِهِ الرُّسُلُ وَأُمُّهُ صِدِّيقَةٌ ۖ كَانَا يَأْكُلَانِ الطَّعَامَ ۗ انظُرْ كَيْفَ نُبَيِّنُ لَهُمُ الْآيَاتِ ثُمَّ انظُرْ أَنَّىٰ يُؤْفَكُونَ
Masiih Ilma Maryam ergamaa isa dura ergamoonni dabran malee homaa miti Haati isaas akkaan dhugoomsituudha Lamaanuu nyaata kan nyaatan turan Akkamitti akka keeyyattoota ifa isaaniif taasifnu ilaali Ergasiis akkamitti akka isaan (dhugaa irraa) garagalan ilaali.
Macaafa keessattis Yesus Gabricha Rabbiit
“Waaqayyo itti fufee, "Kunoo, garbichi koo inni ani ol ol qabu, inni ani fo'adhe, inni ani jaalladhu isa kana! Ani hafuura koo isaaf kenneera, inni firdii qajeelaa saba lafa irraatiif in baasa;”
— Isa. 42:1
Mat. 12
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁷ Kunis isa Isaayaas raajichaan dubbatame raawwachuudhaaf ta'e.
¹⁸ innis, "Ilaa hojjetaa koo isa ani fo'adhe,isa jaallatamaa kan koo tii,isa lubbuun koo itti gammade;hafuura koo isa irra nan bulcha,inni saba hundumaaf firdii qajeelaa in labsa.
Hojjataa Waaqayyoo jechuun Gabricha Jechuudha Yesus Hojjataa Waaqayyooti.
“Isin, Yesusin Philaaxositti dabarsitanii laattan; yeroo inni isa gad dhiisuuf murtoo godhettis, fuula yaa'ii isaa dura dhaabattanii isa gantan; Waaqayyo inni kan Abrahaam kan Yisihaq kan Yaaqoobis, Waaqayyo abaabilii keenyaa, garuu hojjetaa isaa kana ol ol qabeera.”
— HoE. 3:13
Iddoo hedduttti Yesus Gabricha Waaqayyoo Hojjataa Waaqayyo akka tahe dubbata kanaafuu Yesus Gabricha Rabbiit Malee Waaqayyoo miti
Mar. 12
…
²⁹ Yesus deebisee, "Inni hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha.