LAALOO MIIDIYAA


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


LMN_Oduu - Afaan oromoo
@LAALOO_MIIDIYAA irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Oromiyaa, Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa!
Argachuuf👉 @LAALOO_MIIDIYAA

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


🌟Namonni Channel Kessaan 📣wave📣Galfachuun Yeroo Muraasa kessatti Guddifachuu Warreen Barbaddaanif

💦☞ @babi_52B Na Dubbisaa

    ➕Kanneen Subscribers
               📈📈📈

🌟Above   ✔️   1k+
Subscriber

🌟 Above  ✔️    2k+
Subscriber

🌟Above   ✔️    3k+
Subscriber

⭐ Above ✔️ 4k+
Subscriber

⭐ Above ✔️ 5k+
Subscriber

⭐ Above ✔️ 10k+
Subscriber

⭐ Above ✔️ 15k+
Subscriber

⭐ Above ✔️ 20k+
Subscribers

⚠️HUB.Channel views in qabne In fidinaa❌

  Na Dubbisuf 🤭⏭️ @babi_52B
  Na Dubbisuf 🤭⏭️ @babi_52B


''Injifannoo ajaa'ibaa argadheera,'' jedhan Doonaald Tiraamp.

Kaadhimamaa paartii Rippabilikaan Traamp walgayii Filooriidaatti geggeeffameen deeggartoota isaaniif injifannoo isaanii beeksisaniiru.

Tiraamp kun bara warqee Ameerikaa ta'a jedhan.

"Kun ummata Ameerikaatif injifannoo guddaadha. Ameerikaa ammas guddittii akka goonu nu dandeessisa," jedhan.


#Oduu_Ammee

Doonaald Tiraamp Pirezidaantii Ameerikaa ta’uun injifatan!


Filannoo America bara kana eenyuutu mo'a jettuu badhaasa kaardii 50,25,15 tu qophaa'ee jira!

Gaaffiin kan jiru FB linki'n isaa armaan gaditti qoodame irratti tilmaamaa!

https://www.facebook.com/100043556612382/posts/pfbid036aAmCP8iRXKStuF4EL5kY9twavwFsMYmDLjcnoRGQzgVgwUEHMuvJnxyaBKrTtqDl/?app=fbl


Oduu: #Naqamteetti namoota gudeeddii dubartoota lamaan shakkaman jaha to’ataman

Namoota tibbana magaalaa Naqamteetti shamarran lama walcinaatti gareedhaan gudeeduufi yakkicha viidiyoo waraabanii miidiyaa hawaasummaa irratti qooduu keessa harka qabaachuun shakkaman jaha to’ataman.

Yakka gudeeddii kana kan raawwatan lamaan keessaa tokko Lalisaa Dirribaa kan jedhamuu fi dargaggoonni viidiyoo waraabuun miidiyaa hawaasummaa irratti qoodan shan to’annoo jala ooluu ibsameera.

Waajjira dhimma dubartootaa fi daa’immanii magaala Naqamteetti ogeettii seeraa kan ta’an Aadde Shawaayyee Didhaa BBC’tti akka himanitti, shakkamtoonni kunneen Roobii ganama to’annaa jala oolan.

Haata’u malee, “shakkamaan gudeeddii kana raawwate fi maqaa Gammachuu yookan Maammee jedhamuun beekamu yeroodhaaf miliqee barbaadamaa jira,” jedhan.

Shakkamtoonni yakka kana keessatti qooda qabu jechuun to’ataman jahan Kamisa darbe mana murtiitti dhihaachuun yaanni irraa fuudhamuus himan.


‘Xiyyaarri #Itoophiyaa balaliidhaaf qilleensa #Eertiraa akka hin fayyadamne hin dhorkamne’ - Daandii Qilleensa Itoophiyaa

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa qilleensa Eertiraa irratti akka hin balaliine dhorkameera jedhamee odeeffannoon tamsa'aa jiru soba ta'uufi ammallee balalii idileef qilleesa Eertiraa fayyadamaa jiraachuu beeksise.

Daandiin qilleensichaa balaliidhaaf qilleensaa Eertiraa akka fayyadamu Abbaa Taayitaa Siviil Aviyeeshinii Eertiraa irraa hayyamni kan laatameef ta’uufi naannoo qilleensaa kana balalii idileef akka fayyadamaa jiru mirkaneesseera.

Haaluma kanaan dhimmicha ilaalchisee odeeffannoon marsaalee hawaasaa irratti naanna’aa jiru dogoggora ta’uu daandiin qilleensichi ibseera.


Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walgahii idilee gaggeessaa jira

Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa har'a bakka Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad argamanitti walga'ii idilee 3ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa gaggeessaa jira.

Walga’icha irratti ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasisan, bakka buutonni dhaabbilee idil addunyaa, abbootiin amantii fi hoggantoonni mootummaa argamaniiru.

Miseensonni mana marichaas MM Abiy Ahimadiif gaaffilee fi yaadaa garaa garaa dhiyeessaa jiru, deebiis laatamaa jira.

Gabaasni dabalataa qindaa'aati jira...


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
"Mootummaan dhimma hijaabaa fi niqaaba barattoota muslimaatiif furmaata dhaabbataa kennuuf maal gochaa jira?" Ustaaz Kaamil Shemsuu gaaffii Paarlaamaaf dhiyeessan!

Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa 6ffaa gaggeeffamaa jira. Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahmadiif gaaffileen dhiyaachaa kan jiran yoo ta'u, isaan keessaa miseensi mana marichaa Ustaaz Kaamiil Shamsuu waa'ee lammiilee sababa niqaabaa fi hijaaba isaaniitiin barnootaa fi hojii irraa ari’amanii ilaalchisee gaaffii dhiheessaniiru.

Gaaffii isaanii keessattis, "Dhimmoota mootummaan irratti xiyyeeffate keessaa tokko sirna hunda hammate ijaaruudha, garuu ammallee dhaabbileen tokko tokko uffannaa isaanii irratti hundaa'uun lammiilee barnootaa fi hojii irraa bifa heera mootummaa faallessuun ari’aa jiru" jedhan.

Barattoonni sababa niqaabaatiin mana barumsaa irraa ari’aman ni jiru, kana malee barattoonni waggoota lamaa oliif mana barumsaa irraa hafanii taa’aa jiran kutaalee biyyattii adda addaa keessatti ni jiru. Kunis sirna hunda hammataa biyyi keenya abju’attu gaaffii keessa galcha, mootummaan dhimma kana dhaabbataadhaan furuuf maal hojjechaa jira jedhanii gaafataniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡


Forward from: Addis Standard Afaan Oromoo
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walgahii idilee gaggeessaa jira

Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa har'a bakka Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad argamanitti walga'ii idilee 3ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa gaggeessaa jira.

Walga’icha irratti ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasisan, bakka buutonni dhaabbilee idil addunyaa, abbootiin amantii fi hoggantoonni mootummaa argamaniiru.

Miseensonni mana marichaas MM Abiy Ahimadiif gaaffilee fi yaadaa garaa garaa dhiyeessaa jiru, deebiis laatamaa jira.

Gabaasni dabalataa qindaa'aati jira...


Har'a Galgala Gaafi badhaasa Qarshii Gudda Qabu wan jiruf Atis Carra ke Yaali badhaafami Channal asi Gad jiru Join Godhi hirmaadhu Dafi


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
😱😱Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardi Mobayila Abba 100 qophaheera Dafa amuma join godha👊

Dafaa nama 20 qofa Dafi Atis🫵


Shamarree lama irratti gudeeddii gareedhaan raawwatame - Taatee Naqamteetti raawwate

Viidiyoon shamarran lama wal-cinaa dhiirotaan gareedhaan gudeedamanii mul’isu miidiyaa hawaasummaa irratti qoodameera. Namoonni hedduun gochaa suukanneessaa kana irratti dallansoo agarsiisaniiru.

Poolisiin magaalaa Naqamtee akka mirkaneessetti taatee kun ALI, Fulbaana 7, 2017tti raawwatame. Shakkamtoonni lama barbaadamaa jiru, kaan immoo too’annoo jala oolfamaniiru

Taatee sukaneessaa fi safuu cabsu kun, miidhaa miiraa, qaamaa fi sammuun akkasumas maqa balleessii cimaa kan geessisu yeroo ta’u tarkaanfii jabaan fudhatamuu qaba.

@LAALOO_MIIDIYAA




Oduu: Waraqaan eenyummaa biyyaalessaa sanada imalaa balallii biyya keessaaf akka tajaajilu taasifame

Waraqaan eenyummaa biyyaalessaa balallii biyya keessaaf sanada imala ta’ee akka tajaajilu waliigalteen mallattaa'e.

Waliigalteen kuni Daandiin Qilleensaa #Itoophiyaa fi Sagantaa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa gidduutti mallattaa’e.

Dhaabbileen lamaan hojimaata isaanii qindeessuun Waraqaa Eenyummaa biyyaalessaa akka sanada imalaatti balallii biyya keessaaf fayyadamuuf waliigaluu ragaan Daandii Qilleensaa Itoophiyaa irraa aragme ni mul’isa.


😱Dafi amuma Join Godhi Qarshii 5000🤑 tokko badhafami Channal asi gad jiru join gochun lakkofsa tokko barreesi Qarshii 5000  badhafami nama 🙈10 qofatu badhaafama


Forward from: 😁𝑷𝒊𝒍𝒂𝒂𝒏𝒆𝒆𝒕𝒊𝒊 𝒌𝒐𝒍𝒇𝒂𝒂😂🤣
Akkaam jirtuu dawwatoota chanala Koo martii keessaan

Baga nagaa tataan
Haar'a immoo chanala 👉You Tube👈 waan isiiniif bannee jirraa akkaa demtanii subscribe gochuun nu jajabeessitaan isiin gaafannaa 🙏🙏

Chanala kana irraas
Tajajiila isiin argachuu dandeessan

✅ Barnoota App
✅ Free internet
✅ Akkasumaas editing garagaraa ni argattuu

Please 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Subscribe nuuf godhaa....

👇👇👇👇👇👇👇

https://www.youtube.com/@Sabaakooftube

👆👆👆👆👆👆👆👆


Balaa ibiddaa Dirree Dhawaafi Naannoo Somaalee Godina Siitii gidduutti mudateen yeroof sochiin baaburaa addaan citeera’- Injiinar Taakkalee Uumaa

Hojii raawwachiisaa olaanaan Daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutii Injinar Taakkalee Uumaa ergaa toora miidiyaa hawaasummaa isaaniitiin dabarsaniin balaa ibiddaa Dirree Dhawaafi Naannoo Somaalee Godina Siitii gidduutti mudateen yeroof sochiin baaburaa dhaabateera jedhan.

Tumsa cimaa Dhaabbanni Ittisa balaa ibiddaa Dirree Dhawaafi hoggansi Godina Shinillee hojjettoota buufatichaa waliin taasisaniin ibiddicha to’achuun akka danda’ames himaniiru.

Qaamolee tumsa cimaa taasisanis galateeffataniiru.

LAALOO MIIDIYAA


😱 Namoota online irra Jirtan Qofaf Badhasa Birr 1000 Namoota 5 Durse join Godhef Qopheesine jirra dafa Abba carra ta'a Iddo Add jedhu tuqun


Badhasni Balandorii Bara Kanaa Galgala Sa'atii 1:30 irrattii Kennama 💙🤍

Tamsaasa kallattii Akkata Balandorii Dawwachuuf Bakka LIVE Jedhuu Tuqaa 👇


Oduu: Kaffaltii mindaa harkifachuun barsiisonni naannoolee haaraa hundaaeeffaman keessa jiran gadadoo keessa jiraachuu himan

Barsiisonni manneen barnootaa naannolee haaraa hundeeffamanii Kaaba Itoophiyaa, Giddugaleessa Itoophiyaafi Kibba Lixa Itoophiyaa keessatti barsiisan mindaan irraa kutamaafi jalaa barfachuun walqabatee jireenyasaaniifi qulqullina baruufi barsiisuurratti dhiibbaa uumuu himatu.

Taateen kuni xiinsammuu barsiisotaarratti dhiibbaa uumuufi barsiisonni hedduun hojii humnaa kaffaltii gadiaanaadhaan hojjachuuf saaxilamuu himu.

20 last posts shown.