Waan Balaa Nurraa Fageessee Kheeyritti Nu Geessu
Wantoota gammachuu fi Rizqii fidan keessaa tokko, harka qalleeyyii gargaaruudha. Waanuma qabduun tirsitee isaanif if gad qabuudha.
Nama miidhame(Zallamame) cinaa dhaabbachulleen Rizqiin wal afaan nama fiddi. Hadiisatti ergamaan Rabbii Muhammadο·Ί akkana ja'an..
* ΩΩΩΩ ΨͺΩΩΩΨ΅ΩΨ±ΩΩΩΩ ΩΩΨͺΩΨ±ΩΨ²ΩΩΩΩΩΩ Ψ₯ΩΩΨ§ Ψ¨ΩΨΆΩΨΉΩΩΩΨ§Ψ¦ΩΩΩΩ Ω *
{Osoo laafaa keessan cinaa dhaabbachuu baattanii waan injifattanii fi sooramtan seetanii?}
Miskiinni harka nu biraa qaba. Kadhaa hiyyeessaatin balaan nurraa deebite guddoodha. Nagaya ummataafi biyya takkaafis isaan shora ol'aanaa taphatan. Rahmata waliif haa goonu! Wal haa jaalannu. Yoo nuti warri lafaa waliif tolle, warri samiitis nuuf tola.
https://t.me/Rafiiqul_Islaam