😂Kottaa kolfaa


Channel's geo and language: not specified, not specified
Category: not specified


😂Baga nagaan gara dirree😂
🤣kolfaa dhuftan🤣
━━━━━━⊱✿⊰━━━━━━
WELL COME
━━━━━━⊱✿⊰━━━━━━
🤣hiryoota keessaniif share godha!
😂Maatin as jiru hundiyyuu gammaduu qaba
@Kottaakolfaa
@kormee_b...quunnamaa

Related channels

Channel's geo and language
not specified, not specified
Category
not specified
Statistics
Posts filter


warra barana cidha ho'aan walfuudhan

Tolaa... bayyeen beela'e dadafimee waan nyaatamu naaf kenni... ta'uu baannan hoteela deemen nyaadha!

Lalisee... daqiiqaa 5 qofa na eegi!

Tolaa... dammako atti si'eettidham/ariifattuu) daqiiqaa 5 keessatti ni baastaa?

lalisee... lakkii uffata gedaradheen wajjin hoteela deemne nyaana


Ala ba'aatu taphadhaa

Xiyyaarri 1 Namoota machaa'an bayyii fa'ee utuu balali'aa jiruu
Namonni machaa'an bayyii jeequ... ni wacu... jara keessa macha'aan 1 paayileeti(pilot) bira dhaqee...xiyyaara balaliisisuu na barsiisi jedhe gaafata! Bayyii rakkisaan

Paayileticha... yoo namoota jeeqan hunda akkasaan callisan dhowwite jarri dhiisan sinbarsiisa jedhan...

Macha'ichi tole jedhee warra machaa'an bira dhaqe...
*
turee deebi'e jarris callisaniiru
Nabarsiisi amma jedheen...

Paayileeticha...Baayyii aja'ibeeni... mal jenaan siif callisani jedhee gafate??
.
.
.
Machaa'icha... balbala baneen gadi baha taphadhaa jedheen😜😂😂




Tolaadhaam kaaffee seenee waan dhugu yommuu ajaju ..
Tolaa... wanti dhugamu maaltu jira?
Keessummeessituu... Aannan ho'aafi aannan qabana'aa..
tolaa... qarshii meeqadha?
Keessummeessituu... ho'aa 1 inni qabana'aanimmoo birrii 2...
Tolaa.... ho'aa naafidi
Keessummeessituu... fiddeef
.
.
.
.
Tolaa... aluma sana utuma isheen dhaabattuu ariitidhaan dhuguu jalqabe
Keessummeessituu... ihii suutaa dhugi male...
Tolaa.... birrii 2 nakaffalchiisufii? Kottu hin nyaatta??

Join ♨️ @kottaakolfaa ♨️
👉share


Dhirsatu konkolaata isa konkolaachisaa naannoo baadiyyaa tokkotti harroota🐴 baayyii arga...
Hadha warraa isaatin ilaali firoottanke jedhaan... itti argisiisa ishee aarsuf

Haadha warraa... "firoomni keenya kara gaa'ilaatim" jetten
Dhirsooli isa callistanii hadha warraa keesanitti afaan bantan dhiisa hin dandeesani😜😜

Join♨️ @kottaakolfaa ♨️


Biyyaa keenya keessatti baratanii fixanii hojii barbaaduun dukkana limixii keessa.....

Aduree 🐈🐈gurraacha barbaadudha 😜
Dhugaadha 👍👍
Lakkii soba😂😂


Abbaa manaaf haadha manaatu waligaluu dadhabee wal-hiikuuf mana murtii dhaqan

abbaa murtii... wanta hunda hirattaniittu garuu ijoolleen keessan 👨‍👧‍👦3dha akkamitti hirattu?

... abbaa manaaf haati manaa erga yeroo dheeraa maryataniin booda,,,.. kabajamoo mana murtii kan irratti walii galle mucaa biraa daballee godhannee bara dhufu asitti hirachuuf wallii gallera beellama nuuf qabaa bara dhufutti deebi'uf walii galan*
*
*
*
*
*
ji'a(baatii) 9 booda 👨‍👧lakkuu deesse... ❤️yoom wal-hiiku laata??


Abbaa admin channel kanaa salphina isaa dubbisaame...

Taksii🚕 (taxi) keessattidha
iddoon taa'u dhabeen motorora ta'een namatti garagaleen taa'e...
Fuldurakoo intala bareedun tokko teesse jirti👩 isayyu irra deddeebitee na ilaalti anis yommuun ilaalu hin kolfiti😁 ammas irra deebitee seeqqatti😁
Eessatti akkan bekuun yaade yaade naaf dhufuu dide.....

Lakki ano silaa telegram irratti famous(beekamaadha) dhaho achitti na beekti jedheen yaade... kooruun jalqabe😎 isheen aluma sana waraj jettee ....

Yommuu konkolaata keessaa buutu gurra👂kootti siqxee abbaakoo ziipii surrii kee cufadhu hin jettu seetani...


Namtichi ragaadhaf wamamee abbaan murtii (daanyaa) gaffii gafachaani jira

Abbaa murtii... hardha asitti Maalif akka argamte natti himii?
Namticha... ollaankoo akka ajjeefame ragaa bahuuf
abbaa murtii... ollaankee yommuu ajjeefamu argiteettaa?
Namticha... hin argine garuu yommuu iyyu dhagaheera.
Abbaa murtii... dhagahuu qofaadhaan akkamiin ragaan dubbatamuu dandaha??
Namticha... duubatti 😂😂😂 gargalee kolfe namtichi
Abbaa murtii... maltu sikolfisiisare?
Namticha... yommuun an kolfu argitanittuu kabajamoo abbaa murtii?
Abbaa murtii... sidhagaan jira miti...
Namticha... dhagahuu qofaan akkamin dubatamuu dandahare?😜😜


Yaa dooktor akkamiin waggaa 100 ol jiraachuu danda'a?

Dr......🌱🌱 Ni qaamtaa?
namticha... lakki ani qaame hin beeku
Dr.... 🚬🚬ni xuuxxaa?
Namticha... hin xuuxu
Dr... 🍺🍻ni dhugdaamo?
Namticha... lakki ani hindhugu
Dr...👙👅😋 dubartii wajjin ciisuu bayyistaka?
Namticha... lakki ani waan akkasi hin beeku
.
.
.
Dr... maal abbaakeef waggaa 100 jiraachuu barbaadere???


Namichi 1 roobooti yoommuu namni sobu nama kabalu 👋 bitee yaliidhaaf mana fudhatee gale..ilma isaatin...

Abbaa... hardha maal hojjechaa oolte?
Ilma... hiryoota ko walii qayyabachaan oole

👋
👋 roobootiin kaballaa itti cufe mucaatti
ilma... baqaa fiilmii ilaalan ture
abbaa... fiilmii akkamii
ilma... adventure

👋 roobootiin kaballaa itti cufe mucaatti
Ilma... baqaa pornii ilaala ture
abbaa... he he he ani umurii kee kanara yoommuun ture waa'ee pornii hin beeku...

👋👋 roobootiin kaballaa itti cufe abbaattis
Haadha... kt kt kt itti hin faradin ilmi kees sitti baheetuum...

👋
roobootiin kaballaa itti cufe haadhattis
gudii dhufaa jira like 👍👍 godhi


Gaaf tokko ilmi ganamaan ka'ee

Ilma... abbaa" eda abjuu kootti utuu ati kophee 👞 naaf bittuun argee...


Abbaa... 💵 yoo amalakee sirreesitemmoo abjuukee boriitti surriin siif bita😜

Mee like👍👍 hin sasatinka tuqi


Bara kana sooressa machaa'e ta'uuf karoorfadhee

Sooromuun hafee macha'uun garu naaf milkaa'eera
😜😜😜😜


Gaafa jireenyi naaf gamtu mana qaalluu dhaqeen hireeko/carraako borii natti himi jedheen

Rakkinnike kun waggaa 15 qofaaf si rakkisa naan jedhe.....
waggaa 15 booda naaf darba jedheen keessa kootti gammachuudhan utaale.....isa boodahoo jedheen gaffe?
.
.
isa booda itti barta..... naan hin jedhu seetanii

Share fi Like👍 gochuu hin dagatin
join 😂@kottaakolfaa 😂


Tolaa fi kennaatu utuu dhuganii dhisisanii🍻🍺 dubartoota addaddaa wajjin bulu....

Ganama isaa halkanichi akkam ture jedhanii walgaafatu...?

Tolaa.... uuu isheeno hin taatu hadha manaako naaf wayya ture... keeho akkami?

Kennaa... isheen kootiis hin taatu... dhuguma hadha manaake wayya!

🏃🏃🏃🔪🔪dhugaa rabbii kennaa yoon si gadhiise

Meerreree 👍👍👍 hiryootake 10f share godhii😜😜
Join 🚹@kottaakolfaa 🚺


👻Diinake yommuu argitu seeqqadhu kolfi jabinake haabaru

😗Nama sigatee deeme yommuu argitu seeqqadhu kolfi waan gaabbuf

😍Nama jaallattu yommuu argitu seeqqadhu kolfi akkati jaallatu hubataa

😁Nama beektu yommuu argitu seeqqadhu kolfi nagaa siif kenna

😂🤣Kottaa kolfaa irratti isa barreefame yommuu argitu seeqqadhu kolfi sitti hin lakkaa'u

@kottaakolfaa
@kottaakolfaa
@kottaakolfaa
Like👍👍


Hiryaakoo isa qallaa sanatu offin fannisa jedheen birrii ittiin sibaagoo bitadhu dhabe naan jedhe
.
.

.
.
.
Obboleessakoo mee dura utuu lubbuun jirtuu morma sibaagoof ta'u qabaadhu jedheenika


Haadha warraa isaatiif qoricha bituu kilinika deemeetu

Maalkee sidhukkuba jenaan
Cinaacha bitaakoo jedhee jedhani😂😂


💯Hubadhu💯
qarshii yoo gatte nikaasu
Huccuu yoo gatte nikaasu
nyaata yoo gatte nikaasu
❗️❗️
garuu‼️
Yoo of gatte namni garagalee si ilaalu hin jiru yaa namaa off hingatin


Like👍👍 godhi callistee bira hin darbin


Namichi foon gurguru tokko namni inni baayyii jibu bituuf dhufe

Isa bitu... mee foon sareef ta'u naaf kenni

Isa gurguru... kan asitti nyaatumoo kan fuutee galtu? 😝😝jedheka
👎👎 godhimee

join 😂 @kottaakolfaa 😂

20 last posts shown.

2 858

subscribers
Channel statistics