Abdisa Bancha Jara


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


This group is intended for Managing, discussing & Translating the Afaan Oromoo translation for Telegram apps. You can suggest edits here:

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Bilbilli keessan yeroo interneeta fayyadamtan mallaqa isin jalaa fixa yootahe #Qafoo keessan tartiiba asii gadii kanaan sirreefadhaa

https://oroict.com/interneeta-baasii-salphaadhaan-yeroo-dheeraaf-fayyadamaa-oromo-ict/


Репост из: oroict.com Solutions
Our Services | Tajaajiloota Kenninu
*********
Our services that we were providing on the ground are mainly [Web Services, Business App Development, Digital & Media Marketing, Consulting, Training & Supports for technical issues] , accordingly. So that, Our team are very ready to serve our respected existing & new customers looking our services.

Tajaajiloota gareen keenya qabatamaan lafarratti kennaa turre [Tekinoolojii Marsariitii, Ijaarsa Fayyadamaa Moosajiilee, Miidiyaa fi Dijitaalazeshiinii, Gorsa, Leenjii fi Deeggarsa Teekinikaa] fi wantoota walqabatu hunda kan kenninu yoo tahu, gareen keenya Kabajamtoota Maamiloota keenya Duraanii fi haaraa tajaajila keenya barbaadanis keessummeessuuf qophii tahuu yommuu ibsinu GAMMACHUUdhaan.
https://oroict.com/oroict-com-services/

Web: https://oroict.com
Email: info@oroict.com


Ummatni Oromoo Haftee Sirna Nafxanyaa du'aa ka'uuf wixxifachaa jirtu kana Injifannaan Qaamni Dhaabu tokkollee hin jiru - #Dubbisaa waliif dabarsaa
******
Amma Oromoon diina isaa isa xumuraa waliin falmachaa jira. Ummatni Oromoo waggoota150 ol Amantiif lagaan cabsee kan ture sirni Nafxanyaa hkan hardhallee nurratti deebi'uuf wixxifachaa jiru, Qabsoo Ummatni Oromoo Aarsaa guddaa kafaleen keessaahuu waggoottan 50n darban Aarsaa... See More
https://www.facebook.com/photo.php?fbid=314340352967377&set=a.109398496794898&type=3&theater




Репост из: oroict.com Solutions
Dear Respected Customers;
Now our web portal(www.oroict.com) is back to LIVE. On our website We updated our Services up on the the services[Mainly Web Services, Business App Development, Digital & Media Marketing, Consulting, Training & Supports] we were providing on the ground, accordingly. So that, Our team are very ready to serve our respected existing & new customers looking our services.

Kabajamtoota Maamiloota Keenyaaf;
Marsariitii keenya(www.oroict.com) toorarratti deebifnee jirra. Marsariitii keenya haarome irratti tajaajiloota asiin dura qabatamaan lafarratti kennaa turres haaromsinee daballeerra waan taheef, gareen keenya @oroict Kabajamtoota Maamiloota keenya Duraanii fi haaraa tajaajila keenya barbaadus keessummeessuuf qophii tahuu yommuu ibsinu GAMMACHUUdhaan.


Abdisa Bancha Jara, [06.09.20 19:07]
Kitaaba Qabsoo Butame - የተጠለፈ ትግል- Hijacked Revolution PDF #AfaanOromoVersion 👇🏽
https://bit.ly/3lMoY5f

የተጠለፈ ትግል- The Hijacked Revolution - Qabsoo Butame PDF #AhmaricVersio👇🏽
https://bit.ly/2Gq3bzP

#Join 👇🏽👇🏽
https://t.me/Afaan_Oromoo_Transalation
https://t.me/translation_oromolanguage


Jawar yeroo tokko "Imala Qabsoo Matthamma Gandii Karaa nagaatii Hindinin itti bilisa baase" qorachuufi qabatamaan ilaaluuf Biyya hindii deemee ture. Waan qoratee fi hubates qabataam itti hojjatee itti milkaa'eera. Hayyoota Siyaasaa keenya dabalatee Namootni fedhii qabdan Kunoo kitaabolee Imala Mattmma Gandii fi Milkaa'ina hanga Bilisummaa Hindii dubbisuu yoo barbaaddan:gara karaa kanaa Hiriyyoota keessan Affeeraa>>👇🏽
https://t.me/joinchat/AAAAAFO-7BTTwccPQZTuoQ


Gada Three Approaches to the study of African Society by Pro.Asmarom Legesse #PDF

https://drive.google.com/file/d/1cE-robBjE600H7ENiyPzDHgaN12iG2oG/view?usp=sharing

Kitaabota adda addaa argachuuf gara karaa kanaa Hiriyyoota keessan Affeeraa>>👇🏽
https://t.me/joinchat/AAAAAFO-7BTTwccPQZTuoQ


#AanaaKombolchaa
"Qaarree ana H/ B kombolcha erga hacalun due boda qabamani hidha jirran isan kanna ila ammati mana murti hingeyfamne
1 Naima duri
2 Amina husen
3 Ayantu Binned
4 massno Muhammad
5 Abida Durri
6 sekko yuya
7 dahbo adam
8 fariya jamal
9 buskude Abdurahman
10 mawardi Muhammad"


#Breaking "Godina arsii lixaa aanaa adabba magaalaa adabba keessati woraani motumma nafxanyaa ummata nagahaa irrati maqaa daandii cuftan konkolaatota caccabsitan jedhun guutuu magaalaati irrati dhukaasa banuudhan lubbu namoota lama(2) batalumati kan woregaman yoo ta'u namni tokko manguddoo biyya kan ta'eef inni lamata immo da'ima umrii 10'n akka ta'eef waan kaabinee ta'een alato ummata magaalaa keessa jiru irrati reebichi hamaan kan geggeeffama jiruuf namooni heddun akka midhamani jiru beekame jira akkuma maqaan isaan nu qaqqabeen kan isin beeksisnu ta'a"


Miseensota haaraa dhuftaniif: ANAA DHUFU jechaa

#Telegraamii Afaan Oromootti jijjiirachuuf nu dide warri jettan #hidhaa(link) asii gadii cuqaasuudhaan waan isin gaafatu #Tole(ok) jedhaa mirkaneessaa

https://t.me/setlanguage/oromolanguage


Kitaaba Qabsoo Butame - የተጠለፈ ትግል- Hijacked Revolution PDF #AfaanOromoVersion 👇🏽
https://bit.ly/3lMoY5f

የተጠለፈ ትግል- The Hijacked Revolution - Qabsoo Butame PDF #AhmaricVersio👇🏽
https://bit.ly/2Gq3bzP

#Join 👇🏽👇🏽
https://t.me/Afaan_Oromoo_Transalation
https://t.me/translation_oromolanguage


የስደተኛው ማስታወሻ - Refugee Notebook (PDF) by Gada Gabrab illee arganneerra.

#Dubbistootni Kitaabota adda addaa argachuuf gara karaa #Telegram kanaa Hiriyyoota keessan Affeeraa>>👇🏽
https://t.me/joinchat/AAAAAFO-7BTTwccPQZTuoQ


#Dubbisuun Guutuu nama godha. ማንበብ ሙሉ ሰዉ ያደርጋል።


Ammas #Prof.Asmrom Laggasaa, Prof.Asafa Jalala Ammas #PDF nugaheera. Namootni kiotaabota biraas qabdan nuuf ergaa.

#Dubbistootni Kitaabota adda addaa argachuuf gara karaa #Telegram kanaa Hiriyyoota keessan Affeeraa>>👇🏽

https://t.me/joinchat/AAAAAFO-7BTTwccPQZTuoQ


Yeburqa Zimta By Tesfaye(Gadaa) Gebrab......የቡርቃ ዝምታ ደራሲ ተሰፋዬ(Gada) ገብረ አብ

Kitaabota adda addaa argachuuf gara karaa kanaa Hiriyyoota keessan Affeeraa>>👇🏽
@Abdisa Bancha Jara

https://drive.google.com/file/d/1OZMkwH_45OTIdw5QrdjxqHkoSNQPElte/view?usp=sharing


Ummanni Oromoo #Siyaatil jiru yeroo heddu #adda tahee natti muldhata. Aadaa safuu kabaja, jabinaaf sabboonummaa isaanii....

#Respect #SeattleOromoCommunity

Dr. Birhanemeskel Abebe Segni Ummata Siyaatile waliin mariirra turan




"A hero is no braver than an ordinary man, but he is brave five minutes longer."
- Ralph Waldo Emerson
#GalmiKeenya Gaaddisa tokko jalatti Tokkummaan dhaabachuudha.

#NagaanBulaa


“Oromoon tokko ta’ee dhukaasee dhiisii walta’ee cal jennaanuu diina naasisee biyyaa baasa”
- Jaarraa Abbaa Gadaa

Показано 20 последних публикаций.

1 622

подписчиков
Статистика канала