Namichatu du'uuf jedha. Hafuura ishee dhumaan haadha manaa isaa waamee dhaamsa dhumaa akka qabu itti hime. "Hin dubbatiin! Homaa waan dhaammattu hin qabdu; callisii ciisi ni dadhabdaa!" jetteen. Inni immoo, "Lakkii dirqama dubbachuun qaba. Lubbuun koo nagaan boqochuutu isheef ta'a. Obboleettii kee, hiriyyaa kee fi hojjettuu kee waliin sagaagaleera. Maaloo dhiifama naaf godhi!" jedheen.
Isheen immoo afaan isaa irraa fuutee, "Sirriidha, kana hunda nan beeka. Anis kanumaafan summii si nyaachise!" Jetteen jedhan halkan gaarii!!
😂😆🤔😂🤔😂😆
Isheen immoo afaan isaa irraa fuutee, "Sirriidha, kana hunda nan beeka. Anis kanumaafan summii si nyaachise!" Jetteen jedhan halkan gaarii!!
😂😆🤔😂🤔😂😆