CNN NEWS Afaan Oromo


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


for good news in all international

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Manii murtii magaala bishooftuu gaaffii mirgaa wabii obbo lidaatu ayaalewu kuffisun pooliisif guyyaa qoraannoo 7 kenne

@CNNAO


Partiin EZEMA ibsa akka hin keennine dhorkaamee

Partiin EZEMA ibsa haala weerarama lafa magaala finfinnee ilaalchisee kennuf turee humnoota nageenya magaala finfinneetti dhorkaamu aangoowan partii EZEMA tokko ibsan

@CNNAO


👫Gorsa Jireenya✈️
Adduunya kanaarra jireenya keettif siittu baarbaachisaa dursa jireenya keef kenni.


:eenyuyyu yoo baayee siif dhaamahee jireenya kee siif mi'eesu hin daanda'u
'
:
:
:
https://t.me/gorsa_jireenya


Репост из: CNN NEWS Afaan Oromo
Mee Maal Baarbaaduu????

Chaanneellota dabaalata argaachuu yoo baarbadan

#Oromia_Report_Gaazexa_Official argaachuuf kan armaan gadiitti
@oromiareportgazexa

#Gorsa_Jireenya argaachuuf kan armaan gadiitti
@gorsa_jireenya

#Adeemsa_jireenya argaachuuf
@ademsajireenya



@CNNAO


Mee Maal Baarbaaduu????

Chaanneellota dabaalata argaachuu yoo baarbadan

#Oromia_Report_Gaazexa_Official argaachuuf kan armaan gadiitti
@oromiareportgazexa

#Gorsa_Jireenya argaachuuf kan armaan gadiitti
@gorsa_jireenya

#Adeemsa_jireenya argaachuuf
@ademsajireenya



@CNNAO


Jiraachuu itiyoophiyaa maaltu yaadoo keessa galchee????? Kan jedhuuf chaannelli keenya @oromiareportgazexa
@oromiareportgazexa join & share gochuun nu hordoofa


Репост из: 👫Gorsa Jireenya✈️
@gorsa_jireenya

Dhiibbaa Koroona Etiyoophiyaa keessatti

Etiyoophiyaa keessatti babal'iinsi vaayirasii kana akkasitti yoo itti fufee murtee fi taarkaanfi mootummaa naannoollee biyyaatti fudhaatan kun kan itti yoo ta'ee utuu hin jaallattin ummani fi mootummani kun walitti bu'uuf deemuu mootummaa biyyaa laammiiwwaan kaanaf waan kaffaallee dandamachisu hin qabu

jireenyii namootaa keenyaa goosa garagaratti innis:-

inni tokko qarshii/waanuma har'aa argaaten bulaa haaftee hin qabu waan ta'eef waan qabu sana gaafa fixuu nan hojjedhee nyaadha jedhee bakkeetti bahu walitti keessa gala. Garuu biyyootti dinaagdeen keessatti baajjataa mootummaa rammadanii kaaffalafi waan jiraaniif ummani kun hin gaaga'amu. Biyyi keenya immo kana gochuu dandeessi kan jedhuu gaaffiidhs

Miindaa ji'aa argaatu qofaan jiraata jarrii kunis miindaan isaanii yeroo dheera isaa jiraachisuu danda'aa kan jedhuu ammas gaaffiidha?? Mootumnaa fi dhaabbatti kambiranis yeroo rakko kanatti dhugumaa miindaa kana danda'anii kaffallufin jarrii kun itti fayyadamuu danda'u kunis gaaffiidha???

Walumaagalaatti yoo dhibee yeroo dhiyootti hin too'atamnee ta'ee rakkoi inni ummatas ta'ee biyyaa keenya irratti fiduu lakkaa'amee waan dhumuu miti

Fali isaas hundumtu akka amantii isaatti waaqa isatti iyyuu waqaa malee eenyuuyyu hin daanda'uu biyyaa keenyaa duriis kan egee boris kan eegu waqaayyoi gudda qofaa waan ta'eef isaatti haa iyyinu haa kaadhaanu biyya keenya dabaarsinee itti haa keeninuu

#guddaa_gaalatooma
@gorsa_jireenya
@gorsa_jireenys


Репост из: Oromia Report Gaazexa official
BIYYAA ETIYOOPHIYAA FI GOCHAA MINILIK

👨‍🎓👩‍🎓👨‍🎓👩‍🎓👨‍🎓👩‍🎓👨‍🎓👩‍🎓👨‍🎓
Etiyoophiyaan Biyyaa Jaallalaan hundooftee moo Biyyaa Humnaan Hundoofteedha??????

Itoophiyaan biyyaa uummattootti ishee seenaa gaarii fi seenaa haamataa gadhee tahan waliin qabdudha.

Seenaa gaarii uummanni kun waliin qabus ergaa humnaa habeesha ykn minilikin humnaan koloonneeffatamee boodaa dhiibbaa minilik keessaan irraa gahu dandaammach; dandaaya fi minilikin fincillaa uummani rawwattee seenaa waliini tahun galmaa'eedha. kaanaafis fakkeenyii lollii Adwaa, Shiree, ethio-sumaale fi metaama jarren kun fakkeenyaa seena gaarii isaan waliif qabaniif fakkeenyadha. Lola kanarrattis adda durumma fi baayinaan kan geggeessa gi hirmaacha turee hin dhokaate malee oromoodha har'aa garuu seenaan yeroo sana waan dhokaatef oromoon kan isaa tahu waallalee ormii injiffaannon argaameen dhiichisaa.

Akkasummas biyyaa seenaa gadhee fi fokkisa waliin qabdufi keessatti hojjeettameedha fknf:- oromiyaa keessa lolaa caallii callanqoo fi miidha minilik achiitti uummaata oromoorran gahe; uummataa walaayitta humnaan itiyoophiyaa jala galchuuf gochaa minilik rawwaatte; fi diidda uummata kaffaa ukkamsuuf irratti gochaa rawwattaneedha jaarren kun fakkeenya gabaabboodha. kunis olaantumma saba tokko irratti mulisuun uummanni ykn sabnii biraan humnaan koloonneeffatamee kun aadaa fi duudhaa isaa dhisee akka aadaa fi duudhaa isanii hordofuuf gochaa rawwatameedha garuu iddoo hundaatti tahu baatus iddoowwan muraasatti milkaa'eeraf

Miniilikii biyyaa kana utuu jaallalaaf tokkummaan uummataa hundummaa akkaataa aadaa fi duudhaa isatti of daandaayyee walii walii isaa immoo kabaajan waldhageeyee keessaa jiraatuu godhee hundeesserra tahee har'aa itiyoophiyaa keessatti wal jibbinsii sabaa ka'ee itiyoophiyaan qe'ee badii hin taatu turtee


garuu baalleessa minilikii yeroo sana seenaa gadhee maqaa fi uummata sanan rawwaatte hangaa har'aatti itiyoophiyaan biyyaa uummanni itti wal ajjeessu taate jirtii kaanafis baalleessa uummata osoo hin taane sirnaa yeroo sana turee kan minilikii jechuudha.

Minilikii biyyaa kana hin hundeesse jechuurra seenaa siyaasa gadhee fi taate haama tahee saboota biyyaatti gidduu ka'uun kan burqaa bishaanii yaa'ee hin dhuumnee fi dhaabbachuu hin daandeenyee fakkaattu jibbinsaa seenaa wal dhaabdee siyaasa guddaaf dhagaa bu'uura ka'ee.

,, ,,,,,,,,,,,,,,,,itti fufaa jutaa 2ffa isaa argaachuuf chaanneelli kana @oromiareportgazexa @join godhii irratti hordooffii

@oromiareportgazexa
@oromiareportgazexa

:-madda odeeffaanno fi xinxaalla oromiyaa fi itiyoophiyaa

@oromiareportgazexa
@oromireportgazexa


Of haa eeggannu vaayirasii koroonaa irraa


Naannoo Amaara godina walloo kibba aanaa maqdalaatti walitti bu'iinsa firoota giddutti kaa'een namoonnii 7 du'aan. Kannen du'aan keessas 4 humna poolisii naannoocha ta'uun beekameera.


@CNNAO


CNN NEWS Afaan Oromo
for good news in all international
https://t.me/CNNAO


Naannoo Somaale Itiyoophiyaatti Fonqolchaa mootummatu geggeeffamee jedhanii miidiyaaleen tokko gabaasa jiru garuu dubbichii akkas osoo hin taane walitti bu'iinsa kaabinoota isaanii giddutti ka'ee to'aatamuf rakkisa tureedha jedhan itti gaafatamaan dhimmoota koomunikeeshinii Naannoo somaalee Obbo Abdii Umaar ibsa miidiyaa Ahaaduf kennaniin.

Sabaaba kananis walqabaate namoonni shakkaama to'aatamu isanis ibsaniru

@CNNAO


Covid-19'n

Odeeffannoo amma argaanen akka adduunyaatti namoonni vaayirasii koroonaattin qabamaan milliyoona 1 ol gaheera

Kan lubbun darbaniis 54,000 yoo gahan kan vaayirasii kana dandamatanis 200,000 tahaniiru

@CNNAO


Covid-19'n

Biyyaa Isiraael

Biyyaa isiraa'elitti ministeerii fayyaa biyyatti vaayirasii koroonattin qabamun isaanii mirkaana'ee

Haatti mana isaaniis qoraanno taasifameefin vaayirasii koroonatti qabaamun isaanii mirkaana'ee

Ministeerii fayya biyyatti kunis umuriin isaanii maanguddoo gannaa 72'tti

@CNNAO


Naannoo Amaaratti Qoraannoo vaayirasii koroonaa magaaloota saditti taasifamuufi

Magaaloonni qoraanno vaayirasii kana itti godhaamanis Daase, Bahirdar, fi Gondar tahu pireesedantii naannoo sana toora tiwiitera isanii irratti ibsan.

@CNNAO


Etiyoophiyaa keessatti dabaalatan namoonni vaayirasii koroonan qabaaman 6 argaaman. Waliigalaattis itiyoophiyaa keessatti namoonni vaayirasii kanaan qabamaan 35 'n gahaniiru.

Tatamsaini vaayirasii kana garmaale dabalaa waan jiru of haa eeggaannoo

@CNNAO


COVID-19'N

Adduunyaa irraa namoonni hangaa ammatti dhukkubaa vaayirasii kanan qabaaman 962,977 yoo gahan. Ameerikaanis baayinaa namoota vaayirasii kanan qabamanii 200,000 ol qabaachuun biyyootta adduunya kana hundas dursaa jirtii.

Namoonni sabaaba vaayirasii kanan Adduunya kanarra akka waliigalaatti lubbun darbaan hangaa ammatti 49,180 yoo gahan. Biyyi Xaaliyaaniis baayinaa namootaa du'aanii 13,000 ol qabaachun dursa jirtii

Dhukkubnii vaayirasii kana adduunyaa kana hundumaa soodaachisa jiraa ergaawan tokko tokko daa'iimmaniif dargaaggoo hin qabu jechuunis sobaa kaanaafis fkn;-

Zimbaabuwetti dargaaggoo gaazexeessa biyyaatti gannaa 30 tahee lubbun darbun isaas ni yaadatamaa

Biyyaa Beeljeemittis daa'iimnii umurii 12 taate lubbun darbun ishees ni yaadatamaa

Kaanafuu jireenya keenyaaf nuttu wabiidha waan ta'eef of-eeggaannoo cimaa haa goonu

@CNNAO


COVID-19'n Etooophiyaa

Etiyoophiyaa keessatti namoonni vasyirasii kanan qabaaman 29 yoo gahan namnii 1 dhibee kanarraa dandamachun isaa ministeeri fayya biyyatti beeksiise

@CNNAO


Magaala Duukaamitti Namoota Rakkoo Amma biyyatti Mudaateef jedhanii Hojji Adda kuutan Irraa jiraattoni kaffaltii mana kiraa hin fudhaannu jechuun uummata kireeffatte magaalatti keessa jiraattu deggerra jiru.

Akkumaa kana waamicha deggersa mootummaa godheenis guutu biyyatti iddoo garagaraatti ummani hunduu humnaa qabun itti hirmaachaa jiraa

Deggersaa kanaas akka kaantiibaan magaalatti Obbo Taashooman jedhanitti waamichaa deggersa bulchiinsi magaalatti galgaala tokkotti godheen namoonni baayeenis ammaf 600 ol ta'aan deggersa kanaf galmaa'anii unkaa waraqaa deggersa kanaa gandaa gandaa isaanii bulchiinsaa magaalattiti argaamutti guuta jiraachu himaaniru

Magaslan duukamiis gidduu gala indaastirii waan taatef magaala namoonnii baayeen iddoo garagaraa irraa keessatti ofjijjiruuf dhufaanii keessa jiraataniif magaala jaallaataamtuuf filaataamtudha

akkasumaas magaaloota oroomiyaa keessa magaaloota gidduugala indaastirii ta'aan keessa ishee tokkodha.

@CNNAO


Biyyootta Sabaaba COVID-19'n lubbu laammiille isaanii baayinaan miidhaamanii Du'aan



Kannen du'aan

Xaaliyaanitti 13,155

Spainitti 9,389

Ameerikaattis 5,116

Faaransaayitti 4,043

Chaayinatti 3,316

Iraanitti 3,036


@CNNAO

Показано 20 последних публикаций.

345

подписчиков
Статистика канала