#Imimmaan_Ija_Tokkoo_Asoosam_Gabaabaa_Kutaa_4ffaa
Osoo Kana Dubbisuu Hin Eegalin Waan Sii
Gaafadha? kutaa 3ffaa dubbisteettaa hin dubbisne taanaan @jaalala_dhuga jala galuun dubbisi kutaa 4ffaa Eegallagaa
Amma.
==========================
===========================
Dubbisa Gaarii Siif Haa Ta'u.
_____________________________
Walaloon ishiis akkas jetti
Godaansa!
Godaansi godaannisa
Lakkuuma dhala rakkoo
Baasiifis si saaxilee
Boqonnaa hin qabdu tokko!
Godaansaaf miilla fuutee
Miilli kee sahaaraa bu'a
Osoo mana kee qabduu
Lubbuun kee beelaan du'a!
Godaansa kee eegaltee
Sahaaraa miillaan kuttee
Dhaqxee doonii yaabbattee
Bahaarii keessatti kuftee
Nyaata qurxummii taata
Of jijjiiruudhaaf dhuftee
Qurxummiimti bishaanii
Dhugaan osoo dubbattee
Dhiigaa fi lafee keenyarraa
Qaata afaanuu barte!
Sanuu gatii qabaaree
Atoo duran hin ilaallee
Erga achi geesseesoo
Jireenyis wal hin caallee
Jedhee Ijoollee fi maatii barattota Garaa
Raasee Hunduu Yaadan Jireenya
baqattumma waliin galaana diimaa yaadaan
ilaalaa oolanii reefuu as dacha'uu
Akkasumas Wallaansoo dheebuuf beela
Gammoojjiin qabu hunduu akka Sag-laala
Ykn Tv fuulaa dura isaanii yaadan
daawwachaa turan.
Moorkiin Walaloo Isaa Kanaan barattoota
qalbii Isaanii coraa oole osooma akkanaan
jiru Barnoota Isaattis Cimaa Adeeme
Qalbisee waliinis jaalala miidhagaa
dhandhamchuu egalan
garuu innii guyyaa tokko dagatee illee miirrii
dhiirummaa osoo itti dhaga'amuu Qalbisee
waliin waanta bira Ishee irratti raawwatee
hin beeku ture Isheen Durba Morma Lamaa
Ishee Jedhan Kan Durbuummaan jirtu
Jechuudha.
waggaa 2 booda.
osoo haala kanaan jiranii kutaa 12ffaatti
darban barnoota kutaa 12ffaas haala
salphaan xumuran.
Qormaata seensaa Yumbarsiiti fudhatanii
taa'a jiru warroonni maatii nama gargaaruu
Hin qabne Mukaa Mukatti Bu'aa qarshii ol
kaawwataa jiru. Utuu nyaachuu danda'aani
bor karaatti waa nu mudachuu danda'uu
jechaa yaada isaani guyyaa borii irra
kaawwatanii hojii osoo hin tuffatiin hojjetaa
jiraacha jiru
Moorkiin isaan keessaa isa tokkoodha.
maalin jiraadhu ? akkamittin jiraadhu?
Yumbarsiitii dhaqanaan hoo ijoollee abba
qabeenya warra dureeyyii wajjin jiraanna
jedhee sammuu isaan dhiphata of dhiphisaa
jiraata.
Moorkiin taa'ee akkas ofiin jedhe guyyaa
tokko an qarshii kana barannaan argachuun
danda'a warra qabeenya qaban waaqeessun
maalif?
warroonnii addunyaa kana irraa wantoota
gurguddaa hojjetan kanneen akka...
- Li'oonaardoo Daavichii
Hidhii moonaaliizaa qofa hojjetee xumuruuf
waggoota 11 hojjete.
- Toomaas A. Edisiin
Baalbii elektiriikii hojjechuuf yeroo 10.000 ol
irra deebiin yaale.
- Niilseen Maandeellaan bilisuummaa biyya
isaa isa abjoote bira ga'uuf waggoota 27
mana hidhaa ROOBEN keessatti hidhame. fi
kan kana fakkaatan.
namoonnii kun kufaatii meeqa keessa
darbanii sadarkaa amma irra jiran ga'an anis
nan durooma , anis nan beekama... dubbii
isaa keessaa yeroo hundaa kan hin
irraanfatamne ANIS jecha jettuudha yeroo
hundaa ol adeemaa yeroo gorsuus HARKA
HIN LAATIN jedha ture .
Akkuma Guyyaan dhihee bari'aa dhufe
sammuun isaa dhiphachuunis ittuma fufe
utuuma akkasiin jiru.
Ji'a 2 Booda
Qalbiseen boorsaa uffannaa Moorkiif Ta'u
Isaaf Bituuf Yeroo Suuqii/ Dunkaana Irra
Gaafachu Eegaltu Kan Duraan Qalbisee
Beekan Harka Duuban Wal Qimmiida Waa'ee
Ishee Waliin Dubbatu Uffata Dhiira Maalif
Bittii ? Eessatti Geessiti? Jedhanii Wal
Gaggaafatu.
Isheen Garuu Dubanna fi Ilaalchi Nama
Waan Tokkotti Hin Lakkoofne Bitteefii Gara
Maatii Isaatti Ol Qajeelte Daqiiqa Muraasa
Erga Adeemte Utuu Isheen Yaadan Fagaatte
Lafa Kana Irra Godaante Adeema Jirtu Kana
Gidduutti Gufuu Tokko Rukutte Qaama
Guutun Fuulduratti Diriirte.
Guntuta Ishee Isa Akka Qara Lilmoo Sanaan
Lafa Waraante Qeensii Miilla Ishee
Battalumatti Buqqa'e Isheen Waanta Dhiigde
Hin Beekinif Dhiigni Toora Galee Burquu
Eegale Awwaara Fuute .....
.....Itti Fufa
Kutaan Itti Aanuu Akka Sii Bira Ga'uuf #Share godhi
Join our channel
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
Yaadni kessan utubaa keenya yada kesan nuf qoda admin👉 @sool_dave