#Imimmaan_Ija_Tokkoo_Asoosama_Gabaabaa_Kutaa 5ffaa
Kutaa 1,2,3 fi 4 @jaalala_dhuga jala seenuun dubisi!
...Itti naqxe dhiignii ishees hin
dhaabbate.kana gidduutti Abban Ishee Itti
dhufe.
abbaan Ishee taateen ta'a jiru kun Hunduu
bitaa Itti gale akka Waa umamee Jiru
Hubatee sababa Isheen Huccuu dhiiraa lafa
fuudha Jirtuuf. abbaan ishees nama beekaa
waan Ta'eef dugda duubatti deebi'e isheen
argiteetti garuu.
sammuun ishee sa'ati sana Moorkin ala
eenyuun keessummeessa hin jiru.
Abbaan ishees naatee waa irra buutinnaa
Laata Jedhee dhokachuuf yaale.
Isheenis achii kaatee awwaara of irraa
rukutattee utuu miirrii gaabbii tokko itti Hin
dhaga'amin uffata Moorkiif geessaa jirtu
qoma isheetti qabatte fuutee Kaate.
obbo Jaallataan nama abbaa Ishee wajjin
wal beekudha .
"Miimmii kottuu eessa deemta"? jedhaniin.
Qalbisee " Abbaa kootu ergaa na ergee utuun
adeema jiruun gufadhee Kufe Jette".
Obbo Jaallataan ofitti waamee mannii yaala
mucaa isaa achuma Bira waan ta'eef miilla
ishee irraa dhiiga miicee faashaa adii itti
godheefii shaanxaa xiqqa tokko isheef
kenneef kanatti baattadhu jedhee geggeesse.
Qalbiseen Fuute gara mana moorkiifaatti
qajeelte .
Moorkiif Qalbiseen lamaan isaanii kutaa
12ffaa xumuranii qormaata biyyaaleessa
erga fudhatanii firiin Isaa maal ta'inna laata
jechaa adeemti Qalbiseen.
Moorkin garuu barnoota isaatti barataa
qaxalee Waan Ta'eef Shakkii Tokkollee hin
qabu Moorkii kan yaaddeessu yaaddoo Akka
gaara Cilaaloo Kan Itti ulfaacha Jiru rakkoo
Harmee Isaati. Yeroo mara ciniinsuu kana
cininsifachaa adeema. akkas jedhee of
gaafata guyyaa tokko ...
" Harmee koof utuu hin darbin dabarti
laata"?.
nama tokko arginaan bilbila harka fuudhe
sirba haadhaa dhaggeefata utuu haadha isaa
irraa hin fagaatin bira taa'ee jaalala ishee
hin quufu ture sirbii inni dhaggeeffatu keessa
tokko sirbba
Abbush Zallaqaa
HAMTUUN ISII HIN TUQIN
OSOO HIN NYAATINII NUU
NYAACHIFTEE....
Kan jedhu dhaggeefacha imimmaan maddii
Isaa Irra Toora galcha Bara dabarsa Jira.
garuu Rakkoo Isaa Kana baasee hin dubbatu
namoota hundaa waliin kolfa garaan Isa
madaadha ilkaanin kolfuun maal gatii qaba.?
Qalbiseen mana isaanii dhaqxee
"Harmee isaa erga nagaa gaafattee booda
morkiin eessa deeme Jetteen"?
Harmeen Moorkiis
"Moorkin koo ijoollummaatti aabba mana
ta'e". jedhan. mucaan Koo Magarsaanis
akkasuma utuu oliif gadii bakkee keessa
fiigee qarshii ishee argatun nu
jiraachisu,utuu akka hiriyyaa isaatti uffata
gaarii, Caamma gaarii,hin uffatin na dura
dhabame.
moorkii koos carraa kanatu eeggachaa jira
jedhan.
Qalbisee
"Magarsaa nama jedhamus qabdu" ?
Harmee Moorkii
"Magarsaan hangafa mucaa koo Moorkiiti
barnoota Isaa rakkoo koof Jecha barnoota
Illee seeran hin baranne.
hojii namaa keessa adeeme Ishee argatuun
akka nama guddaatti ofiin waanta manaaf
barbaachisu bitee fida Ture. osooma
akkasiin jiru guyyaa Tokko Naannoo Keenya
magaalaa Najjoo keessaa mana
adabaa badii tokko malee hidhamanii kaan
turan kaan lubbuun darbee ,kaan miillii citee,
kaan immoo akkannii sanyiin isaa hin
horreef tumamee kanneen lubbuun
carroomanii bara kana galaa jirani simachuuf
uummannii magaalaa Najjoo simataa jiru.
simannaa ho'aanis qopheefame ture guyyaa
tokko guyyaan Isa kamisa konkolaata FSR
yaabbatanii dargagoota Hedduu wajjin osoo
hidhamtoota Kanatti miira gammachuun
guutameen osoo adeema jiranii konkolaatan
gargaltee lubbuu ol adeema baayyee kan bor
baratanii ardii Afirikaa dhukkuba isheef
dawwaa kan ta'an fixe Magarsaan koos
Isaan keessa isa tokko jedhanii Bo'uu
Eegalan.
Qalbiseensi Sossobuutti Kaate Keessoo
Isheen Maalifan Gaafadhe Jecha Miira
Gaabbiin Sossobdii
Isaanis...
Imimmaanni fuula Isaanii Isa Huuqqinii Lafa
Lolaan Irraa Dhiqe Kan Fakkaatu Gidduu
Imimmaanni Toora Galee Akka Bokka
Arfaasa Rap....Rap...Rap....Rap...Jedhu
Toora Galchanii Bo'uu Eegalan...
Itti fufa....
Asoosamni kun akkam itti fufu yoo feete yoo xiqaate group sadii keessatti #share godhi
Join our channel
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
@jaalala_dhuga
Yaadni kessan utubaa keenya
Yaadaaf kessaniif @sool_Dave quunnamaa