Waaqni bakka jirutti waa arguu dadhabee ilaaluuf gadi bu’aa?
👉 Seera uumama;- 18:20-21
“የሰዶምና ገሞራ ሕዝቦች የሚፈፅሙትን በደል ሰምቻለሁ፤ ኃጢአታቸዉም እጅግ ከባድ ነዉ፤ ስለ እነርሱ የሰማሁት ነገር ሁሉ እዉነት መሆኑን ለማረጋገጥ ወደ እነርሱ እወርዳለሁ"
"Waaqayyo kana booddee Abrahamiin, “Iyyaanni warra Sadoomii fi Gamoraa irratti dhiyaatee attam guddaadha! Cubbuun isaaniis hammam bay’ee ulfaataadha! Ammas gad bu’ee wanti isaan hojjetan hundinuu akka iyyata na bira ga’e sana ta’uu isaa nan ilaala!” jedhe."
As irratti; waaqni “badii ummattootni Gamorra fi Sadoom raawwatan dhaagaheera. Cubbuun isaanii guddaadha. Waa’ee jaraa wanti an dhagahe dhugaa ta’uu gadi bu’een mirakaneeffadha” yeroo jedhu, waaqni oduu hin mirkanaa’in dhagahe jechuudhaa? Waaqni kiristaanootaa, bakka jiru taa’ee addunyaa kana to’achuu hin danda’uu? Waaqni cubbuu nuti dalagnu argaa hin jiru jechuudhaa? Maaliif gadi bu’ee mirkaaneessuu barbaade? Maaltu waaqa daangeessuu danda’a? Maacaafni Kun jecha waaqaatii? Oromoon; yeroo Waaqa kadhatu, “Yaa waaq kottuu na dhagahi, kottuu na ilaali” jedhee hin beeku. Garuu, “Yaa Waaq nu dhagahi, nu ilaali” ni jedha. Kanas; Waaqni achuma bakka jiru taa’ee, dandeettii waan hunda dhagahuu, ilaaluu fi beekuu akka qabu ni beeka jechuudha.
👉 Seera uumama;- 11;5
"እግዚቸብሔርም የአዳም ልጆች የሠሩትን ከተማና ግንብ ለማየት ወረደ"
"Waaqayyo yommus mandaricha fi riqaa isaa isa ilmaan namaa ijaaran ilaaluuf gad bu’e"
keyyata kana irratti, duraan afaan ummataa tokko ta’uu ibsuun, tokkummaa isaanii kanaan riqaa hojjechuuf akka jalqaban dubbatee, booda irratti hojii isaanii kana ilaaluuf Waaqni akka gadi bu’u ibse. Kunis; Waaqni, hojii ilmi namaa lafa irratti hojjete ilaaluuf gadi bu’uu isaa eenyutu arge? Ilmi namaa; Waaqa osoo ijaan hin argin itti amana. Waaqni; waan ofii isaa uume fi waan ilmi namaa uume hunda ni beeka. Isa kana akkamitti wollaale? Waaqni; yaada ilma namaa garaa keessatti beeka. mandara fi riqaa ijaarame kana arguu fi beekuu dadhabee ilaaluuf gadi dhufe jechuudhaa?
👉 Seera ba’uu;- 12:12-13
"እኔም በዚየች ሌሊት በግብጽ ሀገር አልፍለሁ፤ በግብጽም ሀገር ከሰዉ እስከ እንስሳ ድረስ በኩርን እድላለሁ፤ በግብጽም አማልክት ሁሉ ለይ እፈርድባቸዋለሁ፤ እኔ እግዚአብሔር ነኝ፤ ደሙም ባለችሁበት ቤቶች ምክት ይሆንላችኃል፤ ደሙንም ባየሁ ጊዜ ከእናንተ አልፍለሁ"
Ani halkan sana biyya Gibxii keessa nan darba, angafa biyya Gibxiis namaa hamma horiitti nan dha’a. Ani Waaqayyo, waaqayyoolii warra Gibxii hundumaa irratti firdii nan raawwadha. Dhiigni manneen isin keessa jiraattanitti jiru garuu milikkita isiniif ni ta’a. Anis dhiigicha yommuu argu isin irra nan darba. Yeroo ani dha’icha kana biyya Gibxiitti fidutti, isin balleessuudhaaf dha’ichi tokko illee isinitti hin bu’u."
Mootiin Fi’oon ummata Israa’eel gad dhiisuu dinnaan waaqni si’a heddu mallatttoo fi dinqii ofii karaa nabiyyi Museen agarsiisaa turuun beekamaadha. waaqni; abbootii aangoo biyya Gibxiitti irratti murtii murteessuu barbaadee, mana/balbala isaanii irratti dhiiga diimaa dibuun warren balleessu fi warren hambisu adda baasuuf tooftaa fayyadame. Mee kun amala waaqaatii? Waaqni waan tokko hin wollalle, nama itti murteessu fi kaan adda baasuu dadhabee? Waaqni waan ilmaa namaatiif hin mudhanne beeku, kana akkamitti wollaale? Mallattoo dhiiga fayyadame bira darba jechuudhaa?
https://t.me/+tnI1AyeVgXI1N2U8