😭Janaazaa masjiida seenuu didde😭
😭😭😭😭ya subhannaaالله😭😭😭😭
😭😭😭😭😭As wr wb😭😭😭😭😭
👉Seenaan tun seenaa dhugaati gurbaa dardaraa tokkotu hime ammaas waan kana ijaanillee arkee jira jachuun bira jira jachuudha gaaf tokko salaata subhiidha salaatuuf masjiida (xaaif) ja'amu dhaqe yeroo dhaqee xiqqo dhaabadhu janaazaa takkaa fidan yeroo kana masjiida keessa naquuf yeroo ja'an reefki gama mirgaafi gama bitaa gara gagaluun ummaata dhoorka ammaas naquuf hoggaa ja'an akkasuma warri meytaalleen mokoranii dadhaban hanga imaamni masjiidaa dhufutti hoggaa dhufe yeroo akkaa itti jiran arku gaafate
-gaafa lubbuun jiru ni salaataa jaee warra saanii gaafte
::tokko ni jae gaafa lubbuun jira takkaa mana rabbii seenee beeku jae
Hoggaa kana imaamni jae ..dubo akkami masjiida neyxanii akka irra salaanu barbaadan jaen
Akkuma gaafa lubbuun jirtu masjiida seenuun barbaanne ammaas hin barbaaddu jaeen
Hoggaa tana warri meytaa bo'anii fuudhanii deemaniin
#Gurbaan dardaraa kun akki ja'e dubbii tanarra salaatuun dadhabe ja'e
Gurbaan kun sodaate masjiidaa deemuu hanga baru achi taae hoggaa barie
Akkana jae meytaa silaa na taate akkam jaeetin guyyaa qiyaama dubadha meytaan tun assittuu akana taatee jae
انا لله وانا اليه راجعون😭😭😭😭😭😭😭😭
Yaarabbii koo kaatimaa tenya tolchi
Yaa rabbi salaata keetirra nu jabeeysi yaa rabbi
Yaa rabbii koo duaaii tenyallee qeebali
😭Seenaa😭 tana😭 share😭 walif😭 godha😭 jzkeyran😭 sababa😭 atti 😭share😭 goten😭 namni 😭tokko 😭qaceeluutu😭 mala 😭
Share🌿🌿🌿 walif godha jzkeyran ☘☘☘☘
channela khenyaa telegramas join nuf godha jzkeyran☘🌿
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Mahir:
MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran
https://t.me/Maherzain123