Репост из: Zeew tube official
❤ Baatiin soomanaa ummata islaamaa biratti iddoo guddaa qabdi. Baatii iimana keessatti haarayoomsatan, baatii namni wal dhabe keessatti dhiifama wal gaafatu, baatii nasriin adda addaa keessatti argamtee dha. Kana wajji wal qabatee seenaa islaamaa keessatti taatee gurguddoo guyyaalee baatii tana keessatti argame tokko tokkoon bareessuu yaalla insha Allah
🌙 Remadana 1
⏰ Guyyaa akka arraa bara 641 G.C waraanni islaamaa khan amri ibnul aasiin hogganamu biyya Egypt itti banee dha. Zamana khaliifaa islaamaa umar ibnul khaxxaab
🕌 Islaamummaan hanga ammaa biyya Egypt kheessa jiraachuuf kan sababa tahe sababaa baniinsa (fathii) zamana kana arkameeni
🕔 Guyyaa akka arraa bara 712 G.C guyyaa baniinsa (fathiin) biyya andalus (Spain 🇪🇸) itti jalqabdee dha. Hoggaanaa islaamaa mussa ibnu nuseyr nama jadhamuun zamana khaliifaa islaamaa Waliid ibnu Abdulmalik ibnu Marwaan
🌍 Andalus (Spain 🇪🇸) eega islaamummaa fudhattee booda waggaa 800 amantii islaamaatin buluu isii seenaan ni ibsa.
By khalid Ahmedin
@Hamzanaik1