Oromian Students


Гео и язык канала: Весь мир, Английский
Категория: Букмекерство


■Channel kanarraa:-
✓Reference book
✓Text book
✓Teacher guide
✓ Work sheet
✓Entrance Exam
✓Odeeffannoo waa'ee barnootaa ni argattu!
Buy ads: https://telega.io/c/Oromian_Students

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Весь мир, Английский
Категория
Букмекерство
Статистика
Фильтр публикаций




#MoE

✅Ministeera Barnootaa; Gahumsa barsiisota dhaabbilee barnoota olaanoo keessatti barsiisan madaaluuf qormaata kennuuf qophiin taasifamaa jiraachuu ibsaniiru.

Ministeerichatti daayreektarri tajaajila dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa kan ta'an Iyyoob Ayanaw (Dr.) ibsa raadiyoo Shaggar FM 102.1'f kennaniin, "Qormaanni barsiisotaa kanaan dura barsiisota sadarkaa tokkoffaatti barsiisaniif kennamaa turuusaan hin jalqabne jechuun hin danda'amu" Jedhan.

Yeroo ammaa kana Dhaabbilee barnoota olaanoo keessatti barsiisota qoruuf qophiin taasifamaa jiraachuu ibsaniiru.

Sagantaan kun akkuma xumurameen qormaanni barsiisota dhaabbilee barnoota olaanoo bara kana ykn bara dhufu 2018 akka eegalu raadiyoo Shaggariif ibsaniiru.


@Oromian_Students


#Beeksisa_Waamichaa
#Yuunivarsiitii_Walqixxee


✳️Yuunivarsiitii Walqixxeetti  bara 2017 barattoonni idilee haaraa (Freshman student) ramadamtan fi
•barattoonni bara 2016 #Remedial ( Sagantaa fooyya'insaa ) irratti hirmaachuun qabxii darbinsaa fiddan, guyyaan Galmee Sadaasa, 26 fi 27/2017 tahuu yuunivarsiitichi beeksise.


    ✦Galmeef yeroo dhuftanitti:-

- Ragaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa Orjinaalaa fi koppii;
- Tiraanskiriptii kutaa 9-12ffaa Orjinaalaa fi koppii;
- Suuraa 3×4 afur;
- Uffata qorraa, Ansoolaa,tiraascarqii ( Uffata boraatii ) fi uffata Ispoortii qabattanii argamuu qabdu.

✦Barattoonni bara 2016 seemestera tokkoffaa bu'aa keessan irratti hundaa'uun irra deebiin galmaahuf kan siniif eeyyamame guyyoota eeraman kana keessatti akka iyyattan yuunivarsiitichi ibseera.

@Oromian_Students


#Beeksisa_Waamichaa
#Yuunivarsiitii_Gambeellaa


🔰•Bara barnootaa 2017 tti Yuunivarsiitii Gaambellaatti barattoonni idilee haaraa (Freshman student) ramadamtan fi
•barattoonni bara 2016 sagantaa #Remedial ( Sagantaa fooyya'insaa ) irratti hirmaachuun qabxii darbinsaa fiddan,
• akkasumas barattoonni sagantaa fooyya'insaaf ( Remedial ) bara 2017 tti haaraa ramadamtan guyyaan Galmee Sadaasa, 23 fi 24/2017 tahuu yuunivarsiitichi beeksise.

- Barataan guyyaa jedhame dursees tahe dabarsee dhufe kan hin simatamne tahuu ibsamee.

✦Galmeef yeroo dhuftanitti:-

- Ragaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa Orjinaalaa fi koppii;
- Tiraanskiriptii kutaa 9-12ffaa Orjinaalaa fi koppii;
- Suuraa 3×4 afur;
- Uffata qorraa, Ansoolaa,tiraascarqii ( Uffata boraatii ) fi uffata Ispoortii qabattanii argamuu qabdu.

• Iddoon galmee ;- Reejistarara muummeetti qaamaan argamuun.


@Oromian_Students


CamScanner 11-13-2024 16.46.pdf
8.8Мб
#BEEKSISA_RAMADDII_BARSIISOTAA
Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksisa baasee qacarrii barsiisotaa ogummaa garaa garaan eebbifaman keessaa calalee akkaataa armaan gadiin ramaddii raawwatee jira.
#Barsiisonni ramadamtan hundi gaafa guyyaa 6/03/2017 irraa kaasee #Waajjira #barnootaa #godinaalee fi #Bul.Magaalotaa Ramadamtanitti akka gabaastan hubachiisa. Via BBO

Baga gammaddan
Barsiisota 490


@Oromian_Students


#Yuunibarsiitii_Samaraa

Galmeen barattoota haaraa digirii jalqabaa bara 2017 Yunivarsiitii Samaraatti ramadamtani fi barattootni bara 2016 Yunivarsiitii Samaraatti sagantaa sirreeffamaa(Remedial) irratti hirmaattani bu’aa darbiinsa galmeessitan Sadaasa,16 fi 17/2017 ta’uu beeksise.

➡️Wantootni qabattanii argamuu qabdan:-

- Ragaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa orijinaalaa fi kooppii.

- Tiraanskriiptii kutaa 9ffaa-12ffaa, Orijinaalaa fi koppii
- Suuraa3×4 saddeet, .
- Ansoolaa, tiraascarqi fi uffata ispoortii

🔰Barattoonni bara 2017 haaraa Remedial'in ( sagantaa sirreeffamaan ) Yuunivarsiitii Samaraatti ramadamtan guyyaan seensaa fuulduratti akka ifoomu beeksifameera
.



@Oromian_Students


#Yuunivarsiitii Wachemo

Galmeen barattoota haaraa digirii jalqabaa bara 2017tti Yunivarsiitii Wachemootti ramadamanii fi bara 2016 sagantaa fooyya'insaa (Remedial) barachaa turanii fi qabxii darbiinsa galmeessaniif guyyaan galmee Sadaasa 19 fi 20/2017 akka ta’e yuunivarsiitichi beeksiseera.

Bakka Galmee:

👉Barattoonni idilee haaraa(Freshman) bara 2017 Yunivarsiitii Wachemootti ramadamtan marsariitii yuunivarsiitichaa, fuula feesbuukii fi chaanaalii Telegiraamii irratti mooraa itti ramadamtan argachuu ni dandeessu.
👉Barattoonni bara 2016 Yuunivarsiitii Wachemoo mooraa guddicha fi mooraa Durham keessatti sagantaa fooyya'insaa (Remedial) barachaa turtan;  mooraa Durham

Wantoota yeroo yunivarsiitii deemtan qabachuu qabdan:

👉Ragaa qormaata kutaa 12ffaa orijinaala fi kooppii.
👉Ragaa qormaata kutaa 8ffaa orijinaala fi kooppii, .
👉Tiraanskriiptii kutaa 9ffaa-12ffaa orijinaala fi kooppii ;
👉Suuraa 3×4 afur,
👉Uffataqorraa, Ansoolaa fi uffata ispoortii

👉Bara 2017 Yunivarsiitii Wachemootti sagantaa fooyya'iinsaatiin (Remedial) barattoota haaraa ramadaman gara fuulduraatti yeroon itti seenan ni ifooma

@Oromian_Students




#Remedial
#Yuunivarsiitii MiizaanTeepii

Bara 2017tti barattoota sagantaa fooyya'iinsaatiin (Remedial) haaraa Yunivarsiitii Miizan-Teepiitti ramadamtan hundaaf.

Galmeen bara barnootaa 2017 Sadaasa 11 fi 12/2017 ni raawwatama.

1ffaa. Barattoota Saayinsii Hawaasaan ramadamtaniif Mooraa guddicha Amaan keessa jiru.

2. Barattoota saayinsii uumamaatiin ramadamtan Magaalaa Teepii mooraa Tepiitti qaamaan argamuun akka galmooftan.

Galmeedhaaf wantoota barbaachisan:

➢ Ragaa Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa fi Tiraanskriiptii Kutaa 12ffaa orijinaala fi Koppii Sadii.
➢Suuraa (3x4) sagal.
➢ Uffataqorraa, Ansoolaa,   Uffata ispoortii qabachuun isin irraa eegama.

📢Hiriyyoota keessaniif share godhaa


# Waamicha
#Yuunivarsiitii _Dabra _Taabor

Yuunivarsiitiin Dabra Taaboor barattoota sagantaa idilee digirii jalqabaa(freshman )haaraa ramadaman akkasumas barattoota bara 2016 sagantaa fooyya'iinsa (Remedial program )irratti hirmaatani fi bu’aa darbiinsa galmeessan guyyaan galmee Sadaasa 9fi 10/2017 ta’uu beeksise.

Wantoota galmeef barbaachisan:-

Ragaa Xumura Kutaa 12ffaa kooppii fi orijinaala
tiraanskriiptii kutaa 9-12ffaa kooppii fi orijinaala
Kaardii kutaa 8ffaa kooppii fi orijinaala
Suuraalee roga 3×4:- 4
Uffata qorraa, ansoola, tiraascarqiifi uffata ispoortiiti.

#Hubachiisa

Yuunivarsiitichi barattoota sagantaa sirreeffama(Remedial program ) bara barnoota 2017f guyyaa galmee fulduratti akka beeksisu ibseera.

Barattoota guyyaa ibsame alatti dursaniis ta'ee, boodatti hafanii dhufan Yuunivarsiitichi kan hin keessummeessine ta'uu ibseera.


# Beeksisa Waamicha
#Yuunivarsiitii Walloo

Yuunivarsiitin Wolloo bara 2017 barattoota idilee waggaa tokkoffaa haaraa(freshman ) ramadaman fi barattoota idilee bara 2016 sagantaa fooyya'iinsa (remedial ) baratanii qabxii darbiinsa argataniif guyyaan galmee Sadaasa 13 fi 14/2017 ta’uu beeksise.

Wantoota yeroo barbaachisan:-

-Ragaa Kutaa 12ffaa Originaala fi Kooppii
-Tiraanskriiptii kutaa 9-12ffaa Originaala fi Kooppii
-Ragaa kutaa 8ffaa orijinaala fi kooppi
-Suuraa 3*44
-uffata qorraa,ansoola,tiraascarqii fi uffata ispoortii.

# Hubachiisa
Mooraa(Campus ) itti ramadamtan beekuuf:-
Telegram Bot: @WU_Galmeessaa_bot
Marsariitii :https://tinyurl.com/wu-Registrar-s itti fayyadamu ni dandeeessu.

Hubachiisa kaampaasi itti ramadamtaniin alatti kan hin keessummeefamne ta'uu Yuunivarsiitichi Beeksisee jiraa.



#Waamicha #Freshman
#Yuunivarsiitii Debark

Barattoonni Yuunivarsiitii Debark' tti bara 2016 sagantaa fooyya'insaa (Remedial program) barachaa turtanii fi bu'aa darbiinsaa argatan, akkasumas kanneen bara 2016 qormaata kutaa 12ffaa fudhatanii qabxii darbiinsaa argataniifi yuunivarsiitii Deebarkitti haaraa ramadamtaniif guyyaan galmee Sadaasa 18 fi 19/2017 akka raawwatamu yunivarsiitichi beeksiseera.

#Galmee adabbiin: Sadaasa 20/2017

Barnoonni Sadaasa 20/2017 akka eegalu ibsameera.

Wantoota galmeef barbaachisan:-

➢ Ragaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa
➢ Tiraanskriiptii kutaa 9ffaa-12ffaa
➢ Suuraa 3x4 afur (4).
➢ Uffata qorraa, ansoola, tiraascarqiifi uffata ispoorttiiti.


#Waamicha
#Yuunivarsiitii_Bule_Horaa
#BuleHoraUniversity

Barattoota haaraa bara 2017 Yuunivarsiitii Bule Horaatti ramadamtaniif guyyaan gara mooraatti seentan Sadaasa 9 fi 10 bara 2017 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera.

Galmeef yeroo deemtan wantoota qabachuu qabdan;

- Ragaawwan kutaa 8ffaa hanga 12ffaa orijinaala fi kooppii
- Suuraa saddeet
- Ansoolaa, uffata boraatii fi uffata Ispoortii


#Beeksisa waamicha
#Yuunivarsiitii Arbaa Minci

Barattoota bara barnootaa 2017 Yunivarsiitii Arbaa Mincciitti ramadamanii fi bara barnootaa 2016 Yuunivarsiitii Arbaa Mincii keessatti sagantaa fooyya'iinsa darbaniif, guyyaan seensaa Sadaasa 7 fi 8/2017 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera. Galmeen sadaasa 9fi10/ 2017 ni gaggeeffamaa. barnoonni Sadaasa 11/ 2017 akka eegalu ibsameera.

Haaluma kanaan barattoonni Saayinsii Uumamaa(Natural science ) mooraa guddicha(main campus )Yuunivarsiitii Arbaa Minci, akkasumas barattonni saayinsii Hawaasa (social science) kan qubeen maqaa jalqabaa isaanii A irraa hanga Q, kaampaasi Caamoo(Chamo campus )magaala Arbaa Mincciitti argamuufi barattoonni Saayinsii hawasaa qubeen maqaa kan jalqabaa R irraa hanga Z jirtan kaampaasi Sawulaa (sawula Campus ) kan godina Goofaa magaala sawulaatti argamutti qaaman argamtanii galmee akka taasiftan yuunvarsiitichi beeksiseera.

@Oromian_Students


#Beeksisa Waamicha
#Yuunivarsiitii Goondar

Barattoota haaraa(freshman ) bara barnootaa 2017f Yunivarsiitii Goondaritti ramadamtan, akkasumas bara 2016 barattoota sagantaa fooyya'iinsa (Remedial program ) turanii bu’aa darbiinsa argataniif guyyaan galmee Sadaasa 12 fi 13/2017 akka ta’e yunivarsiitichi beeksiseera.

#Hubachiisa
Barnoonni Sadaasa 16/2017 akka eegalu ibsameera.

@Oromian_Students


#Kan Fooya'ee
#Waamicha #Freshman
#Yuunivarsiitii Booranaa
Barattoonni Yuunivarsiitii Booranaatti bara 2016 sagantaa fooyya'insaa (Remedial program) barachaa turtanii fi bu'aa darbiinsaa argatan, #akkasumas barattoota bara 2016 barachuu eegaltanii barnootaa semisteera tokkoffaa sababa qabxii fi sababoota adda addaatiin 'withdrawal' guutuun addaan kutan, akkasumas kanneen bara 2016 qormaata kutaa 12ffaa fudhatanii qabxii darbiinsaa argataniifi yuunivarsiitii Booranaatti haaraa ramadamtaniif guyyaan galmee Sadaasa 9 fi 10/2017 akka raawwatamu yunivarsiitichi beeksiseera.

Barnoonni Sadaasa 12/2017 akka eegalu ibsameera.

Wantoota galmeef barbaachisan:-

➢ Ragaa kutaa 8ffaa orjinaala fi footokoppii
➢ Orijinaala fi footokoppii tiraanskriiptii kutaa 9ffaa-12ffaa
➢ Ragaa qormaata kutaa 12ffaa orijinaala fi footokoppii
➢ Suuraa 3x4 saddeet (8).
➢uffata qorraa, ansoola tiraascarqiifi uffata ispoorttiiti.

@Oromian_Students


#Yuunivarsiitii Jigjigaa
#Freshman

For 𝑵𝒆𝒘 𝑹𝒆𝒎𝒆𝒅𝒊𝒂𝒍 𝑷𝒓𝒐𝒈𝒓𝒂𝒎 𝑺𝒕𝒖𝒅𝒆𝒏𝒕𝒔!

Bara barnootaa 2017tti barattoota haaraa (#Freshman) Yuunivarsiitii jigjigaatti ramadamaniif guyyaan galmee Sadaasa 07-09/2017 akka ta'e yuunivarsiitichi beeksiseera.


@Oromian_Students


#Waamicha #Freshman
#Yuunivarsiitii #Ambo

Ambo University


@Oromian_Students


#Waamicha #Freshman
#Yuunivarsiitii #Aksum

Yuunivarsiitiin Aksum barattoota sagantaa idilee digirii jalqabaa haaraa(Freshman) bara 2017tti ramadamanii fi barattoota sagantaa fooyya'insaa (#Remedial) bara 2016 barachaa turaniif fi bu’aa darbiinsa galmeessaniif guyyaan galmee Sadaasa 9 fi 10/2017 ta’uu beeksise.

#Wantoota yeroo galmaa'uuf deemtan qabachuu qabdan:

👉Ragaa qormaata biyyoolessaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa:
👉Tiraanskriiptii kutaa 9-12ffaa orijinaala fi kooppii
👉Suuraa 3×4 baay'inni 6,
👉Uffata halkanii fi ispoortii.

✅Yuunivarsiitichi barattoota sagantaa fooyya'insaa (Remedial) haaraa bara 2017tti ramadamaniif gara fuulduraatti waamichi akka taasifamu ibseera.

@Oromian_Students


#Raya_University


Yuunivarsiitiin Raayyaa galmee barattootaa bara 2017 haaraa galaniif Sadaasa 2 𝑓𝑖 3/2017 tti waamee ture dheeresse.

@Oromian_Students

Показано 20 последних публикаций.