TOOFTAA JIREENYAA


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


💫🙌THE METHOD OF LIFE🙌
⬇️⬇️⬇️
♠️♡✨Jechoota Gaggaarii
♣️♡✨Gorssa Gaggababoo
♠️♡✨Seena Jalalaaa
♣️♡✨Jechoota Beektotaa
♠️♡✨Jaalallii Maalii
kaan jedhuf kaan kana Fakkatan
#⃣@TOOFTAAJIREENYAA iratti isiniif dhiyyataa
@TOOFTAAJIREENYAA

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций




Репост из: HD_ORO_APP
Nagaa keessani hordoftotaa @hd oro app kun haraa waan isin fayyaduu isinii qabadhee dhufee jiraaa....
🔦🔦🔦🔦🔦🔦🔦🔦🔦🔦🔦
namni tokko ilee osoo hin ilalin biraa hin darbinii yoo facebook qabdaa tahee sababin isaasi kan bartee jenanii ....yoomuu fb kee hin hatamuu obolotoo koo

wal barsisuun hundaa kenyaa irraa egamaa ....

kana barchuuf na walin bu'aa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
☑️https://youtu.be/_hZ_OVezv_o
☑️https://youtu.be/_hZ_OVezv_o
☑️https://youtu.be/_hZ_OVezv_o
☑️https://youtu.be/_hZ_OVezv_o
☑️https://youtu.be/_hZ_OVezv_o




Harma Hoosisuu fi Dhukkuba VaayirasiiKoronaa (COVID-19)

************

¤ Qorannoo erga ammaa godhameen VaayirasiinKoronaa aanan harmaa keessatti hin argamu/hin jiru. Jechuun vaayirasichi aanan harmaa wojji hin bahu.
---
---
¤ Haati COVID-19 qabamte ykn shakkamte takka of eeggannoowwan armaan gadii godhaa daa'ima ishee harma hoosisuu ni dandeessi:

* Yeroo daa'ima harma hoosiftuuf itti dhihaattu hunda "Mask"/maaskii godhachuu/afaaniifi funyaanitti xaxachuu qabdi.
* Yeroo daa'ima harma hoosisuuf deemtuuf yeroo da'ima qaqqabdu kamuu harka ishee saamunaan qulqulleessitee dhiqachuu qabdi.
* Erga harka saamunaan qulqulleessite dhiqatteefii maaskii godhatte booda daa'ima isheef harma kennuun hoosisuu dandeessi. Gara daa'imaatti harganuu irraas of eeguu qabdi.
* Erga hoosfite boodas harka dhiqachuufi wontoota ykn meeshaalee yeroo hedduu deddebitee tuttuqxu alkooliin ykn barakiinaa bishaaniin gootee qulqulleessuu qabdi.
---
---
Fayyaa ta'aa!
©Dr. Nuredin Luke
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA


• Bolivia - 397+ / 28
• Taiwan - 395+ / 6
Kosovo - 387 / 8
• West Bank and Gaza - 374+ / 2
• San Marino - 372+ / 36
Mauritius - 324 / 9
• Senegal - 314+ / 2
• Georgia - 306+ / 3
• Montenegro - 288+ / 4
• Vietnam - 267+ / 0
• Congo (Kinshasa) - 254+ / 21+
• Sri Lanka - 238+ / 7
• Kenya - 225+ / 10+
• Venezuela - 197+ / 9
• Guatemala - 180+ / 5
• Paraguay - 161+ / 8+
• El Salvador - 159+ / 6
• Mali - 148+ / 13
• Rwanda - 136+ / 0
Brunei - 136 / 1
• Jamaica - 125+ / 5+
Cambodia - 122 / 0
• Congo (Brazzaville) - 117+ / 5
• Trinidad and Tobago - 114+ / 8
• Madagascar - 110+ / 0
• Monaco - 93 / 3+
• Tanzania - 88+ / 4+
• Ethiopia - 85+ / 3
• Togo - 81+ / 3
• Gabon - 80+ / 1
• Somalia - 80+ / 5+
Liechtenstein - 79 / 1
• Burma - 74+ / 4
• Barbados - 73+ / 5+
Liberia - 59 / 6
• Cabo Verde - 56+ / 1
Uganda - 55 / 0
• Guyana - 55+ / 6
• Equatorial Guinea - 51+ / 0
Bahamas - 49 / 8
• Libya - 48+ / 1
• Zambia - 48+ / 2
• Guinea-Bissau - 43+ / 0
• Haiti - 41+ / 3
• Eritrea - 35+ / 0
Benin - 35 / 1
• Syria - 33+ / 2
Sudan - 32 / 5
Mongolia - 30 / 0
• Mozambique - 29+ / 0
Chad - 23 / 0
Antigua and Barbuda - 23 / 2
• Zimbabwe - 23+ / 3
• Maldives - 22+ / 0
Laos - 19 / 0
Angola - 19 / 2
Belize - 18 / 2
Dominica - 16 / 0
Nepal - 16 / 0
Namibia - 16 / 0
Fiji - 16 / 0
Malawi - 16 / 2
Saint Lucia - 15 / 0
Eswatini - 15 / 0
Saint Kitts and Nevis - 14 / 0
Grenada - 14 / 0
• Sierra Leone - 13+ / 0
Botswana - 13 / 1
Saint Vincent and the Grenadines - 12 / 0
• Central African Republic - 12+ / 0
Seychelles - 11 / 0
Suriname - 10 / 1
Gambia - 9 / 1
Nicaragua - 9 / 1
MS Zaandam - 9 / 2
• Timor-Leste - 8+ / 0
Holy See - 8 / 0
Mauritania - 7 / 1
Western Sahara - 6 / 0
Bhutan - 5 / 0
Burundi - 5 / 1
Sao Tome and Principe - 4 / 0
South Sudan - 4 / 0
Papua New Guinea - 2 / 0
Yemen - 1 / 0

Join
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA


Latest updates on the Wuhan coronavirus outbreak:
• US - 636350+ / 28326+
• Spain - 177644+ / 18708+
• Italy - 165155+ / 21645+
• Germany - 134753+ / 3804+
• France - 134582+ / 17188+
• United Kingdom - 99483+ / 12894+
• China - 83356+ / 3346+
• Iran - 76389+ / 4777+
• Turkey - 69392+ / 1518+
• Belgium - 33573+ / 4440+
• Brazil - 28320+ / 1736+
• Netherlands - 28316+ / 3145+
• Canada - 28209+ / 1007+
• Switzerland - 26336+ / 1239+
• Russia - 24490+ / 198+
• Portugal - 18091+ / 599+
• Austria - 14336+ / 393+
• Ireland - 12547+ / 444+
• Israel - 12501+ / 130+
• India - 12322+ / 405+
• Sweden - 11927+ / 1203+
• Peru - 11475+ / 254+
• Korea, South - 10591+ / 225+
• Chile - 8273+ / 94+
• Japan - 8100+ / 146+
• Ecuador - 7858+ / 388+
• Poland - 7582+ / 286+
• Romania - 7216+ / 372+
• Denmark - 6876+ / 309+
• Norway - 6740+ / 150+
• Australia - 6440+ / 63+
• Pakistan - 6383+ / 111+
• Czechia - 6216+ / 166+
• Saudi Arabia - 5862+ / 79+
• Philippines - 5453+ / 349+
• Mexico - 5399+ / 406+
• United Arab Emirates - 5365+ / 33+
• Indonesia - 5136+ / 469+
• Malaysia - 5072+ / 83+
• Serbia - 4873+ / 99+
• Ukraine - 3764+ / 108+
• Belarus - 3728+ / 36+
• Qatar - 3711+ / 7
• Singapore - 3699+ / 10
• Dominican Republic - 3614+ / 189+
• Panama - 3574+ / 95+
• Luxembourg - 3373+ / 69+
• Finland - 3237+ / 72+
• Colombia - 3105+ / 131+
• Thailand - 2643+ / 43+
• South Africa - 2506+ / 34+
• Egypt - 2505+ / 183+
• Argentina - 2443+ / 111+
• Greece - 2192+ / 102+
• Algeria - 2160+ / 336+
• Moldova - 2049+ / 46+
• Morocco - 2024+ / 127+
• Croatia - 1741+ / 33+
• Iceland - 1727+ / 8
• Bahrain - 1671+ / 7
• Hungary - 1579+ / 134+
• Iraq - 1415+ / 79+
• Kuwait - 1405+ / 3
• Estonia - 1400+ / 35+
• New Zealand - 1386+ / 9
• Uzbekistan - 1302+ / 4
• Kazakhstan - 1295+ / 16+
• Azerbaijan - 1253+ / 13
• Slovenia - 1248+ / 61+
• Bangladesh - 1231+ / 50+
• Armenia - 1111+ / 17+
• Bosnia and Herzegovina - 1110+ / 41+
• Lithuania - 1091+ / 30+
• North Macedonia - 974+ / 45+
• Oman - 910+ / 4
• Slovakia - 863+ / 6+
• Cameroon - 848 / 17+
• Cuba - 814+ / 24+
• Afghanistan - 784+ / 25+
• Tunisia - 780+ / 35+
• Bulgaria - 747+ / 36+
• Cyprus - 715+ / 12
Diamond Princess - 712 / 12
• Andorra - 673+ / 33+
• Latvia - 666+ / 5
• Lebanon - 658+ / 21
Cote d'Ivoire - 638 / 6
Ghana - 636 / 8
• Costa Rica - 626+ / 4+
• Niger - 584+ / 14
• Burkina Faso - 542+ / 32+
• Albania - 494+ / 25+
• Uruguay - 492+ / 8
• Kyrgyzstan - 449+ / 5
• Djibouti - 435+ / 2
• Honduras - 419+ / 31+
• Nigeria - 407+ / 12+
• Guinea - 404+ / 1+
• Jordan - 401+ / 7
• Malta - 399+ / 3


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
📹Akkamiin sirnaan maaskii kaawwatu?

▶️ 3.2 MB
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA


​​Chaayinaan jila ogeeyyota fayyaa gara Ityoopiyaa ergite

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
April 16, 2020

Jilli ogeeyyota fayyaa Chaayina miseensota 11 qabu har’a Finfinnee kan seene yoo tahu, Ministeerri Fayyaa Dr.Liiyaa Taaddasa buufata Xiyyaara Booleetti argamuun jila akana simattee jirti. Ogeeyyonni Fayyaa Chaayinaa kunniin, weerara dhibee vaayirasii koroonaa too’achuuf tattaaffii Ityoophiyaan godhaa jirtu irratti, ogeeyyota Fayyaa Ityoophiyaatiif leenjii kennuuf, akkasumas dhaabbilee fayyaatiifis muuxannoo qooduuf akka tahe ibsame.

Haaluma walfakkaatuun mootummaan Chaayinaa Burkinaa Faasoo dabalatee biyyoota Afrikaa hedduuf ogeeyyota fayyaa kan erge tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Odeeyfannoo walqabateen, Ministeerri Fayyaa ibsa har’a kenneen Ityoophiyaa keessatti namoonni Vayirasii koroonaatiin qabaman torba dabalataan argamuu beeksise. Haaluma kanaan biyyattii keessatti lakkoofsi namoota Vayirasichi irratti argamee 92 gahee jira.

#COVID19 #Ityoophiyaa

@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA


#COVID-19 Jibuutii

Jibuutitti sa'aati 24 keessatti qorannoo laabraatoorii namoota 494f taasifameen namoota 156 vaayirasii koronaatiin qbamuun isaanii ibsameera.

Walumaa galatti biyyattitti namoonni vaayirasii koronaan irratti argame gara nama 591tti ol siqeera.

@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA


OBN chaanaalii 2ffaan guyyaa har’aa tamsaasa yaalii eegaleera

Oromiyaa Broodkaastiing Neetwork (OBN) chaanaalii 2ffaan guyyaa har’aa tamsaasa yaalii eegaleera. Chaanaliin kun “OBN Horn Of Africa” jedhamee akka waamamu Mootummaan Naannoo Oromiyaa murteessee jira.

Kaayyoon guddaan chaanaalii kanaa walitti hidhamansaa fi obbolummaa ummatootaa gaanfa Afriikaa cimsuudha.

Keessumaa Walitti hidhamiinsa ummattota gaanfa dhugoomsuuf tattaaffii godhama jiru keessatti Ummatni Oromoofi mootummaan naannoo oromiyaa gahee isaan irraa eegamu akka bahan kan godhudha.

Kanaafuu chaanalichi afaan Oromoo,afaan Inglizii,afaan Arabaa,Afaan Somaalee,afaan Tigree,afaan kiswaahilii,afaan Affaar,Afaan Amaaraa,Afaan sidaamaafi Afaanota biroon Oduu,sagantaawwanfi qophijwwan bashananaa garagaraa kan tamsaasu tahuu walitti qabaan boordii Oromiyaa broodkaastiingi netwoorkii obbo Addisuu Araggaa toora feesbuukii isaanin ibsaniiru.

Maddi:-FBC

@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA


Haala waliigalaa koronaa vaayirasii Ityoophiyaa keessatti :-

•Qorannoo gaggeeffame = 5,389
•Namoonni qabaman = 92
•Namoonni yeroo ammaa yaaliirra jiran = 72
•Namoonni bayyanatan = 15
•Namoonni du'an = 3

@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA


Haala Dhukkubsattootaa

Dhukkubsataa 1ffaa Lammii Itoophiyaa waggaa 21 Ameerikaa irraa kan dhufe bakka tursiisa addaa ture.

2ffaan Lammii Itoophiyaa wagga 32,seenaa imalaa Jarmaniifi Beeljiyeemi kan qabufi bakka tursiisa adda kan turedha

3ffaa Lammii Itoophiyaa waggaa 76,biyya Swiidinii kan dhufeefi bakka tursiisa adda kan turedha.

4ffaa Lammii Itoophiyaa waggaa 34,biyya Swiidinii kan dhufeefi bakka tursiisa adda kan turedha

5ffaa Lammii Itoophiyaa waggaa 39,Jaappan irra kan dhufeefi bakka tursiisa adda kan turedha.

6ffaa Lammii Itoophiyaa waggaa 14,seenaa imala alaa kan hin qabnedha. Namoota dhukkubichaan qabamanii waliin hariiroo qabaachuufi dhabuu adda baasuu irraa jirra.

7ffaa Lammii Itoophiyaa waggaa 61,Ameerikaa irraa kan dhufeefi bakka tursiisa adda kan turedha.

Via Dr.Liyaa Taaddasaa

@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA


Itoophiyaatti lakkoofsi namoota koronaa vaayirasiin qabamanii 92 gahe.

Itoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabratoorii namoota 401 taasifameen,namoota torba(7) irratti koronaa vaayirasii argameera.

Walumaagalatti namoonni vaayirasichaan qabaman akka biyyaatti 92 irra gahee jira.

Via Dr.Liyaa Taaddasaa

@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA


#Iran :Iraan meeshaa maagneetawaa Koroonaavaayiras fageenya meetira 100 irraa adda baasu argatte

Humni waraana addaa Iraan (Islamic Revolution Guard Corps ) meeshaa magneetawaa harkatti qabatamuufi nama Koroonaavaayirasiin qabame adda baasu argachuu miidiyaan biyyatti Tasniim jedhamu gabaase.

Meeshaan kun hanga fageenya meetira 100 irraa nama vaayirasii kanaan qabamee jiru adda baasuu danda’a jedhameera.

Meeshaan daqiiqaa shan keessatti vaayirasicha adda baasuu danda’ajedhame kun %80 milkaahaddha jedhameera.

Ogeeyyiin garuu karaan amanamaan vaayirasi kana adda baasuu qorannoo jiidha Afaan ykn Funyaan keessaa fudhatamee Laaboraatooritt ilaalamuudha jedhu.

@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA


#EthioChina |Chaayinaan ogeeyyii yaala fayyaa gara Ityoophiyaatti erguufi

Tattaaffii Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasiftu deeggaruuf chaayinaan ogeeyyii yaala fayyaa gara Ityoophiyaatti erguufi jedhame.

Chaayinaan dabalataan ogeeyyii kanneen gara Burkiinaafaasoottis erguuf akka ta’e ibsameera.

Ogeeyyiin yaalaa kunneen muuxxannoo yaalaa fi weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi too’achuuf qajeelfamaa fi teeknikoota dhaabbiilee fayyaaf qooduufi jedhameera.

Chaayinaan hariiroo cimaa Afrikaa waliin qabaachuu ishee kan ibsan Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa biyyattii Zihoo Liijaa’an, ardichatti weerara dhibichaa ittisuu fi to’achuuf hojiilee hojjetamaa jiran kan deeggaran ta’uu himaniiru.

Haala waliigala biyyoota Afrikaa xiyyeeffaannoon hordofaa jiraachuu dubbataniiru.

Chaayinaan meeshaalee dhibichaa ittisuu fi to’achuuf tajaajilan dhiyeessaa akka jirtus Zihoon ibsaniiru.

Maddi:-CGTN, FBC
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA


Haaluma kanaan

• Tajaajila sagalee biyya keessaa Birrii 5niin daqiiqaa 30, ergaa gabaabaa bilisaa 20,tajaajila intarneetii waliigalaa Birrii 5 meegaa baayitii 100,

• Birrii 10 meegaa baayitii 250, ergaa gabaabaa biyya keessaa bilisaa 20 waliin fayyadamtootaaf dhiyatera jedhame.

• Dabalataan tajaajila bilbila fi Intarneetii mana keessaan turaan tajaajila sagalee Birrii 15 meegaa baayitii 300, ergaa gabaabaa bilisaa daqiiqaa 30 fi barreeffamaa 20 bilisaan dhiyyeessuu isaa aadde Firehiyiwat ibsaniiru.

Maamiltoonni tajaajiloota kana ganama sa’aatii 12:00 hanga guyyaa sa’aatii 10 :00tti fayyadamuu kan danda’an ta’uu dhaabbatichi beeksiseera.

Tajaajilli kun Baatii lamaaf kan turu ta’uus ibsameera.

@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA


#EthioTelecom
Itiyooteeleekoom ittisa Koroonaavaayirasiif Birrii miiliyoona 100 deeggarsa taasisuu beeksiise.


Teeleekoomichi tajaajila walii galaa irratti fooyya'iinsa taasisuu Hoji Raawwachistuun Olaantuu Itiyooteeleekoom Aedde Firihiyoot Taammiruu ibsuu EBCn gabaaseera.

@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA


Koreen tola ooltummaa Oromiyaa birrii mil 10.8 dhaabbilee garagararraa deggersa argate.

Koreen tola ooltummaa Oromiyaa erga dhukkubni COVID 19 biyya seene as tooftaalee adda addaatti dhimma ba'uun deggersa meeshaafi qarshiidhaan walitti qabaa tureera.

Hanga ammaattis deeggersa argameen qarshiin mil.408 sassaabamuun hojiin deeggersa taasifamee jira.

Guyyaa har'aas dhaabbilee misoomaa, waldaalee hawaasaafi warshaaleerraa deeggersi mil.10.8 fi meeshaaleen arjoomamuun wal harkaa fuudhinsa walitti qaba koricha Obbo Dhaabaa Dabaleen taasifame jira.

Maddi: OBN
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA





Показано 20 последних публикаций.

2 216

подписчиков
Статистика канала