Intala Bareedduu.
Egaa gurbaan tokko intalli haarawni waajjira isaatti qacaramtee hojii eegalte arge. Ishiinis hedduu bareedduu waan taateef guyya hunda waa'eedhuma ishii yaadaa oola.Yeroo kanas akkamitti akka yeroodhuma takka carraa walqunnamtii saalaa wajjiin raawwatuu ittiin argatu yaadutti ka'e. kana boodas itti dhihaate,'maaloo yeroodhuma tokko qarshii dhibba tokko lafan siif buusa hanga ati lafa isa fudhatutti qofan siin jedha. altakka naaf hayyami, nagahaa ana' jedheeni Ishiinis, lakki ani hiriyaan qaba hin ta'u garuu bilbileen gaafadha jetteeni. Ishiinis bilbiltee hiriyaa ishii gaafannaan, innis qarshii dhibba lama godhi jedhiini. Osoo inni surree hin hiikkatin ati lafaa fuuta! Akkuma fuuten naaf bilbili! Jedheeni. Ishiinis gurbichaaf tole jette. Kana booda hiriyaan ishii bilbila qabatee eegutti ka'e. yoo ilaalu hin bilbilamu, daqiiqaa 5 guute, ammas hin jiru daqiiqaa 10 guute. Amma rifaatuun jaalalleen ishee yoo itti bilbilu, isheenis harganaa afuurri ciccitaa! bilbila kaaste. Maali maal taate yoo jedhuuni, isheenis: gurbichi abaaramaadha qarshii dhibba lamanu shillingiitti jijjiiree gadi jigse! jetteni. Osoo jaalallee teessan taate maal gootu?
➩➩ @baacookoo ◀