Репост из: Tsegaye Ararssa
di ittiin bahan ta'uu isheeti.
Warri finxaaleyyii siyaasa nafxanyaa olii gadi ooftu kunis kana qabattee jan maraattu, Hasaan Shimalis kun dhugaa dha jettee utuu hin ta'iin dubbi kanaan sammuu Oromoo qabachuu dhaan uummatni Oromoo ijasaa mormii amma itti jiru irraa akka kaasu goodhufi. Kanaan, ajeechaa Hacaaluu irraanfachiisuf, hidhaa fi darara hogganootni Oromoo itti jiran dagachiisuf, lola Bilxiginnaan Oromoo irratti bante akka dura hin dhaabbanne yaada uumataa jalaa maqsuufi.
Lolatu nutti jira. Diinatu nutti wacaa jira. Abiy tu Oromoo cabsuuf karoorfatee nafxanyaa wajin dalagaa jira. Bilxiginnatu ummata Oromoo akka sabaatitti diina jedhee ibsee (define godhee) nurratti bobba'ee jira. Bilxiginnaan caasa nafxanyootaati. Bilxiginnaan diina Oromooti. Shimalisis ergamtuu diinota Oromooti.
Oromoon, kana yomiyyuu hin dagatu.
Qabsoon itti fufa.
#Hanga_abbaa_biyyummaatti.
#Abiy_is_the_past.