#JAALLALA_ABBAA_fi_DAA'IMMAA
_Abbaan uffata adii ta'ee fi baay'ee Bareeda ijaa namatti toluu uffatte osoo deema jiru mucaa isaa utuu taphaatu dhoqee keessatti kuftee miidhaamtee argee sabaaba dhoqee keessatti kufteef uffatti ishees dhoqee duwwaa/qofaa ta'eera ykn dhoqeen uffatta ishee balleesserra.
Abbaan mucaa sana yemmuu dhufu abbaa sun wayya kootu adiidha, bareedaadha narratti balleessitti utuu hin jedhiin wayyoo jechuun gaadda guddaa keessa galun miidhaama mucaa isaa argee saama fi dhoqee ishee wajjiin ofitti fudheet uuuuuush dhiisikaa hin boo'iini jechuun gara gaaddattin sosobataa.
Kunis muca sanaf jaallalii inni qabu maal akka ta'ee ibsaa. Jaallalii inni daa'immaa sanaf qabu ulfina uffata isaaf inni ofiif kennu ni caala sabaabiinsa utuu ulfinaa isaa yaadee uffata gaarii fi yeroo ofgeexe jiru sanatti daa'immaa isaa dhoqee qabdu sana ofitti fudhee hin sosobuu turee kaanafuu jaallalii haatiis ta'ee abbaan mucaa isaniif qaban addadha maaddalamu hin daanda'uu.
Atiis jaallalii atii hiriyaa kee fi obboleessa keef qabdu jaallala amaanamaa ta'uu qaba malee jaallala geggeddaramu hin qabatiin.
Jaallala geggeeddaramuu yoo qabatee atii jaallatu utuu hin taane jaallatu gowwomsitudha sabaabiinsa jaallalii atii nama sanaf qabdu haala fi wantoota garagaarattin waan geeddaramuuf atii jaallala keetiif amaanamaa miti!!
___////____dubbisu keef galaatoomii!!! Share gochu hin dagaatiin
@gorsa_jireenya