Anas ibnu maalik


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


😍nudhihaadha
❤jaalalan nurra qabamtan
🤣heddu male kofaltan
🎧nashidan relax of gootan
😘hadisan of yaadattu
🤔seena sahabatin qalbi if jistaan
Khana hunda arkachuuf duba maltu join godhu si dhorke
👇👇👇
@ Anas best
@hbbi11

Связанные каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: MAHER ZAIN ☞ Official


Репост из: Hamza mohammed👉offical
👉Ati akka addunya khanaaf barabachisa akka taate bekhii🌷🍀🌷

https://telegram.me/httpsHamzamohammed


🌟Rabbiin balaa zamana jalaa isin haa baasuu yaa ikhwaani
👉bakka jirattaniti isin haa eeguu Rahmaniin khiyyaa ni dandaha
☞Yaada fi muraada kheessan isinif haa guutu
🔜Rakko teessan isinira ha furuu


Репост из: Hanuudii Mohammed Official
Namni sirra caalu hedduun tokko akkuma jiru Atis nama heddurra caaltaa beeki!
Tanaafuu of hin tuffatin, ammas hin boonin!

@Hanuudi_Mohamed


Репост из: MAHER ZAIN ☞ Official


Ana (me)
👉 Na #Tuffachuun duratti - Na #Barsiisi.
👉 Na #Shakkun duratti - Na #Gaafadhu.
👉 Na #Arrabsuun duratti - Na #Gorsi.
👉 Na #Hamachuun duratti - #Fuulduratti na gaafadhu.
👉 Yoon #Dogoggore - Na #Sirreessi.
👉 Yoon #Irraanfadhe - Na #Yaadachiisi. #Hubadhu

Gorsaa fi jacha babareeda arkachuf join godhi
👇👇
@hbbi11
@hbbi11


-waan hunda keysattuu nama of tuulu hin tahin ilma namaatiifi rabbi birattillee nijibbamtaa....

- Suuta ejjadhu Enyuhuu hin caaltuu 🤕
@hbbi11


Репост из: MAHER ZAIN ☞ Official
☆ሞት አይረሳህም አንተም አትርሳው☆

@Maherzain123


Репост из: MAHER ZAIN ☞ Official
💕ሰው ላንተ ስላለው ውዴታ አትጨነቅ ። የሰው ልጅ ልብ ይገለባበጣል!!
💕አላህ ላንተ ስላለው ውዴታ ተጨነቅ ከወደደህ ሰውም ዘንድ ያስወድድሃልና!!
 #ALLAAH YEWDADEN MIRXOCHE
❣💞💖💜💙💚💛❣💕💞💓💗💘💝
👇👇👇👇👇🌴
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123




...SI QOFAA YAA RABBII...

➖➖➖➖➖➖➖

‏۞وَإِن يَمْسَسْكَ اللَّهُ بِضُرٍّ فَلَا كَاشِفَ لَهُ إِلَّا هُو۞
...✍
۞Dararaa Takkaan Yoo Si Tuqe Kha Sirraa Khaasu Hin Jiru Rabbi Malee۞
➖➖➖➖➖➖➖➖

👉Hamtuun Na Tuuyxi Jettee Hin Yaaddawin, Osoo Yaaddooytuu Dhukkuba Biraa Ifitti Hin Dhalin, Rabbiin Khee (S.W) Isa Si Qabeehuu Sirraa Khaasaa, Yaada Dhiisii Obsi,

👉Yaa Rabbi Qalbii Teenya Nu Hin Rarraasin Yoo Gama Khee Ol Rarraafte Malee...
🌟AAMIIIIIIIIIIN🌟

Join ⤵
📝@hbbi11
@hbbi11


● Yaa rabbi boohartii taraawiihaa san nun hanqisin.🌙
● Sagalee qur'aanaa babbareedduu san yaa rabbi nun agabsin.🌙

Fayyaa guutuudhaa fi gammachuudhaan ramadaanaan nu gahi 💛🌙🥺

@hbbi11
@hbbi11
@hbbi11


As wr wb Hordoftoota channel khiyyaa Baga nagayan naaf jiraattan Rabbiin bakka jirtaniitti isin haa tiiyisuu wlhi Akka isin yaaddan isiniif haa tahuu ...Aammmiiiiiiiiiiiin Allahumma Aaammiiiiiiin
★★★★★★★★★★★★
@hbbi11
♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥
Jibbaa Nama hin qabnu eegaa jaalala khottaa nutti dhihaadha mee? ??


Репост из: Hanuudii Mohammed Official
Sifaa Nama Salaata Qadeesse Irraa Mul'atu
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

✅ Nama Salaata "Subhii" dhiise fuula isaatirra ifaan hin jiru
✅ Nama Salaata "Zuhrii" dhiise Rizqii isaa keessa barakaan hin jiru

✅ Nama Salaata "Asrii" dhiise qaamni isaa humna hin qabu

✅ Nama Salaata "Magriibaa" dhiise ijoollee isaa keessa barakaan hin jiru
✅ Nama Salaata "Ishaa'ii" dhiise hirriba Rahaa qabu hin argatu




👉አስተውሉ
ካመኑ...........አላህን
ከተቀበሉ.....ኢስላምን
ከወደዱ.......ጀነትን
ከጠሉ.....ጀሃነምን
ከራቁ......ካፊርን
ከቀረቡ......ሙስሊምን
ከተማሩ......ዲንን
ከተመኙ......ኢማንን
ካነበቡ...ቁርዓንን
አላህ ይወፍቀን🤲🤲🤲🤲

@hbbi11
@hbbi11


Репост из: Hamza mohammed👉offical
Namnii tokko barate baratu baate wantoota shanan khana yoo guttatee Galma ni gaha
1=Amala
2=murannoo
3=tattaaffii
4=daffaruma
5=waan takkaratii ejjanno jaaba qabachu qaba
Garu irra calan nama namaa baratee
Namnii tokko barate baratu baate wantoota shanan khana yoo guttatee Galma ni gaha
1=Amala
2=murannoo
3=tattaaffii
4=daffaruma
5=waan takkaratii ejjanno jaaba qabachu qaba
Garu irra calan nama namaa baratee
https://telegram.me/httpsHamzamohammed




💞Bareeda nama jachun
Ñama haadha Fi abbaa isaa
Kabajee ajajjameedha❣️

@hbbi11 ♥️


Репост из: MAHER ZAIN ☞ Official
Way Harka Kiyya !! Way Kiisha Kiyya !! 📖 Seenaa Ajaa'ibaa
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
By: Qilleensi Nasrii Bubbise

🚦Seenaa kana Aalima beekkamaa jaalatamaa Muhammad Al Ariifii tu حفظه الله kitaaba isaanii mi'aawaa (استمتع بحياتك) je'smu keessatti nuuf galmeessan...

🌹Gaafa tokko Abbaan warraa galee erga erbaata nyaatee uffata isaa baafatee fannisee hirribaaf siree irra ciisee uffata uffatee rafe.

👸Haati manaa isa duubatti haftee hanga inni rafuu eeydee ...Inni rafee arginaan suuta deemaa gara uffata isaa dhuftee kiisha surree harka keettee mallaqa inni qabu akkuma jiruun kiishaa mallaq gootee...Awwaltee ofirraa isiinis (Isa jala seentee rafte) !!! 😃😃

🌴Ganama wayta lafti bariitu Abbaan warraa gara dalagaa deeme !! Wayta dalagaa raawwatee eddoo bashannanaa seenee mallaqa laalu ...Mallaqni kiisha hin jiru !! Namtichi dhaabateetumaan dhama'ee 🙉 rifate !! Garuu boodarra akka isiin fuute erga mirkaneeffatee ka'ee....deemee....Garuu beeki galee hin arrabsine ...Galee hin tumne...Ee dhugaa dha !!! Inni nama sammuun nagaya qabdu waan ta'eefi !! Mala beeka ...Tumaafii balaa hin beeku !!! Inni "Ibiddi bishaaniin dhaama malee...Ibiddi ibiddaan dhaamaa hin beeku !!""

🌸Galgala eegee...Suuta je'ee Raacha du'e fuudhee (Wahiin maree) kiisha kaayatee ....Akka isiin edanallee kiishatti deebitu beekaa...Ofirraa erbaata ofii liqimsee uffata baafatee surree Raachi keessa jirullee fannisee birdi libsii uffatee akka waan hirribni qabee rafee fakkeessee...Ofii ija keessaan qaqal'isee isii eegaa jira !!! Hhhhh....

😃Isiin gaa .. Akkuma edaa mallaqa guura jettee...Inni rafe seetee suutaa deemaa ....Yaa Rabbi....Suuta deemaa dhufteeee....Wayta isiin harka kiisha nayxu waan qabbanaawaa tokko argite !!🙉
Yoo isiin suuta ol harkiftee baaftu wanti....Raacha 🙈 !! Hhhhhh...

🙊Booda rifattee " Uuuu way harka kiyya !!". Jennaan....Abbaan warraa kan kana argatee ree innillee " Uuuuu way kiisha tiyya !! " je'a ol utaale !!! Hhhhhhh 😀😀 !!

Dubbiin dhumate....Amma booda isiin kiishatti deebitii ???!!!,...Lakki ....Hin tumne ...Hin himanne...Hin arrabsine. ..Hin xiqqeessine !!! Karaa gabaabaan waan dheeraa tolche ! Osoo tumee isiin ni gadoofti malee hin sirrooftu !!! Namni gariin jaartii isaa tumaan qajeelcha je'ee tan haftee jaartii goobse quubsa....Tan duraan haalli isii akka adurree.... Tumaa barattee leenca taati !! Yoo tumaa baratte...Sillee si tumuu jala qabdi !! Afaaniin si arrabsuu baratti !! Lakki...Amantiin teenya nama rakkisuu... Jiruu dirqii hin qabdu !! Rasuulli SAW haqa yataamaatiif haqa dubartii osoo jabeessanii dhaaman duniyarraa deeman !!! عليه الصلاة والسلام !!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123

Показано 20 последних публикаций.

190

подписчиков
Статистика канала