Dubii fi gaallana abbatu fira hidha 😂😂
Gowaaf yeroo hogaa kanitu gowaa si saha 😂😂
Namni jarjara qabu ganama lukku dura hiriiba ka’a 😂😂
nama dubiin hin galef dubuuma sanihuu iraa dhiisu wayaf 😂😂
Seerafi heeri qaldii keysa osoon tahiin mana murtiti haftee 😂😂
Namni tokko tokko osoo naman gowomsa ja’uuti gowoma malif yoo jatee wan yeroo cuufa amala gowaa wan hordofuf 😂😂
Gowaan boonu haqila fakkaata 😂😂
Culluleen lukku keysa dhalate firaa si dhisi ofuma situ lukku seti 😂😂
Yeroo hunda nama si jallaa calisura deebiin egin calisuun matan isiitu debisaa gutuudha 😂😂
Yeroo takka takka nama akka itiin deman hin beyneetu karaa demsaa barbada ajab 😂😂
Namni hikka makmaksa hin beyne dubiin beku 😂😂
Nama gaarii yadu gaariitu isaan wal baraa nama shira yadu shiraatu isaan wal bara ajab 😂😂
Corona jechuun Duranu jira ja’aani jijiraamun isaa COVID-19 nama na qofaa bekka ja’uutu harka isaa hin dhiqatini 😂😂
channela kenyara akka wa baratanii irra bashanantan ni abdana saganta qalbi isin hawatu hojachuf qophii xumuree jira yoo wanti nuf hafe jirate hamilee teysani like share godhudha hiriya kesanis affera ha buhaarani bashanananii galatooma guyyaa gaarii ❤️
https://t.me/onnen1Rj