Walaloo mi'ooftuuu


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Qartuu qalbii namaa, yaada yoo qabaattan @UmarsheAhmadl qunnamaa!
Walaloo mi'ooftuu unadhaa sammuu keessan bohaarsaa feetan galma'aa.
# YouTube kiya subscribe godha
Nashida kenya.achirati argatu
https://youtu.be/2TLrfOwlK3I
Email: umarsheka18@gmail.com

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: HERAN PROMOTION™
Guyyaa arraa dhimmi Alamuu simee kun rakkina nutti tahuu hin qabu ture
,garuu duraan if hin qulqulleessini maal goona.


[NEW AND MODERN PROMOTION CHANNEL. @Heranpromotion

Jawar Mohammed

🐧Jechoota yeroo wajji deeman ,kan jaalala,kan koflaa,kan barnoota💭
@Siinbeekaofficial

🐧Jecha hayyoota,wallistoota, gorsa
🚀@jeechajeechacaalu

🐧koflaa fi taphaaf
🚀@Taphaa_qoosaa

🐧kennaa, walaloo,oduu
🚀@Finfinnepost

🐧mijuu walaloo,Shaggooyyee,geerarsa
🚀@mijuuwalaloo

🐧Walaloo mi'ooftu akka dammaa
🚀@umarsheAhmad

🐧sammuu kee jijjiiri,ni jijjiiramtaa.
🚀@oroquotes

🎾Daily Health post
🚀@dailyhealthpost

🐧Aadaa booranaa
@XachishaBorena

🎾Yeroon seeyfiidha.
🚀@AbdoAbshiruOfficial

🎾Odeeffannoo waltaawaaa
🚀@Dilsho_tube

🐧Koottu taphadhu(just for fun)
🚀@Bashannanaaf(just for fun)

🐧Borena news, knowledge and fun
🚀@borananews

🐧Daldala electronics.
🚀@jimmittike

🐧Jiraattoota naannawa harariif waamicha Sabboonummaa
🚀@Hararcity

🐧kofla, odeeffannoo isportii.
🔶@qubee_koo

🐧 Liverpool fun
⚽️@ethioliverpoolfuns

🐦jechoota yeroo, jechoota jaalala,jechoota koflisiisoo😳
@Siinbeekaofficial

[🔝Best Telegram Channels🔝]


Contact @Siinbeeka

🗣 VIA|@Heranpromotion

🔞Hot girls wallpaper ,dirty films🔞


Репост из: HERAN PROMOTION
Ibsa obbo jawar Mohammed ESAT TV ilaalchisee dubbatte ,gabaabbate isiniif dhihaate jira.

Isaan armaan gadii kana yoo feetan play godha dhaggeeffadha ykn buufadha.

👉👉👉PLAY▶️👈👈👈👈


👉👉👉⬇️DOWNLOAD⬇️👈👈👈

Galatooma isin jaalanna.




Репост из: HERAN PROMOTION™
Jawar Mohammed

NEW AND MODERN PROMOTION CHANNEL




🌲jechoota jaalala ,koflaa,fi beekkumsaa

💋@Siinbeekaofficial


🌲jecha hayyoota, fugug, wallistoota
💋@jeechajeechacaalu

🌲walaloo ,Shaggooyyee, geerarsa
💋@mijuuwalaloo

🌲walaloo mi'ooftu akka dammaa
💋@umarsheAhmad

🌲Sammuu kee jijjiiri ni jijjiiramtaa
💋@oroquotes

🌲Taphaaf,qoosaaf
💋@Taphaa_qoosaa

🌲Daily health post
💋@dailyhealthpost

🌲All movie
💋@all_movi

🌲Borena news, knowledge and fun
💋@borananews

🌲kofla,odeeffannoo sportii
💋@qubeekoo

🌲jiraattoota naannawa harariif waamicha sabboonummaa
💋@Hararcity

🌲kennaa,walaloo, oduu
💋@Finfinnepost

🌲Odeeffannoo waltaawaa
💋@Dilsho_tube

🌲Aadaa boorana, Borena knowledge
💋@XachishaBorena

🌲Daldala electronics
💋@jimmittike

🌲koottu taphadhu
💋@Bashannanaaf(just for fun)

🌲yeroon seeyfiidha
💋@AbdoAbshiruOfficial

🌲Liverpool fun
💋@ethioliverpoolfuns

🌲koflaaf,gammachuuf,beekkumsaaf
💋@Siinbeekaofficial


Top channel of this week🔝

Via: @Heranpromotion

Galmeef @siinbeeka

🔞Dirty,hot girls wallpaper💋


Yaa ji'a raamadaanaa
Baatii hunda caaltu
Yaasamuunaa zambii
Baatii kabajamtuu

Yaa baatii barakaa
Yaa ji'a gammachuu
Sankeessa zikiriin
Halan heddumachun

Onnee qulqulluudhan
Simachuudha qabna
Keessummichi guddan
Haalaan kabajamaan
Nutti dhufe kunoo
Baatiin raamadaanaa

Warri jirtan duraan
Wali-mufattanii
Aafuu waliif gochuun
Wal araarfattanii
Koomiin yoojiraates
Irra waliif dabartanii
Garaa qulqulluudhaan
Akk simattanii

Anaan natti aartee
Yoojiraattes takkaa
Rabbiikiyyaaf jedhee
An siif dhiisera akkaan
Atis rabbiif jedhii
Naaf dhiisi ammakaa

Ittiin nuhaa gahu
Rabbiin Kenya gudan
Niyyadhaa du'aa'iin
Iddoo jirtan hundaa
Ji'a ittiin milkoofnu
Keeriwwan gurguddaa
Rabbiin haataasisu
Muslima hundaaf
#aamiin...........


Sharife:
#rabbiin (sw) guyyaa tokko malakul mawtiin akkana ja"en..
Yeroo lubbuu ilmaan Aadam fuutuu takkaa hin boonyee ja"en..!!
Yeroo takka kofleetin,yeroo takka boohee, yeroo takka ammoo qacollatti rifadhe ja"en..!!!

#rabbiin (sw) osuma beeku maaltu si kofalchiise ja"en .?

Malakul mawtiin ; gurbaa tokkoo ruuhii isaa fuudhufin qapahutti jira garuu isaa gurbaa kophee hodhu tokkoon akkana jachutti jiruun dhagahe..
"Kophee tana qacollatti naaf tolchi akka amata takka uffachuu naaf taatutti ja"en.."
Kofleetin osoo inni kophee san hin uffatin lubbuu isaa kessaa fuudhe ja"en..!!

#rabbiin (sw) maaltu si boochise ja"en..?
Yeroo ruuhii intala takka fuudhi naan jatteen boohe...intala yeroon ruuhii isii fuudhuf dhaqe
isii dachii barahaa ta bishaan bira hin jirre kessatti isii ilmoo dhalutti jirtuun bira dhaqe...ruuhii intala sanii kessaahin fuudhe haala mucaan isii xiqqaan boohun kophaa isaatti hafee aniis osoon boohutin lubbuu haadha isaa fuudhe ja"en..!!!

#rabbiin (sw) maaltu si rifachiise ja"en..??
Yeroo ati ruuhii gurbaa Aalima tokko fuudhi naan jatteen rifadhe..yeroon mana isaa dhaqu ifaa tokko kan mana isaa kessaa bahuun arke..cufumaan mana isaatti achi dhihaadhe ifaan san if duubatti na deebisa
Ifaa isarraa deemu saniitu na rifachise yeroon lubbuu isaa fuudhu ja"en..!!!

#rabbiin (sw) : gurbaa Aalimaa san ni beeytaa ja"en..??
Mucaa xiqqaa dachii barahaa kessatti haati dhiifte biraa duute sanii anaatu isaaf ifqabe
Nama takkatti hin lakkisinii ja"en..!!!?

*kanaaf yeroo cufaahu rabbitti abdadhu rabbiin (sw) sin haddiyyomsu..rabbii keetis sodaadhu guyyaan duutu yoom akka tahu hin beeytu..!!!
اللهم وتوفنا وأنت راض عنا...!!!

@alfannn


Репост из: HERAN PROMOTION
Ibsa obbo jawar Mohammed ESAT TV ilaalchisee dubbatte ,gabaabbate isiniif dhihaate jira.

Isaan armaan gadii kana yoo feetan play godha dhaggeeffadha ykn buufadha.

👉👉👉PLAY▶️👈👈👈👈


👉👉👉⬇️DOWNLOAD⬇️👈👈👈

Galatooma isin jaalanna.


Репост из: HERAN PROMOTION™
Afaan oromoo afaan fediraala ta'uu shakkii hin qabu.


[NEW AND MODERN PROMOTION CHANNEL. @Heranpromotion

Jawar Mohammed


🎾Jechoota yeroo wajji deeman ,kan jaalala,kan koflaa,kan barnoota💭
@Siinbeekaofficial

🎾Jecha hayyoota,wallistoota, gorsa
🚀@jeechajeechacaalu

🎾koflaa fi taphaaf
🚀@Taphaa_qoosaa

🎾kennaa, walaloo,oduu
🚀@Finfinnepost

🎾mijuu walaloo,Shaggooyyee,geerarsa
🚀@mijuuwalaloo

🎾Walaloo mi'ooftu akka dammaa
🚀@umarsheAhmad

🎾sammuu kee jijjiiri,ni jijjiiramtaa.
🚀@oroquotes

🎾Daily Health post
🚀@dailyhealthpost

🎾Aadaa booranaa
@XachishaBorena

🎾Yeroon seeyfiidha.
🚀@AbdoAbshiruOfficial

🎾Odeeffannoo waltaawaaa
🚀@Dilsho_tube

🎾Koottu taphadhu(just for fun)
🚀@Bashannanaaf(just for fun)

🎾Borena news, knowledge and fun
🚀@borananews

🎾Daldala electronics.
🚀@jimmittike

🎾Jiraattoota naannawa harariif waamicha Sabboonummaa
🚀@Hararcity

🎾All movie
🚀@all_movi

🎾kofla, odeeffannoo isportii.
🔶@qubee_koo

🐧 Liverpool fun
⚽️@ethioliverpoolfuns

🐦jechoota yeroo, jechoota jaalala,jechoota koflisiisoo😳
@Siinbeekaofficial

[🔝Best Telegram Channels🔝]


Contact @Siinbeeka

🗣 VIA|@Heranpromotion

🔞Hot girls wallpaper ,dirty films🔞


Репост из: HERAN PROMOTION™
Afaan oromoo afaan fediraala ta'uu shakkii hin qabu.


[NEW AND MODERN PROMOTION CHANNEL. @Heranpromotion

Jawar Mohammed


🎾Jechoota yeroo wajji deeman ,kan jaalala,kan koflaa,kan barnoota💭
@Siinbeekaofficial

🎾Jecha hayyoota,wallistoota, gorsa
🚀@jeechajeechacaalu

🎾koflaa fi taphaaf
🚀@Taphaa_qoosaa

🎾kennaa, walaloo,oduu
🚀@Finfinnepost

🎾mijuu walaloo,Shaggooyyee,geerarsa
🚀@mijuuwalaloo

🎾Walaloo mi'ooftu akka dammaa
🚀@umarsheAhmad

🎾sammuu kee jijjiiri,ni jijjiiramtaa.
🚀@oroquotes

🎾Daily Health post
🚀@dailyhealthpost

🎾Aadaa booranaa
@XachishaBorena

🎾Yeroon seeyfiidha.
🚀@AbdoAbshiruOfficial

🎾Odeeffannoo waltaawaaa
🚀@Dilsho_tube

🎾Koottu taphadhu(just for fun)
🚀@Bashannanaaf(just for fun)

🎾Borena news, knowledge and fun
🚀@borananews

🎾Daldala electronics.
🚀@jimmittike

🎾Jiraattoota naannawa harariif waamicha Sabboonummaa
🚀@Hararcity

🎾All movie
🚀@all_movi

🎾kofla, odeeffannoo isportii.
🔶@qubee_koo

🐧 Liverpool fun
⚽️@ethioliverpoolfuns

🐦jechoota yeroo, jechoota jaalala,jechoota koflisiisoo😳
@Siinbeekaofficial

[🔝Best Telegram Channels🔝]


Contact @Siinbeeka

🗣 VIA|@Heranpromotion

🔞Hot girls wallpaper ,dirty films🔞


As wr wb jirtuu jaalatamtootaafi kabajamtoota telagrama kiyya jala jirtan maraaf keessattuu barattoonni sadarkaa gadiifi sadarkaa olaanaa irra jirtan keessattuu warroonni kitaaba seenaa(history) barattan kitaabni seenaa nuti irraa barachaa jirru kun kan seenaa soba adii tahe Habashoonni akka isaaniif tahetti dhugaa soba godhanii sobammoo dhugaa fakkeessanii dhimma dantaa aangoo isaanii of harka tursiifachuuf barreessite waantaheef nutis ittiin sobamaa turre.dhaloonni dhufu akkuma keenya duraanii akka hinsobamneef seenaan dhugaa tahe barreeffamuufii akka qabu dura dhaabbachuu qabna. maaliif yoo jettan dhalataan boodaan dhufu seenaama sobaa kana dhugee bor innis dhaloota dhufu waan gowoomsuuf.
#Down seenaa(history) sobaa .share


Репост из: HERAN PROMOTION™
Yaada funyeen kennatte erga konkolaatan she jalaa miidhame habashootan.


PLAY▶️

⬇️DOWNLOAD⬇️


Репост из: HERAN PROMOTION
Finfinnee keessatti wanti habshoonni
Kaleessa raawwatan badaadha.

Caalaa fi konkolaata saati miidhan.


[NEW AND MODERN PROMOTION CHANNEL](https://t.me/joinchat/AAAAAEk8dcVFT6cq_adrRA)


🎾Jawar Mohammed(https://t.me/joinchat/AAAAAEk8dcVFT6cq_adrRA)


🎾Jechoota yeroo wajji deeman ,kan jaalala,kan koflaa,kan barnoota💭
@Siinbeekaofficial

🎾Jecha hayyoota,wallistoota, gorsa
🚀@jeechajeechacaalu

🎾koflaa fi taphaaf
🚀@Taphaa_qoosaa

🎾kennaa, walaloo,oduu
🚀@Finfinnepost

🎾mijuu walaloo,Shaggooyyee,geerarsa
🚀@mijuuwalaloo

🎾Walaloo mi'ooftu akka dammaa
🚀@umarsheAhmad

🎾sammuu kee jijjiiri,ni jijjiiramtaa.
🚀@oroquotes

🎾Daily Health post
🚀@dailyhealthpost

🎾Aadaa booranaa
@XachishaBorena

🎾Yeroon seeyfiidha.
🚀@AbdoAbshiruOfficial

🎾Odeeffannoo waltaawaaa
🚀@Dilsho_tube

🎾Koottu taphadhu(just for fun)
🚀@Bashannanaaf(just for fun)

🎾Borena news, knowledge and fun
🚀@borananews

🎾Daldala electronics.
🚀@jimmittike

🎾Jiraattoota naannawa harariif waamicha Sabboonummaa
🚀@Hararcity

🎾All movie
🚀@all_movi

🎾kofla, odeeffannoo isportii.
🔶@qubee_koo

🎾 Liverpool fun
⚽️@ethioliverpoolfuns

🎾jechoota yeroo, jechoota jaalala,jechoota koflisiisoo😳
@Siinbeekaofficial

[🔝Best Telegram Channels🔝]


Contact @Siinbeeka

🗣 VIA|@Heranpromotion

[🔞Hot girls wallpaper🔞](https://t.me/joinchat/AAAAAEk8dcVFT6cq_adrRA)


Репост из: HERAN PROMOTION™
Jawar Mohammed

NEW AND MODERN PROMOTION CHANNEL




🌲jechoota jaalala ,koflaa,fi beekkumsaa

💋@Siinbeekaofficial


🌲jecha hayyoota, fugug, wallistoota
💋@jeechajeechacaalu

🌲walaloo ,Shaggooyyee, geerarsa
💋@mijuuwalaloo

🌲walaloo mi'ooftu akka dammaa
💋@umarsheAhmad

🌲Sammuu kee jijjiiri ni jijjiiramtaa
💋@oroquotes

🌲Taphaaf,qoosaaf
💋@Taphaa_qoosaa

🌲Daily health post
💋@dailyhealthpost

🌲All movie
💋@all_movi

🌲Borena news, knowledge and fun
💋@borananews

🌲kofla,odeeffannoo sportii
💋@qubeekoo

🌲jiraattoota naannawa harariif waamicha sabboonummaa
💋@Hararcity

🌲kennaa,walaloo, oduu
💋@Finfinnepost

🌲Odeeffannoo waltaawaa
💋@Dilsho_tube

🌲Aadaa boorana, Borena knowledge
💋@XachishaBorena

🌲Daldala electronics
💋@jimmittike

🌲koottu taphadhu
💋@Bashannanaaf(just for fun)

🌲yeroon seeyfiidha
💋@AbdoAbshiruOfficial

🌲Liverpool fun
💋@ethioliverpoolfuns

🌲koflaaf,gammachuuf,beekkumsaaf
💋@Siinbeekaofficial


Top channel of this week🔝

Via: @Heranpromotion

Galmeef @siinbeeka

🔞Dirty,hot girls wallpaper💋


As.wr.wb
Hadiisa akkaan nama rifachiisu kana oso hin
dubbisin bira hin dabrin!
nabiyyiin keenya s.a.w waa'ee fatanaa guyyaa
Qiyaamaa yammuu dubbatan akkana jedhan:
rabbiin s.w guyyaa qiyaamaa erga ilma namaa
hunda wantoota 4 irraa gaafateen booda kan
qormaaticha dabree fi kan kufes akka gara Jannataa
deeman ajaja jedhan garuu oso jannata
hin geenye riqicha Jahannam gubbatti argamu kan
Siraax jedhamu kan rifeensarra qal'aa kan Seyfirra
qaraa kan jalli isaa jahannam gubbarra dabruun
dirqama jedhan, kan qormaaticha
dabran akkuma hojii isaaniitiin garii akka
hangaasuu, garii hamma liphuu ijaa, garii akka farda
collee, garii akka nama akkaan figutti riqicha kana
irra darbaa oso jiruu namni hojiin keyrii isaa baay'e
xinnaa ta'e kan lafa irra shorroqu tokko dhufa jedhan
yero kana riqicha kana gubbaa shorroqaa hookkoo
riqicha kana irratti argamuun qaamni isaa kutamee
garuu wanta hojii keyrii qabuuf shorroqaatuma gara
jannataa darba jedhan, kana booda warri qormaata
kufe hundi riqicha kana irraa harca'anii jahannamitti
dhuman jedhan s.w itti dabalanii ergamaan rabbii
Qur'aana keessaa ayaata kana qara'an
ﻭﻧﻨﺠﻲ ﺍﻟﺬﻳﻦ ﺍﺗﻘﻮ ﻭ ﻧﺬﺭ ﺍﻟﻈﺎﻟﻤﻴﻦ ﻓﻴﻬﺎ ﺟﺜﻴﺎ
warreen rabbi sodaatan najaa baafna kanneen dilii
dalaguun lubbuu isaanii miidhan hunda jahannam
keessatti isaan lakkifna jedhe rabbiin s.w
yaa Rabbi warra qormaata kufee siraax irraa
harca'ee ibidda jahannamitti dhumu nun taasisin! Ya
Allah najaa nu baasi yaa rabbi!
SHARE GODHAA WAL YAADACHIISAA .... JZK


Umar she Ahmad:
100% haadha isaa kan jaalatu/ttu!
harmeeetoo_
Wayii Yaa haadhatoo
Burqaa jiruu kiyyaa
Galatakee ibsuu
Akamiin dandayaa

Ji'a sagal guutuu
Nabaattee garaatti
Ba'aa kiyyaan eeltee
Gufattee karaatti

Ciniinsuu dahaarra
Guddisa koon cabdee
Bifakee bareedaas
Anaaf jecha dhabde

Tiruu keerraa baheen
Nama tahee deemaa
Gadameessa keerratti
Naaf ijaartee mana
Nyaatati soorattuu
Qixxeetuma nyaanna
Aayyoo kiyya harmee
Guddisee ganamaa
Galannikee sun
Anaan deebifamaa

Naguddisuuf jecha
Asiif achi buutee
Najiraachisuudhaaf
Ofiikeetii duutee
Yoo mana hinjirres
Ollaa liqeeffattee
Anaan beela baasuuf
Ofiikee beeloftee

Sabbata kee hiikte
Imimmaankee roobsaa
Anaan urursita
Qoonqoo kankee obsaa
Yoo rabbi jedhe abshir
Gaaftokko sin goobsaa

Anaan nyaadhu jetta
Ofiikeetii hin nyaattuu
Uffatakee cirtee
Fiigda akka maraatuu
Naguddisuuf jecha
Kan ati dharraatuu

Kana yoon yaadadhu
Keessa koottan dhiigaa
Harkakee siqabuuf
Saffisaanan fiigaa

Akkumakee durii
Naan jedhi mucaakoo
Naan jedhi dhalakoo
Anis siifan jira
Jiraadhu aayyookoo

By umar Ahmad yuunivarsiitii haramaayaa irraa

#Horaa bulaa galatoomaa!


Yaa ergamaa rabbii
Irra caalaa namaa
Filatamaa namaa
Ergamaa aalamaa

Goota ija kuulaa
Ifa baasaa haqqii
Kankee hin argamtu
Yoomuu aklaaqi

Nutis uummatakee
Tahuun Kenya hedduu
Tokko kana kan
Islaamni gammadu
#Alhamdulillaah






Репост из: HERAN PROMOTION™
Jawar Mohammed

NEW AND MODERN PROMOTION CHANNEL




🌲jechoota jaalala ,koflaa,fi beekkumsaa

💋@Siinbeekaofficial


🌲jecha hayyoota, fugug, wallistoota
💋@jeechajeechacaalu

🌲walaloo ,Shaggooyyee, geerarsa
💋@mijuuwalaloo

🌲walaloo mi'ooftu akka dammaa
💋@umarsheAhmad

🌲Sammuu kee jijjiiri ni jijjiiramtaa
💋@oroquotes

🌲Taphaaf,qoosaaf
💋@Taphaa_qoosaa

🌲Daily health post
💋@dailyhealthpost

🌲All movie
💋@all_movi

🌲Borena news, knowledge and fun
💋@borananews

🌲kofla,odeeffannoo sportii
💋@qubeekoo

🌲jiraattoota naannawa harariif waamicha sabboonummaa
💋@Hararcity

🌲kennaa,walaloo, oduu
💋@Finfinnepost

🌲Odeeffannoo waltaawaa
💋@Dilsho_tube

🌲Aadaa boorana, Borena knowledge
💋@XachishaBorena

🌲Daldala electronics
💋@jimmittike

🌲koottu taphadhu
💋@Bashannanaaf(just for fun)

🌲yeroon seeyfiidha
💋@AbdoAbshiruOfficial

🌲Liverpool fun
💋@ethioliverpoolfuns

🌲koflaaf,gammachuuf,beekkumsaaf
💋@Siinbeekaofficial


Top channel of this week🔝

Via: @Heranpromotion

Galmeef @siinbeeka

🔞Dirty,hot girls wallpaper💋


Aangoo kiyyaan miti
Rabbitu naan fedhe
Kanaafan aartiidhaan
Hafuura baafadhe

Har'as taanaan boris
Si kan nadandeessisu
Waan ati naaf laatte
Hindhiisu barreessu

Nashiidaas siif baase
Atis eebbifamaan
Anas gammachuu
Guddaatu natti dhagahamaa
Ittiin nuhaagahu
Nurraa qabee hamaa
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓👈
@umarsheAhmad
@walaloomi'oiftuu

Показано 20 последних публикаций.

503

подписчиков
Статистика канала