👉Yahuudichi yesuusiin dabarsee kenne
✝️ Maatiwoos 27:3-5 irratti Yahuudichi meeti 30 yesuusiin itti gurgurate Mana qulqullumma keessatti darbee ergasii of rarraase.
✝️H/Ergamtoota 1:5-18 irratti Yahuudichi meeticha lafaan bitatee ergasii mataadhan kufee tarsa'e mar'imaan isaa bakkee guute jedha.
🤔Yahuudichi akkamitti du'e? Meeticha maal godhe Kan jedhu shakkii ajaa'ibati.
#Shakkii 10ffaa fi xumuraa
👉Namni fannifame maal ta'a? Isa jedhuudha.
Akka Kiristaanonni yaadanutti Yesuusiin Yihudonni ajaja Philaaxos kenneen mukaratti fannisanii ajjesan. Garuu Namni muka irratti fannifamee du'e akka Macaafatti balalaaleffatamaadha Abaaramaadha.
Yesuusis Abaaramaadhaa ? Phaawulos akka Yesuus abaarame ragaa bahee jira. Garuu eenyutu Waaqa abaara? Namni ofiif Abaaramaa ta'e nama fayyaduu dandaa'aa?
✝️Seera keessa deebii 21:23 irratti akkana jedha
“guyyaadhuma sana haa awwaalamu malee, reeffi isaa mukicha irra hin bulin! Namni mukatti rarraafame Waaqayyo duratti abaaramaa dha; biyya Waaqayyo gooftaan kee akka dhaaltuuf siif kennu hin xureessin!"
✝️Gaalaatiyaa 3:13 irrattis akkana jedha
“Kristos immoo nuuf jedhee abaaramaa ta'uudhaan, abaarsa isa seerichi nutti fidu jalaa nu fureera; akkuma caafame, "Namni mukatti rarraafame abaaramaa dha" in jedha."
Obbolewwan kiyya macaafni akkanatti qabxicha qur'aana Suura nisaa'a 4:157 Sana dhugaa ta'uu isaa nuuf mirkaneessa.
Akkuma qur'aanni dubbate jarri shakii ajaa'iba keessa jiru kanaaf hanga har'aatti yaada mataa isaanii duuka bu'an Akkuma qur'aanni jedhe.
Shera godhii jzk hundi namaa akka argu dubbii tana facaasi🙏
Qopheessan ana👇
https://t.me/Gingilchaadhugaa