Oromia Bank


Гео и язык канала: Сомали, Сомалийский
Категория: Экономика


Oromia Bank is continually adopting modern approaches to optimize operations, add value and provide enhanced superior customer experiences.

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Сомали, Сомалийский
Категория
Экономика
Статистика
Фильтр публикаций


Kabajamtoota Maamiltoota Keenyaaf,

Kutaaleen hawaasaa gara garaa hojii tola ooltummaa dhaabbatni Maqedooniyaa hojjettu deeggaruuf sochii taasisaa jiru. Hojii gaarii kana deeggaruuf filannoowwan biroo dabalatee salphaadhumatti OroDijitaal fayyadamuun, lakkoofsa herrega giddugalichaa 1747036700001 deeggaruu kan dandeessan ta’uu kabajaan isin beeksifna.

ለክቡራን ደንበኞቻችን፡-

መቄዶንያ የሚሰራዉን የበጎ አድራጎት ስራ ለመደገፍ የተለያዩ የህበረተሰብ ክፍሎች እየተረባረቡ ነዉ፡፡ ይህንን የተቀደሰ አላማ ለመደገፍ ከሌሎች አማራጮች በተጨማሪ በቀላሉ ኦሮዲጂታልን በመጠቀም በማዕከሉ የሂሳብ ቁጥር 1747036700001 ለመቄዶንያ የአረጋዉያን እና የአዕምሮ ህሙማን መርጃ ማዕከልን ድጋፍ ማድረግ የምትችሉ መሆኑን በአክብሮት እንገልፃለን፡፡


Boonasii Dabalataa Dhibbeentaa 2 waliin!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

ከ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ ጋር!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Saturday, February 15, 2025, in all Oromia Bank branches.


Boonasii Dabalataa Dhibbeentaa 2 waliin!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

ከ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ ጋር!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Friday, February 14, 2025, in all Oromia Bank branches.


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
ለ1446ኛው የሐጅ እና ዑምራ ጉዞ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች ክፍያ የመሰብሰቡ ሂደት እንደቀጠለ ይገኛል።  

ተጓዦች በምዝገባ ጣቢያዎች ሂደቱን ከጨረሱ፤ በየትኛዉም ኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች በመሄድ በሂሳብ ቁጥር 1113752600004 Ethiopian Islamic Affairs Supreme Council ኦዳ ቅርንጫፍ በማለት መክፈል የምትችሉ መሆኑን በአክብሮት እንገልፃለን፡፡

ከኦሮሚያ ባንክ የቀረበልዎትን ኦሮ በረካ ከወለድ ነፃ የባንክ ተጠቃሚ እንዲሆኑ እንጋብዝዎታለን፡፡ ፈር ቀዳጁ ኦሮ በረካ ከኦሮሚያ ባንክ፡፡

መልካም ጁመዓ ይሁንላችሁ!


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Sassaabbiin kaffalttii imala Hajjii fi Umraa 1446ffaa Dameelee Baankii Oromiyaa hundatti akkuma itti fufeetti jira.

Imaltonni erga buufata galmeetti adeemsa isin irraa eegamu xumurtaniin booda, dameelee Baankii Oromiyaa dhiyoo keessanitti argamutti goruun lakkoofsa herregaa 1113752600004 Mana Mare Waliigala Dhimoota Islaamummaa Itiyoophiyaa damee Odaatti akka galii taasistan kabajaan isin beeksifna.

Tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa seera Shari’aa bu’ureffachuun hawaasa Musliimaa tajaajila jiru OrooBarakaa, Baankii Oromiyaa irraa akka fayyadamtan isin affeerra.

Juma'aa Gaarii isiniif haa ta'u.


Welcome Home, African Leaders!

Oromia Bank warmly welcomes all esteemed leaders to Ethiopia for the 38th African Union Summit.

As you deliberate on the future of our continent, we wish you a successful and fruitful summit.

#AfricanUnion # AU #Summit #2025


Boonasii Dabalataa Dhibbeentaa 2 waliin!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

ከ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ ጋር!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Thursday, February 13, 2025, in all Oromia Bank branches.


ለውድ ክቡራን ደንበኞቻችን፥

የኦሮሚያ ባንክ ሂሳብ ከፍተዉ፤ ሆኖም ግን ሳይጠቀሙበት ለረጅም ጊዜ ቆይተው፤  አሁን ሂሳቡን ማንቀሳቀስ ፈልገዉ ምናልባት የከፈቱበትን ቅርንጫፍ እና ሒሳብ ቁጥሩን ከዘነጉት፤ በቀላሉ በአቅራቢያችሁ ወደ ሚገኙ የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች ጎራ በማለት ስም እና ስልክ ቁጥርዎትን ብቻ ለቅርንጫፍ ሰራተኞቻችን በማሳወቅ የሂሳብ ቁጥርዎን እና ምትክ ደብተር  በቀላሉ ማግኘት የምትችሉ መሆኑን በአክብሮት እንገልፃለን፡፡

ዛሬውኑ በአቅራቢያችሁ ወደ ሚገኙ የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች ጎራ በማለት ሂሳብዎን ያንቀሳቅሱ።


Kabajamtoota Maamiltoota Keenya,

Herrega Baankii Oromiyaa banachuun akka carraa yeroo dheeraaf osoo itti hin fayyadamiin turuun lakkoofsa herreegaa ykn damee itti bantan yoo dagattan, dameelee Baankii Oromiyaa isinitti dhihoo jirutti goruun maqaa fi lakkoofsa bilbilaa keessan qofa hojjettaa dameetti himuun lakkoofsa herreegaa keessan ykn dabatara herregaa bakka isiniif bu’e argachuu dandeessu.

Har’uma gara dameelee Baankii Oromiyaa isinitti dhihootti argamanitti goruun herrega keessan hojii jalqabsiisaa.



8.5k 1 59 10 23

External Vacancy Announcement!

Oromia Bank is seeking qualified and competent candidates.

For more information about the positions, qualifications, and application process, check the attached document in here below.

To submit your application, please use the following link: https://erp.orointbank.com.et/jobs


Ibsa Gaddaa
***********
Boordiin Daayirektarootaa, Maanajimentii fi Hojjettootni Baankiin Oromiyaa Balaa Tiraafikaa Guraandhala 4/2017 Godina Wallagga Bahaa Aanaa Gudayaa Bilaatti qaqqabeen lubbuun darbuu lammiillee keenyaatti gadda jabaa itti dhagahamee ibsaa maatii fi firoottan isaaniif jajjabina hawwu.

የሀዘን መግለጫ
***
የኦሮሚያ ባንክ የዳይሬክተሮች ቦርድ፣ የማኔጅመንት አባላት እና መላዉ ሰራተኞች፤ የካቲት 04/2017 ዓ.ም በምስራቅ ወለጋ ዞን ጉደያ ቢላ ወረዳ በደረሰዉ የትራፊክ አደጋ ምክንያት ህይወታቸውን ላጡ ወገኖቻችን የተሰማቸዉን መሪር ሃዘን እየገለፁ፤ ለተጎጂ ቤተሰቦች እና ለወዳጅ ዘመዶቻቸዉ መፅናናትን ይመኛሉ፡፡


Boonasii Dabalataa Dhibbeentaa 2 waliin!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

ከ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ ጋር!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Wednesday, February 12, 2025, in all Oromia Bank branches.


Boonasii Dabalataa Dhibbeentaa 2 waliin!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

ከ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ ጋር!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Tuesday, February 11, 2025, in all Oromia Bank branches.


ለህብረት ሥራ ማህበረት አደረጃጀቶች በሙሉ!

ኦሮሚያ ባንክ ዩኒየኖችን፣ የብድር እና ቁጠባ አቅራቢ ማህበራትን፣ መሠረታዊ የህብረት ሥራ ማህበራትን እና አባላቶቻቸዉን በልዩነት ተጠቃሚ የሚያደረግ ‘’Cooperative Societies Product Package’’ የተሰኘ የባንክ አገልግሎት ስራ ላይ አዋለ፡፡

ይህ የባንክ አገልግሎት የህብረት ሥራ ማህበረትን አጠቃላይ የፋይናንስ እንቅስቃሴ ላይ እሴት በመጨመር አደረጃጀቶቹን እና አባላቶቻቸዉን በእጅጉ ተጠቃሚ የሚያደርግ ነዉ፡፡

ይህን አገልግሎት የሚጠቀሙ የህብረት ሥራ ማህበረት አደረጃጀቶች፤ ከባንካችን በትንሹ ከዚህ በታች ለተዘረዘሩ አገልግሎቶች ተጠቃሚ ይሆናሉ፡፡

ከባንኩ የተሟላ የፋይናንስ አቅራቦት ያገኛሉ፣ የህብረት ሥራ ማህበረት አሰራርን የሚያዘምን ቴክኖሎጂ ያገኛሉ፣ ከባንኩ ጋር በመሰረቱት የስራ ግንኙነት ልክ በባንኩ ዉስጥ የባለቤትነት ድርሻ የማግኘት ዕድል አላቸዉ፣ የህብረት ሥራ ማህበረት በሚያሰቀምጡት ቁጠባ ልክ ዳጎስ ያለ የወለድ ተጠቃሚ ይሆናሉ፣ እና ለማህበራት የፋይናንስ አስተዳደር ስረዓትን ጨምሮ ለሎች የአቅም ግንባታ ስልጠናዎችን ያገኛሉ።

ለበለጠ መረጃ በአቅራቢያ የሚገኙትን የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች ይጎብኙ፡፡


Gurmaa’insa Waldaalee Hojii Gamtaa Hundaaf!

Baankiin Oromiyaa Yuuniyeenotaaf, Waldaalee Liqiifi Qusannaaf, Waldaalee Bu’uuraa fi miseensota isaanii haala addaan akkaataa fayyaduun tajaajila Baankii ’’Cooperative Societies Product Package’ jedhamu hojiira oolcheera.

Tajaajilli Baankii Kun Sochii Faayinaansii Waldaalee Hojii Gamtaa irratti sona dabaluun Gurmaa’insa waldaalee fi miseensota isaanii haalaan fayyada.

Waldaaleen Hojii Gamtaa Tajaajila kana fayyadaman yoo xiqqaate Faayidaalee armaan gadii argatu.

Dhiyeessii Faayinaansii Guutuu, Tajaajila Teeknolojii Hojimaata WHG ammayyeessu, WHG hariiroo isaan Baankii Oromiyaa waliin qaban irratti hundaa’uun mirga abbaa qabeenyummaa Baankichaa sheeriin fayyadamuu, Dhala Foyyee fi Onnachiisaa fi Leenjiin ijaarsa dandeettii Bulchiinsa Faayinaansii WHG jabeessuu fi k.k.f dha.

Odeeffannoo Dabalataaf Damee Baankii Oromiyaa isinitti dhihoo jiru dubbisaa.


Boonasii Dabalataa Dhibbeentaa 2 waliin!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

ከ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ ጋር!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Monday, February 10, 2025, in all Oromia Bank branches.


Ergaa of-eggannoo kabajamtoota maamiltoota Baankii keenyaaf,

Namoonnii tokko tokko akka waan Baankii keenya irraa bilbilame fakkeessuun odeeffannoo Baankii Dijitaalaa keessan akka kennitaniif gaafachaa jiraachuu hubanneera.

Tarii haalli akkanaa yoo isin mudate odeeffanno kennuu irraa of qusachuun, Gidduugala Odeeffannoo Baankii Keenyaa 840 irratti bilisaan bilbiluun ykn dameelee keenya isinitti dhiyoo jiranitti goruun gabaasa gochuun gowwoomsitoota irraa akka of eegdan cimsinee isin hubachiisna.

የጥንቃቄ መልዕክት ለውድ ደንበኞቻችን፣

አንዳንድ አጭባሪባሪዎች ከባንካችን የተደወለ በማስማሰል የዲጅታል ባንኪንግን መረጃዎትን እንድትሰጡ የተለያዩ የማታለያ መንገዶችን እየሞኮሩ እንዳሉ አስተውለናል።

በመሆኑም ተመሳሳይ ሁኔታዎች ስገጥምዎት ምንም መረጃ ባለመስጠት እንዲሁም ጥርጣሬ ስገጥምዎት ወደ 840 በነጻ በመደወል ወይም የሚቀርብዎትን የባንካችን ቅርንጫፍ ጎራ በማለት ሪፖርት በማድረግ እራስዎን ከአጭበርባሪዎች እንድትጠበቁ በጥብቅ እናሳስባለን!


Boonasii Dabalataa Dhibbeentaa 2 waliin!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

ከ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ ጋር!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Saturday, February 08, 2025, in all Oromia Bank branches.



Показано 20 последних публикаций.