BBC News Afaan Oromoo


Гео и язык канала: не указан, Английский
Категория: не указана


🏉BBC AFAAN OROMOO [Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbuu miti ] hubadhu.
⛔sababaadhuma isaan telegrama chanala hin qabnefin hundeesse.
🚰Yaada @admiinii_bot
🌐https://www.bbc.com/afaanoromoo
⚡https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, Английский
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций




Ministirri muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad aanga'oota biyyatti sadi muudaniiru. Ministira Haqaa kan turan Geediyoon Ximootiwoos (PhD) ministira dhimma alaa ta'uun muudamaniiru.Ministeera tajaajila kominkeeshinii mootummaa Itoophiyaatti itti aantuu kan turan Salaamaawit Kaasaa Ministira Tuurzimii gochuun muudaniiru. : BBC News Afaan Oromoo






Biyyoonni yaa’a Abaayaa walii galtee walta’iinsafi itti fayyadamaa qopheessuu kan eegalan waggoota 27 dura ture. Adeemsi waliigaltee wixineessuu, mariifi mirkaneessuu waggoota heddu lakkoofsise kun torbee darbe gaafa Dilbataa, ALItti Onkoloolessa 3, 2017 hojii eegalee jira. : BBC News Afaan Oromoo


Ammallee ardiin Afrikaa meeshaa saatalaayitii gara hawaatti ergu hin qabdu.Ammoo biyyoonni addunyaa humna qaban gama sagantaa hawaan jalqabbii biyyoonni Afrikaa eegalan akka carraatti fayyadamuun hariiroosaanii cimsuu eegalaniiru. : BBC News Afaan Oromoo




US akeekkachiisa Israa'elitti barreessiteteti. Israa'el deeggarsi namoomaa Gaazaa keessatti bifa fooyya'aa fi ga'aa ta'een akka lammiilee rakkoo keessa jiran bira ga'uuf haala mijeessuu akka qabdu, kana raawwachuufis guyyaa 30 qofa kenniteef US. :BBC News Afaan Oromoo






Walitti bu’insii hidhattoota Faannoo fi humnoota mootummaa jidduutti wagga tokko darbeef naannoo Amaaraatti gaggeeffamaa jiru sochii waliigalaafi jireenya ummatichaa guyyaa guyaaarratti dhiibbaa taasisuun himama. BBC News Afaan Oromoo



















Показано 20 последних публикаций.