Fuad Mohammed


Гео и язык канала: не указан, не указан
Категория: не указана


Похожие каналы

Гео и язык канала
не указан, не указан
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


📚 Al- Arba'iin Annawawiyyah

📚 شرح الأربعين النووية للإمام النووي

📌الدرس السادس

📌 KUTAA 6

🔊 Hadiisa Shannafaa

🔗 Mp3👇👇

https://goo.gl/BjxzSp

📚 Kitaaba Buufachuudhaaf Liinkii Armaan Gadii Fayyadamaa⤵⤵⤵⤵

https://goo.gl/6cDwnB

🎙 Ustaaz Fu'ad muhammad

🎙 الأستاذ فؤاد بن محمد - حفظه الله -

🌐t.me/daawaa_fi_barnoota


Wanatoota muslimoota adda godhan keessa lakkaa'ama...
1- Qaamaa ofii haalaan qulqulleessuun
2- Hojii ofii bareechuun
3- hamma danda'amuun namoota Biroo gammachiisuu danda'uun
@dawwaa


Fuad Mohammed:
من كان مستنا فليستن بمن قد مات فإن الحي لا يؤمن عليه الفتنة
-----------
عبد الله بن مسعود رضي الله عنه .
Namni nama tokkotti hidhachuu barbaade nama du.e itti haa hidhatu namni hayaataan jiru fitnaa keessa bu.uu dhiisuun isaa waan hin mirkanoofneef !
----------
Abdullah ibnu mas'uud rabbi isa irraa haa jaallatu .
@dawwaa


من كان مستنا فليستن بمن قد مات فإن الحي لا يؤمن عليه الفتنة
-----------
عبد الله بن مسعود رضي الله عنه .
Namni nama tokkotti hidhachuu barbaade nama du.e itti haa hidhatu namni hayaataan jiru fitnaa keessa bu.uu dhiisuun isaa waan hin mirkanoofneef !
----------
Abdullah ibnu mas'uud rabbi isa irraa haa jaallatu .


Milkaa'uu jechuun...
Qalbiin namaa nagaa ta.uu jechuu dha
Waan xiqqoo dhaan gammaduu danda'uu jechuu dha
milkaa'uu jechuun maal iyyuu yoo si argate of jibbuu dhiisuu jechuudha
@dawwaa


Репост из: አቡ ሙስሊም


Muslimni nagaa dha haala nagaa qabuun karaa nagaa irra deemee jecha nagaa dubbachuu dhaan nagummaa nama barsiisa
@dawwaa


Shawwaal keessa guyyaa 6 soommanuun ramadaana waliin akka soomii wagga tokkootti lakka'ama Namni tokko ji'a ykn baatii shawwaal keessa soomuu yo dadhabe sababa addaa addaaf niyyaan isaa cimaa ta'u isaa waliin ji'a biraa keessa qadaa baasuu hin danda'u akka sooma ramadaana garuu rabbiin keenya ajrii isaa guutuu akkaa laatuuf ni kajeelama sababa cimina niyyaa isaaf
warri qadaa baasuun nii eyyemamaafi jedhani ragaa gahaa itti hirkatan hin qaban
@dawwaa


Iidiin islaama keessatti 2 qofa dha shawwaal 6 eega somaanii idiin hin jiru warri wanta kana akka ayyaanaatti ykn akka iidiitti ilaalan bida'aa keessaa akka jiran haabarani !
@dawwaa


🇸🇦
غد الجمعة عيد الفطر المبارك تقبل الله منا ومنكم
boor jumu'aa iidii dha rabbiin nurraas sinirraas ibaadaa jeenya haa qeebalu
المملكة العربية السعودية


maaliziyaa fi indoniziyaan
boor jumu'aan iidii dha jedhaniiru
@dawwaa


Harra ramadaana 27 dha
⚡️Du'aa'ii
⚡️Qur'aana
⚡️Zikrii
⚡️Salaataan halkan keessan hayyii gochuu hin dagatina ❗️
@dawwaa




ما معنى التهجد ؟؟
Tahajjuda jechuun maal jechuu dha ???
التهجد التفعل من الهجود وهو النوم ووزن التفعل يأتي لترك شيء وهنا أتى لترك النوم
tahajjuda jechuun jecha afaan arabaa " hujuud " jedhu irraa fudhame hujuud jechuun irriba jechuu dha
👇
tahajjud jechuun immoo akka afaan arabaatti irriba ykn rafuu dhiisuu jechuu dha
Kurnan boodaa العشر الأواخرkeessaa tahajjudni kan barbaachise salaata salaatuufi ibaadaa gara garaa akka hojjennuufi
قال تعالى : ومن الليل فتهجد به نافلة لك... الآية
Tahajjuda jechuun akka namni baayyee yaduutti jecha " ijtihaad " jedhu irraa miti kan fuudhame❗️❗️❗️
ليس للتهجد علاقة لغوية بالاجتهاد من حيث الاشتقاق !
@dawwaa


بسم الله الرحمن الرحيم
🔷waan hunda layilatal qadrii irraa beekuu barbaaddu gabaabbinaan
⚡️Kutaa 1 ffaa⚡️
👇👇👇👇👇
1⃣ Rabbii kitaaba isaa keessatti layilatal qadriin ji.a 1000 irraa caala jedheera
2⃣ ji'i 1000 waggaa 83 fii ji'a 3 dha
3⃣ Ergamaaan rabbii alayhi assalaam yeroo kurnaan booda العشر الأواخر seenu haalaan marxoo isaanii nii jabeessu turan maatii isaanii irribaa kaasu turan halkan isaan hayyii godhu turan
4⃣ tattaafiin rasuula rabbii alayihi asselam kurnan boodaa keessaa godhan waan addaa ture tattaafii yeroo kami waliin wal hin fakkaatu
5⃣ Namni layilatal qadrii iimaanii fii ajrii barabaachuuf jecha dhaabbatte wanjala isaa isa darbee hundatu maaramaaafi
6⃣ halkan kana keessa dhaabbachuu jechuun salaatuu jechuu dha ( ibnu rajab)
7⃣ Haadhi keenya ayishaan رضي الله عنها rasuula rabbii dhaan عليه السلام akkan jechuudhaan gaafatte : laylatal qadrii kana yoon argadhe maal jedhee du'aa'ii godhu ?
ergamaan rabbi عليه السلام akkana jedhi jedhaniin (اللهم إنك عفو تحب العفو فاعف عنا)
وزيادة " كريم " لا تصح ( الألباني )
8⃣ halkan kana keessa qaama dhiqachuu fi shittoo addaa addaa dhaan of qulqulleesuun jaallatamaadha (ibnu rajab)

Itti fufa...
@dawwaa


🤲Ya rabbi nama qoma isaa irraatti layilatal qadri aragachuug tattaafatu waffaqiin
🔵harri galgalli ramadaana 21 dha jechuunis layilatal qadrii ta.uu nii danda'a jechuu dha
halkan kana
⚡️Qur'aana
⚡️Du'aa'ii
⚡️zikrii addaa addaa
⚡️waan kayirii qabu qofa dubbachuu
⚡️waan gadhee ta.e hunda irra of qubachuu dhaan dabarsuu qabna baarakallaahu fikum


Nashiida islaamaa wanti jedhamu islaamummaa keessa hin jiru❗️❗️❗️
nashiidaan kan suufiyyoota dha Isaantu akka ibaadaa tokkootti nashiidaa lakkaa'a✅
________________
_
Sheek saalih alfawzaan rabbi isaan haa eegu







Показано 20 последних публикаций.

360

подписчиков
Статистика канала