⭕ Yoo ati waa'ee KFO haasofte "Jabbilootaa Jawaar" siin jedhu.
⭕ Yoo ati waa'ee mootummaa kanaa xiqqoo dubbatte "Kooyyee Faccee'tii kondominiyeemii qaba. Ashawaa Meedaa'tii lafa fudhateera" siin jedhu.
⭕ "Yoo ati kutannoo fi cichoomina Jaal Daawud Ibsaa dubbatte "Girrisa ABO" siin jedhu.
⭕ Yoo waa'ee jagnummaa Jaal Marroo haasofte "Shanee" siin jedhu
⭕ Maaliif uummanni buqqa'a? Maaliif sabni keenya gidirfama? jettee yoo gaafattu ammoo "Ergamtuu wayyaanee, farra misoomaa" siin jedhu (warri mangiftii)
⭕ Yoo ati lolli gaarii miti, nagaa nuuf wayya jettee waa'ee nagaa kadhattu ammoo "Raajii sobduu" siin jedhu.
⭕ "Godinni sun miidhamaa jira, maaloo ni gargaarra" yoo ati jettu "Gandummaa" siin jedhu.
⭕ Akka sabaatti rakkoo qabna yoo jette "Gantuu" siin jedhu
⭕ Yoo ati waan hundumaa callistee ilaaltu ammoo "Basaastuu dha" siin jedhu.
Jarana koottaa takkaa walitti yaanee ulee milishaa ganda keenyaa ergifannee likkiitti wal galchina😳 Maaliif teenyee wal gubna?
Join
@waaqooFJoin
@waaqooF@wakumafekadu