#Barnoota_Kutaa_5ffaa
Ustaaz #Abu_Abdallaah irraa nuuf dhihaatu.
Barnoota #Hubannoolee #Dogongoraa_ittiin_sirreeffannu
تصحيح مفاهيم خاطئة
الدرس الخامس
Gaafiwwan adda durummaan worroota Islaamummaan ala jiran (#Murtaddiiwwanii fi #Kiristaanota) irraa, hawaasa Muslimaa dogongorsuudhaaf gaafatamaniif deebii quubsaa keessatti kennamu.
#Woliif_sheer_taasisuun, kaayoo worroota kara haqaa irraa jallatee nama jallisuuf deemu harkaa haa fashaleessinuu.
#Barnoota_wol_fakkaataa akkanaa asiin dura kennamaa turaniif kan kana booda kennaman argachuuf, #liinkii asii gadii tuquun '#join/#follow' gochuu hin dagatinaa.
https://t.me/Xaaliburidallah