ABBI TECH


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


💻 Abi Tech chanalii waa'ee Teknoloojii wantoota haaraa isiniif dhiheessuf dhufe jira koota irraa baraadha isinii jenaa

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Bilbili keessan yoo gaara nama biraa yoo dabbe / forward ta'e jirte Koodii USSD muraasa

##002# - Yoo bilbilli sagalee ykn bilbilli daataa keessan, ykn bilbilli ergaa gabaabaa isiniif darbe, koodii USSD kana bilbiluun ni haqa.

*#21# - Koodii USSD kana bilbiluun bilbilli keessan bakka biraatti qajeelfamuu fi dhiisuu isaa ni beektu turte.

*#62# - Kanaan bilbilli keessan - sagalee, daataa, faksii, ergaa gabaabaa fi kkf, osoo isin hin beekin gara fuulduraatti ykn karaa biraatti darbe beekuu dandeessu.‌‌
Odeefannoon dabalataaf
👇👇
@ABBI_TECH
@ABBI_TECH


Bilbila keessan eenyu akka hordofaa jiru akkamitti akka beektan

Bilbilli keessan balaa irra bu'uu isaa, ykn bilbilli, ergaan fi kkf keessan osoo isin hin beekin dabarfamee jiraachuu battalumatti ilaaluu dandeessu.
Wanti isin gochuu qabdan koodii USSD muraasa - ##002#, *#21#, fi *#62# bilbila keessanii irraa bilbiluu qofa.‌‌
Odeefannoon dabalataaf
👇👇
@ABBI_TECH
@ABBI_TECH

2 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

74

obunachilar
Kanal statistikasi