بسم الله الرحمن الرحيم
Sunnaa guyyaa Iidii dagataman keessaa tokko :-
✔️Gaafa dirree salaata iidii irraati gara manaatti deebi'an raka'aa lama salaatuudha. ergamaan rabbii عليه السلام nii salaatu turan
↩عن أبي سعيد الخدري قال: ” كان رسول الله ﷺلا يُصلّي قبل العيد شيئا، فإذا رجع إلى منزله صَلّى ركعتين. “
" Ergamaan rabbi عليه السلامsalaata iidii dura waan tokko iyyuu hin salaatan turan yommuu salaata iidiirraatii gara mana isaanitti deebi'an raka'aa lama salaatu "
Albaaniin hadisa kanaan hasani dha jedhaniiru 👆
[رواه ابن ماجه وأحمد وابن خزيمة والحاكم.
و صححه الحاكم ووافقه الذهبي، وحسنه ابن حجر والألباني]
👌• قال الحاكم : هذه سنة عزيزة.
أحيوا هذه السنة.
Alimaamul haakim akkas jedhan : sunnaan kun sunna miyooftuu kabajamtuu dha sunnaa kanatti hojjedha
Fuad Mohammed
https://t.me/dawwaa