oromoof kenniti irraa kan hafe oromoo irraa niiraa sharafamte hin barbaaddu, kanaaf mirga ummata keenyaa kabachiifnee fi kabajnee jiraachuuf Qabsoofna taanaan wanti oromoo Ameerikaan wal shakkisiisu hin jiraatu. Dimokiraasiif hin deemnu yoo ta’e garuu eeyyee wal miidhuun jiraachuun shakkamuumala . kanaaf kuni irratti hojjatamuun dirqama,
BIYYOOTA OLLAA
Biyyoonni olla hedduunis oromoo irraa shakiin qabaatan guddaa ta’a sababiin isaa karaa baayyee maqaan oromoo gurraacheffamee kan isaan seenaa sobaa irraa argatanuu heduun waan jiruuf yeroo mara oromoo nu liqimsa jechuun shakku, Haata’u malee biyyoonni olla oromiyaa keeesa jiraatan hunduu oromoon yoo ofiif of bulchee biyya isaa keessaatti nagaan jiraate malee nagaan isaani akka hin eegamne sirriitti barsiifamuu kan qabu yoo ta’u Jibuutii, Sumaalee Ertiraa , suudan kibbaa,suudaan adda dureen waa’ee Qabsoo oromoo sirriitti akka hubatan gochuun dirqama, oromoon uumama isaatiin waan kophaa nyaatee ofiif gabbatee orma immooiyyoomsu gonkumaa akka hin karoorranne ragaan illee ta’u isaaniif kennamuun Qabsoon oromoo Bilisummaa isaaf Qofa ta’uu beeksisuun Dirqama,
SABAA FI SABOOTA AKKASUMAS LAMMOOTA, OLLAA OROMIYAA
Akka carraa ta’ee hojii diinni waggaa 2000f diiggaa fi dhiibbaa hojjateen ollaanoromiyaa baayyeen isaanii oromoo waliin akka waliif hin gallettti of dhaadhessaa kanneen jiran yoonaan maqaa dhahuu baadhe illee namuu ni beeka. Isaan kuni waan lamaan miidhaman,
1.seenaa abbaan Baahiree oromoof barrsseen guddatan waan ta’eef oromoon madagaaskaritti deebi’uu qaba jechuun dubbachaa jiru.waan ta’eef seenaa oromoo isaan ala waan hinfudhanneef akkuma jaarraa abbaa Gadaa jedhe jarmii ykn daandurreeoromoo jibbisiisu qaama keessaa qaban waan ta’eef ennaa oromoon Aadaa qabaachuu, seenaa qabaachuu, Amantii Qabaachuu, biyya Qabaachuu dhagahan Qaama isaanii nyanyaatee ooksisuutti ka’a waan ta’eef isaaniin seenaa oromoo fudhachiisuuf dhama’uun dhagaatti bishaan naquun laaffisuu waliin tokko. Waan ta’eef isaaniif falmiin waldura bahuu irraa kan hafe sammuun isaan waliin haasa’uun waliif galuun akka isaan jedhan oromoon uumama addaa kan isaan hin feenee fi hin beekne ta’ee osoo hin taane isaanis akka seenaa barreeffachaa oolan miidhaa irraan gahee beeka osoo hin taane injuction isaan qaama keessaa qaban Qawween yoo ta’e malee karaa kamiinuu Neutiralize gochuun rakkisaa dha, kanaaf Qophii gahaan ni barbaachisa,
Qophii injifanno fi Eeggannoo injifannoo
Qabsoon amma ummanni oromoo waraana isaa waliin gatii itti kaffalaa jiru dhumni isaa bilisummaa ummataa kan ummanni waan fedhii isaatiin murtee jireenya isaa fi Qabeenya isaa kennatuun xumuramuuf kan godhamu ta’uu eenyu illee beekuu Qaba. Waraanni bilisummaa oromoos ummata kana hiree ofii murteeffachuuf akka gahu gochuuf malee ofii isaatiif ummataaf murteessuuf akka hin taane ni beekama, kanaaf muree kana ummataan gahuuf Qabsoon daandii Qaxxaamuraa hordofuun gabaabbachuun fardii dha,kana fardeessuuf kan dirqamni irra jiru waraana bilisummaa oromoo ta’uun kan dursi kennamuuf yoo ta’u hojiiwwan biro kan inni Dhaleessu irratti hundaa’uun Kraa Dipilomaasii fi ijaarsa ummataa wanti hedduun hojjatamuu qaba, kanneen keessaa tokko karaa waraana bilisummaa kan hojjatamuun irra jiru,
1,waraana naamusa barsiisuu; -Qabsoowaraanni uumata oromoo fi oromoon geggeessaa jiruu fi gaii Qaalii ta’e itti baasaa jiru, cilee gurraattii dibaa kan jiru Naamusa waraanaa irraa dhufaa tureera ammas itti jira, isaan kuni fakkeenyaaf yoo xuquun barbaachise maqaa diinummaatiin ummata saamuun ifaan ifatti waggaa 4f lixa shawaa fib aha wallaggaatti guutuun guutuun kanitti fufaa turee fi amma immoo salaale,Shawaa bahaa,Arsii Baale,fi kkf illee qaqqabee jiraachuun beekkamaa dha. Kuni irra guddaa harka diinaatiin kan godhamu yoo ta’u waraanni kunis irraa bilisaa? Wanti nama jechisiisu ni jiraata.