Galaana Gaaromsaa


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Artist
Nu ilman Abbaa Gadaati, Gadaan gaaddisa Addunyaati!
.
.
.
.
.
4 Comment @Galaanabot
Call +251985689473

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Silas waaqa komaturee.?... .! https://www.facebook.com/665808773492331/posts/4409730169100154/?app=fbl t.me/GalaanaGaaromsaa 🙏


Hammin kana dura Saba koof hojjedhe xiqqoodha. Akkan kana booda waan guddaa hojjedhu waan beekuf... bagan dhaladhe.
HBD to me...
t.me/GalaanaGaaromsaa 🎂🙏


Warri Indii baacoo gabaabduu tokko qabu. Maal seetan? Abbaa fi intalli
saalonii ta'anii TV ilaalu jedhan. Haatii fi ilmi immoo alwaadaa
(kitchen) keessaa nyaata hojjetu. Gidduutti qodaan nyaataa lafa bu'ee
alwaadaadhaa sagalee guddaa dhageessise. Ni caccabe.
Intalli abbaa isheen, "Kan cabse harmeedha!" jette. Abbaan ija keessa
ilaalaa, "Akkamitti barte? Deemteehoo hin arginee" jedhee gaafate.
Intallis deebisteefii, "Hin dubbannekaa!" jette. Otuu gurbaatu cabse
ta'ee yoona harmeen dheekkamsaan mana jeeqxeetti jechuudha. t.me/GalaanaGaaromsaa 🙏




Galaanaa Gaaromsaaa-😔 waayee😡 𝕙𝕒𝕒𝕔𝕒𝕒𝕝𝕦𝕦 𝕙𝕦𝕟𝕕𝕖𝕖𝕤𝕒
t.me/GalaanaGaaromsaa 🙏


Soba seeqaa Hundeessaa Boonsaa
Gadaamessaa Guddattuu Horaa
Of gedduudhaa si dhabnee
Bareedina maaltu jiraa?!

Haacee koo siyaanne!
t.me/GalaanaGaaromsaa 🙏


Suurri kun sinitti dubbataa?, yoo sinitti dubbate, maal sinin jedhe? t.me/GalaanaGaaromsaa 🙏


SEENAA
Otoo biyyaa baate
Otoo biyyee taate
Maaltuu wal yaadata
Eenyuu siin dhaadata
Rirmatuu si hin nyaanne
Yuuyyetu si hin saamne
Lubbuun gootat dua'aa
Harmii seena ni gu’a?
Kaleesille har'a
Har’is boru dhalaa
Seenaan haa yaadatu
Kan du’e yoom gala...!!!
t.me/GalaanaGaaromsaa

👆Page koo forward join godha..🙏






Dhaddacha dharaa har'aa irratti yaada Obbo Baqqalaa Garbaa dhiheesse
==========
"Mana Murtii kanaaf ani maammila. Galmuma kana keessatti
iddoodhuman amma taa'aa jiru kana taa'ee waggaan saddeet sababan
nama siyaasaa taheef ragaa sobaatiin natti murtaa'ee fixadheen bahe.
Ammas dhufeen jira. Kuni mana murtiitti garuu uummanni bal'aan fi
hawaasni addunyaa dhimma amma qabattan kana dhimma seeraati
jedhee hin fudhatu. Manni murtii kun meeshaa siyaasaa ta'ee bakka itti
'political show'n hojjetamu tahuutti hubanna.
Haqa hadhaawaan sinitti hima. Ani ogeessa seeraa tahuu baadhus
Labsiin 669/2003 jedhamu kun biyya kanaaf haqa, nagaa, tasgabbii fi
dimokirasii hin fidu. Seerri akkuma seera shororkeessummaa fi seera
sivikii haqamuu ykn fooyya'uu qaba. Sababa seera kanaatiin mirga silaa
himatamaaniyyuu argachuu qabu nuti osoo hin himatamin akka
shakkamaatti dhabne. Mirga dhagahamuu.
Mana murtii kanarraa abdii hin qabnu. Ani muuxannoosaa waanan
qabuuf waan murtaa'uf deemu nan tilmaama. Abukaatonni keenyayyuu
dhama'uu hin qaban jedheen yaada. Garuu ogummaa isaaniitiif kabajan
qabuuf jecha tarii sammuu isaanii gammachiisaa laata jechuurraa
akkasumas seenaadhaafis galmaa'ee akka taa'uuf jecha akka deemsa
isa hundarratti hirmaatan jedha malee furmaatni rakkoo nuu fi warra
aangoorra jiru jidduu jiru dhaddacha kanarraa akka hin argamne
tolcheen beeka."
---
Yaya_Beshir t.me/GalaanaGaaromsaa












*Goggorrittii qabatanii lukkuu qaluun hin taatu!!
*Mudhii gad hidhanii mormaan sirbbi jechuniis hin maaltu
*Ennaan si cininuu ati kolfiin abshalummaa otoo hin taane fafummadha!.. .... t.me/GalaanaGaaromsaa 👍


Nagaa wayyinnaa jennee
Hundaan fira fakkannee
Madaan nurraa haa qooruuf
Hoofxii itti cuunfanne
Waanni nuttii hafee hin jiruu
Dhumnus ni komatamna
Erga harka fuunan diddee
Qawween nagaa gaafanna...!! t.me/GalaanaGaaromsaa


Qabsoon kee akka milkaayuuf icitii qabadhu
Fakkeenya Hajii Adam Saadoo furadhu
Congratulations...
t.me/GalaanaGaaromsaa



20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

468

obunachilar
Kanal statistikasi